Seerota Milkaa'ina Jireenyaa
Barruu kana wayita dubbistu, yaada kee gara kaayyoo jireenya keetti sassaabbadhu! Qalbiidhaan dubbisi!
Seera 1ffaa: Wanti hundinuu Waqtiidha. Lafa irratti wanti hundi yeroodhaaf akka ta’e, wanti hundinuu immoo waqtii akka ta’e hubadhu. Yeroon olka’aan ni jira, yeroon gadi aanaanis ni jira. Yeroon gaariin ni jira, yeroon hamaanis ni jira. Yeroo ammaa kana yeroo hamaa keessa jirta taanaan hin turu. Yeroo ammaa kana hojii argachuu yoo dadhabde, sun yeroo tokkoof qofa. Yoo daldalli kee kallattii dogoggoraatiin deemaa jiraate, kunis waqtii qofa. Yeroo ammaa kana namni si waliin jaalala jalqabuu yoo hin barbaanne, sun bara tokkoof qofa. Waan hunda kan ajjeesu yeroo qofa.
Seera 2. Milkaa'inni Yaada. Milkaa’ina hin hordoftu. Namni milkaa'e jalqaba yaada tokkoon jalqabe. Milkaa'ina yookiin maallaqa gonkumaa hin ari'an! Kanaa mannaa yaada tokko fidu, sana booda maallaqni dhufe. Maallaqa hin hordofin, mul'ata tokko hordofi!
Addunyaa kana irratti namoonni gosa sadii qabu: hiyyeessa, sooressa, fi badhaadhota yaadaati. Namoonni hiyyeeyyiin yeroo hunda waa'ee maallaqaa ni dubbatu. Dureeyyiin waa'ee wantoota isaan jaallatan kan akka konkolaataa faashinii, mana gurguddaa fi kan kana fakkaatan yeroo hunda ni dubbatu. Namoonni sooreyyii garuu yaada irratti xiyyeeffatu. Kanaafidha namoonni dureeyyiin yaada bitachuuf maallaqa guddaa kan baasan.
Seera 3. Hojii Mataa Uumuu. Qaxarrii jechuun nama biraatiif hojjechuudha, kana jechuun nama biraa abjuu isaa galmaan ga’ee akka milkaa’u gargaaruuf qacaramte jechuudha. Dhuma guyyaa sanaatti dhaabbatichi kan kee waan hin taaneef ba’uuf dirqamta. Nama kaappitaala walitti qabuuf hojjedhu yoo dirqama ta'e garuu seera 2 yaadadhu.
Seera 4. Jijjiirama Gaarii Uumuu. Jijjiiramni qajeelfama jireenyaati. Jijjiiramni qaama jireenyaati. Jireenya keessatti guddina hiika qabu kamiyyuu argachuuf jijjiirama akka hammattu of hayyamuu qabda. “Jijjiirama yoo hin hammanne jijjiiramni si jijjiira.” Jijjiiramni magaalonni magaalaa akka ta’an, paarkiiwwan konkolaataa buufata baaburaa akka ta’an, dirree banaa buufata xiyyaaraa akka ta’an taasisa. Jijjiirama gaarii yoo uumte haaraa si taasisa.
Seera 5. Nama Gatii Qabu Ta'i! Albert Einstein akkas jedhe: "Nama milkaa'ina ta'uu dhiisuuf yaali, kanaa mannaa nama gatii qabu ta'uuf yaali." Addunyaan wanti hundi gatii qaba. Haala walfakkaatuun addunyaan gatii ati qabdu irratti hundaa'uun gatii si irratti kaa'a addunyaaf geessuu danda’a-hamma barnootaa qabdu irratti miti, ykn baay’ina digrii qabdu irratti miti. Kennaa ykn dandeettii kee guddifachuu of fooyyessuuf adda baafadhu. Yeroon immoo meeshaa gatii guddaa qabu kan namni hundi ari’u taatu ni dhufa.
@barruu_beektotaa