🗣️ NAGAA KEEF YAADI
❶ Namoonni hubatoon nagaaf jedhanii dhiifama gochuu hin sodaatan.Namoonni dadhaboon garuu hiikkaa nagaa waan hin beekneef dhiifama gochuu hin beekan.
❷ Namni waan siin jedhutti hin dhiphatiin. Waan hamaa akka hin gooneef garuu of eeggadhu.
❸ Enyummaa kee hubachiisuuf baay'ee hin yaalin.Namni akka si hubate osoo hin taane akka siif gale, akka si gammachiisutti jiraadhu.
❹ Eenyummaan kee kan madaalamu tilmaama namoonni siif kennaniin miti.
Eenyummaan kee si keessa qofaati argama!
❺ Dafnee abdii kutachuu keenyaa irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne.
❻ Qofaa ta'uu dandeessa.
Namni si biraa dhaabbatee kallattii si agarsiisu dhibuu danda'a.
➐ Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii si kutachisuu danda'a ta'a. Yeroo dheeraaf karaan ati irra turte si gaddisiisuu danda'a.
❽ Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphachuu dandeessa.!
@Barruu_Beektotaa 📔