Madaa'uu Garaachaa/Mar'imaanii ~ ππππππ πππππ πππππππ
Madaa'uu garaachaa/mar'imaanii maaltu fida?
- Bakteeriyaa garraachaa H. Pylori jedhamu
- Qorrichoota "Steroids" jedhaman kan dhukkuboota akka alarjikiif, kulkula garaagaraaf kennaman akka (prednisone, Hydrocortisone...) fi "NSAIDS" jedhaman kan dhukkubbii tasgabassuuf fayyadamnu, kan akka Asprin, Ibuprofen, Diclofenac, ... kan kana fakkaatan
β’ Dhiphina sammuu
β’ Gubaa/ gubbachuun
β’ Miidhama sammuu keessaa
π΅ Dhukkuba Madaa garaachaa/mar'imaaniif maaltu nama saaxila?
β’ Umurii 50 ol ta'uu
β’ Tamboo xuuxuu
β’ Dhugaatii alkoolii baayyisanii dhuguu
β’ Seenaa maatii keessa dhibeen kun jiraachuu
π΅ Madaan kun bakka gurguddoo lamatti uumamuu danda'a
* Madaa garaachaa
* Madaa mar'imaan xiqqaa - kutaa mar'amaanii garraachatti aanee argamu "deodnum" jedhamu.
Mallattoolee Madaa'uu Garraachaa/Mar'imaanii
β’ Gubaa garaa laphee jalaa (daqiiqaa 15 - 30 nyaata booda eegalu -> Madaa garaachaa yoo ta'u)
β’ Gubaa sa'aatii 2 booda eegalu -> Madaa mar'imaanii irratti.
β’ Hoqisiisuu fi lollocuu
β’ Ulfaatina hir'isuu madaa garaachaa irratti, Madaa mar'imaanii irratti ulfaatina dabaluun jiraachuu mala.
β’ Dhiiga oldeebisuu
β’ Bobbaan(udaanni) gurraacha'uu
π΅ Kanaaf madaa'uu garaachaa irraa irraa ofeeguuf, waantota nusaaxilan armaan olii irraa ofeeguun barbaachisaadha.
π΅ Yoo mallaattooleen dhukkuba garaachaa jiraate mana yaalaa dhaquun qoratamuun yaalamuun barbaachisaadha.
π΅ Yaalamuu yoo baate maal fidaa?
β’ Dhiguudhaan, Hanqina dhiigaa fidaa
β’ Dhiitta'uun nyaatni akka hin dabarre gochuu danda'a.
β’ Ulfaatina qaamaa hir'isuu
β’ Garaachi yookiin Mar'imaan urachuun, yoo baqaqsanii yaaluun hin yaalamne hanga lubbuu dabarsuu qaqqabsiisuu danda'a.
@Dhimma_Fayyaa π©Ί