#Oduu gaddaa😭
Haati manaa Artistii jaallatamaa Oromoo Andu’alam Goosaa, Moodel Qananii Addunyaa akka tasaa boqotte,
Haati warraa Artist Andu’alem Goosaa, Moodeel Qananii Addunyaa du’aan addunyaa kanarraa boqattee jirti.
Moodeelaa Ol adeemtuu, abdii guddaan eegamaa jirtu Qananiin haala kanaan lubbuun darbuu ishee maatii, hiriyyoota, dinqisiifattoota isheefi kan abbaa warraa ishee hedduu gaddisiiseera.
Channel keenya
@Dambalii_Beekumsaa lubbuun darbuu haadha warraa Andu’alem Goosaaf gadda guddaa itti dhaga’ame ibsaa maraaf jajjabina hawwa!
Carraan ofii waan Nama godhu asiifi as miti
Baay’ee Laphee Nama cabsa 💔
Keneni Bareedduu jaalallee Artist Andualem Gosa nagaan boqodhu lubbuun kee jennata haa dhaltu!
Andualem fi maatii hunda jajjabina hawwinaaf!