Forward from: Awash Bank
α αα½ α£αα αα₯αα
αα£ α αα΅α°αα αα«α¨αα α’αα°ααα«ααα½ α¨α α
α ααα£α³ α΅αα α α αα΅α α΅ αα αααα!Β Β
===========Β
αα αα«α³ α αα³α΅ α¨αα α α«α ααααα±α α¨ααα£α΅ α ααα ααα α₯α α₯αα α΅αα΄αα½α α αα΅α¨α αα α¨αααα α αα½ α£αα α α α«α°αα αα αα΅ ααα΅α΄α α₯α α¨αααα α¨α’αα°ααα¨αααΊα ααα΅ α’αα΅α²α΅α©α΅ (EDI) αα α αα°α£α α α α£α α α³α α£ α ααα α₯α α α°αα« α¨α°α α¨αααα α¨α°αα«α© ααα¨αα΅ αα°αα£α‘ αα₯α«αΈα 145 αααα αα₯αα αα£ α αα΅α°α α₯α αα«α¨αα α’αα°ααα«ααα½ α¨α α α ααα£α³ α¨α’ααα΅ αα αα΅ α΅αα α α¨α°α α²αα ααα αα₯α© α ααα α αα α°α¨α α αα°αα α αα ααααα‘α‘ α£αα© α αα£αα αααα ααα³α°α α αα°α¨αα α₯α¨α΅ α αα«α³ α΅α«αα½α α₯α¨α°α« ααααα‘α‘
Baankiin Awaash waggoottan hedduudhaaf gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin hojiiwwan garaagaraa hojjachaa kan ture yoo taβu, Ministeera Hojjataa fi Ogummaa jalatti kan argamu Instituutii Misooma Kalaqa Hojii waliin taβuun wiirtuuwwan garaagaraa keessaa kan walitti dhufan Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddu Galeessaa 145βf magaalaa Baahir-Daar, Maqalee fi Samaraa irraa dhufaniif leenjii ogummaa daldalaa kan kenne yeroo taβu, sagantaan kunis sadarkaa biyyaatti hojiirra ooluu irrattis argama.Β Β Β
Baankiin Awaash damee kana daran guddisuuf tattaaffii taasifamu keessatti deeggarsa adda addaa taasisuuf qophii taβuun isaa beekameera.Β Β
Baankii Awaash!Β
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #IMX