๐ก Mataa dhukkubbii ( headache ) akkamiin ofirraa hir'isna?
Gosoota mataa dhukkubbii
-1- primary headache ykn kan rakkina biraa irraa hin dhufne ,fkn tesion headache fi migraine headache fa fi kkf
2. Secondary headache ( sababa dhukkuba birootiin kan dhufu,kan akka infeekshinii fi miidhama mataa / rukutumuu ,jiguu dhiiga sammuu fi qaamota sammuu fi lafee sammuu jidduttin kan dhufu dha.
- โ๏ธkeessattu yeroo baayyee shamarran kan miidhu migraine headache kan jedhamu dhukkubbii mata cinaa tokko yeroo hedduf ykn cinaa lachuutiin fi mallatoolee armaan gadii kana nurratti mul'isuu danda'a
-๐nama haqqisiisuu
-๐- gurrii namatti iyyuu
--๐ sochii wajjiin dhukkubbiin namatti jabaachuu
--๐ ijji nama didimaachuu
--๐ lafti namaan maruu
--๐ sagalee garagaara nama jibbisiisuu
---๐if nama jibbisiisuu
---๐ ija keenyaalle baayyee nu dhukkubsuu danda'a
โ๏ธ% Sababoota isaa namatti kaasan keessaa
- ๐nyaata keenya yerootti nyaachuu dhabuu
--๐ dhiphachuu
--๐ yeroo laguu( xurii)namatti dhuftu sababa jijjirama hormonotaatiin wal qabatee
-- ๐sagalee guddaa ta'ef saaxilamuu
--๐ hirriba gaha ta'e rafuu dhabuu fi ofirraa heddumeessuunis
--๐ alkoolii fkkf dha
Furmataa
โ๏ธ- doctora biraa deemne laalamuun adaan baafachuu qabna ,gorsa irraa fudhachuu qabna.
-๐ waantotaa isaa nutti kaasan hunda irraa fagaachuu qabna
-- ๐yeroo baayyee koomputeeraa fi moobayilii waanta isaaf nu saaxilanidha kanaf yeroo isaan fayyadaamnu boqonnan fudhachuu qabna.
- ๐bishaan sirriitti dhuguu
-๐ nyaata keenya yeroo isaatti nyaachuu
-๐ cold compression ( uffata bishaan qor'aan cuuphanii addarraa of ka'uu
- ๐buna dhuguu
-๐ alkoolii dhuguu dhiisuu
๐- sochii qaamaa yeroo yerootti hojjachuu
-๐- aduu keessaa yeroo dheeraaf deemuu ykn taa'uu dhiisuu
- -๐- yoo kanaan fayya'uu dide qorichoonni kennaman waan jiruuf mana yaalaa deemuun doktora maarisiisaa .
Fayyaan lubbuu teenyaaf
Share waliif godhaa
Galatoomaa
@Dhimma_Fayyaa ๐ฉบ