áá፠áááá ááľáĽ á á
ááŚáľ á ááá áĽáá˛áá ááá áá ፠áŁáá áĽáá
á á
á á¨á°ááł á á˘áľáŽá˝áŤ á¨áá°á á áľá°áá
ጠáŤáá¸á á¨ááŤáᏠáááŤáá˝ á ááą ááᢠá¨á ááá á¨ááĽáá á á°áŤáŽá˝á á áá áá á ááśá á°áŽá˝ á¨á áŤá áááľ áĽá á¨áá áľáá ááŤáá áá˝ááᢠá áá፠áááľ áĽáŤ á¨á°á°áአáá áĽá¨áśáťá¸áá á áĽáĽá á áá¨áá áĽáá˛á°á áĽáŞ á áááŁááá˘
Paappaayyaan gabaa biyya keessaatti barbaadamaa ta'uusaafi carraa ho'aatti gabaa biyyaa alaatiifis dhiyaachuuf qabuun Itoophiyaatti muduraalee baay'ee barbaadamaa ta'an keessaa tokkodha. Qonnaan bultoonni hojimaata qonnaa wayyaa'anitti fayyadamuudhaan homisha olaanaafi galii guddaa argachuu ni danda'u. Warri homisha paappaayyaarratti bobba'an hundi tattaaffiisaanii dachaadhaan dabaluuf akka carraaqanin dhaama.
In Ethiopia, papaya is one of the most significant fruit crops, valued for both local consumption, as well as its potential for fresh fruit export. By adopting enhanced farming practices, farmers can achieve higher yields and greater profitability. I encourage all those involved in papaya cultivation to redouble their efforts in cultivation of the crop.