Mason Mount fuula inistaagiraamii isaa irratti:π
"Gadda yeroo ammaa natti dhaga'amu jechootaan ibsuu hin danda'an, dhiphadheera"
"Deeggartoota Yunaayitid biratti wanti ani jechuu danda'u ammallee sirriitti na beekuu dhiisuu dandeessu, garuu wanti ani wabii kennuu danda'u tokko yoomiyyuu abdii hin kutadhuπͺ."
"Ani kanaan duras kana dubbadheera, garuu waanan danda'u hunda kennuu itti fufa, yeroo cimaa kana keessa darbuuf jira, hanga waanan hojjechuuf ka'e galmaan ga'utti yaaluun hin dhiisu," jedhe.
πππππ β‘οΈ @BurqaaIspoortii
πππππ β‘οΈ @BurqaaIspoortii
β‘ γ € Β βγ €Β Β β²Β Β Β Β Β Β Β βοΈΒ Β Β
Β Β Λ‘αΆ¦α΅α΅Β Β Β Λ’α΅α΅α΅Β Β Β Λ’Κ°α΅Κ³α΅Β Β αΆα΅α΅α΅α΅βΏα΅