Posts filter


✅Cheelsiin amma dorgommii geeba kilaboota adunyaa irraa mallaqa naannoo Paawondii miliyoona 80 argataniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Jowaa Peedroon taphataa cimaa tapha har'aa ta'un filatameera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


✅Tapha walakkaa xummuraa geeba kilaboota adunyaa amma taphatamaa jiru.

⏱Xumurame
Cheelsii 2-0 Filuminensee
⚽️J. Peedroo 18' 56'

Cheelsiin tapha xummuraa dorgommii geeba kilaboota adunyaa gaheera, Dilbata injifataa PSG fi Riyaal Maadriid waliin kan taphatu ta'a.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii    
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @BurqaaIspoortii

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Cheelsii tapha xummuraa iratti arguuf daqiiqaan 6 qofti hafeera


+6


Andre Santoos fi Dewusbery Haal seenaan


Enzoo fi Nikukun bahan


Gara alaa baate


Jaaaaaaaaaakseeeeeen


Sancheez yeroo gubuu isaan kaardii akeekkachiisa fudhateera


Jeems fi Maadukeen seenaan


Gustoo fi Netoon bahan


Xiqoof jalaa baate


Gustoooooooooooooooooooooooo


Vidiyoo jala jalaa isinif maxxansaa jira ilaaluu dandeessu
👇
@BurqaaVidiyoo
@BurqaaVidiyoo


Sarara goolii irraa jalaa deebisan


Nikuuuuuuuuukuuuuuu


Kaakaa fi Kaafuun tapha kana daawwachaa jiru


Jalaa baasan


Nikuuuuuukuuuu

20 last posts shown.