π Fedhii wal-qunnamtii saalaa dhiiraa maaltu hir'isa? β€οΈ
1. Dhiphina/stress
2. Sochii qaamaa gochuu dhiisuu ykn sochii qaamaa garmalee humnaa oli gochuu
3. Ulfaatina qaamaa garmalee
4. Hirriba dhabuu
5. Ofitti amanamummaa dhabuu
6. Alkoolii baayβinaan dhuguu
7. Dhibee akka sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa
8. Qorichoota tokko tokko kanneen dhiibbaa dhiigaaf kennaman fi mukuu namaaf kennaman (side effect)
9. Hir'achuu hormoonii testestiroonii
@Dhimma_Fayyaa π©Ί