🩺 Vaayireesii Tiruu (Hepatitis Virus)
🔘 Vaayireesiin tiruu beekamoon gosa shantu jira; isaanis Heepataayitis A, B, C, D fi E dha. Kanneen keessaa dhukkuba tiruu yeroon dheeraaf fiduu kan danda'an gosa B, C fi D dha.
🔘 Karaalee ittiin daddarbus dhangala'aa qaama namaa keessaa bahu kamiinuu ni daddarba, dhiiga dabalatee, haadhaa gara ilmootti. Hammi namaa namatti darbuu isaas kan HIV/AIDS harka 100'n caala (HBV)
🔘 Talaalliin vaayireesii gosa B f kennamu ni jira! Yaaliis ni qaba garuu gosa C qofatu guutummaatti fayyuu danda'a!
🔘 Mallattooleen isaas:
- Dadhabbii, gogaan namaa ykn iji bifa keelloo qabaachuu, dhukkubbii garaa kan mirgaa gara olii fi kan kana fakkaatan.
@Dhimma_Fayyaa 🩺