GECH PDF


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Books


AFAAN OROMOO "FREE PDF" TO READ!
Kitaaba Dubbisuun Soorata Cimina Sammuu keenyaf barbaachisuudha; hojii guyyaa guyyaa keenya ogummaadhaan fiixan baasuufis nu gargaara!
πŸ”–πŸ“‹πŸ“—πŸ“πŸ–ŒπŸ“šβœοΈπŸ“˜
Afaan Oromoo PDF...
πŸ”–πŸ“‹πŸ“—πŸ“πŸ–ŒπŸ“šβœοΈπŸ“˜
Channel 1 : @READING_PDF

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Books
Statistics
Posts filter


✊ Ammas milkii itti aanuuf qophii qabaannan balballi kee banamaadha,... See More

πŸ‘‡πŸ‘‡
🚩 See More πŸ‘ˆ
See More

πŸ‘†πŸ‘†

πŸ“ Namni hundi akka ati ogeettii fi carra qabeettii taate siif hin dubbatani,... See More


πŸŽ† Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
🚩🚩 βž–βž–πŸš©πŸš©

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
β•šβ”›β”—β•©β”β”β•©β”β•©β”β•©β”β”~


πŸ”΅ Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa πŸ₯‡
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa πŸ—£οΈ
┃_
┃@Reading_PDF πŸ“š
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❀️
┃_
┃@JCP_CHURCH πŸ›°
┃_
┃@marsiltvworldwide πŸ“Ί
┃_
┃@Gaaela_Gaarii πŸŽ€
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎀
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa πŸŽ™
┃_
┃@Kakuu_Studio πŸ“Ί
┃_
┃@Lebamsett πŸ’”
┃_
┃@Spiritual_PDF βœ…
┃_
┃@Coba_Yaadaa πŸ”΅
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln πŸ–₯
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❀️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❀
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃@kutannoo123 ✊
┃_
┃ @Walaloo_FaaruuπŸŽ™
┃_
┃ @Spritpoem πŸ””
┃_
┃@DirreeGN ▢️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 πŸ˜€
┃_
┃@Kii_Sii ❀️
┃_
┃@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
┃@Naar_dos πŸ§”
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center ✊
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❀️
┃_
┃ kottaakolfaa πŸ˜‚
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa πŸ’Š
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❀️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo πŸ“œ
┃_
┃@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❀️
┃_
┃ @Kutannoo123 πŸ“Œ
┃_
┃ @top_books_store πŸ—‚οΈ
┃_
┃@Gech_pdf πŸ“š
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide πŸ’’
┃_
┃@gaggeessummaa24πŸ•–
┃_
┃@feeling_love123 ❀️
┃_
┃Love Message ❀️
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus βœ‰οΈ
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa βž•
┃_
┃@Now_speak_English βš™
┃_
┃@revealjesus πŸ“•
┃_
┃@Spoken_English24 πŸŽ“
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365πŸ˜€
┃_
┃@ethioacadamic ✍️
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❀️
┃_
┃@DayStarBooks πŸ“š
┃_
┃@Gaggeessummaa πŸ₯‡
┃_
┃@xinsammuu1 πŸ˜€
┃_
┃Christian Living πŸ“–
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Diraamaa_Hirkoo99 πŸ“·
┃_
┃@oro_liverpool_fc πŸ…
┃_
┃@Walaloo_Faaruu πŸ“±
┃_
┃@kbdstyles 🎹
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_centerπŸ“•
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃Idea CreativeπŸ”
┃_
┃Daily Quotes πŸ—£οΈ
┃_
┃@Jaala_Dhugaa βœ‰οΈ
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ πŸ‘‡πŸ‘‡
┃_
┃@Daandii_Guddinaa πŸ”Š
┃_
┃@caaffata_qulqullaaa πŸ“–
┃_
┃@research_helping πŸ“
┃_
┃@orotv24 πŸ“Ί
┃_
┃@learningtips123 🚸
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@gaggeessummaa_com πŸ””
┃_
┃@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃@dailymotivational24 πŸ’‘
┃_
┃@dirree_bohaartii πŸ˜€
┃_
┃@youth_center1 πŸ‘­
┃_
┃@haadhamanaaogeettii ❀️
┃

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel πŸ˜€

Contact: @Getu_Abera β˜‘


Forward from: Tough Times
πŸ”΅ OF SAKATTA'I!
β€’β€’β€’
Yeroo tokko tokko nama summii taata.
Yeroo tokko tokko ati nama hamaa, negatiivii, nama ofirraa dhiibuun malu taata. Yeroo tokko tokko rakkoon sumadha. Sunis akka ati ga'uumsa hir'iftu si godhu.

βœ… Guddachuu itti fufi!
βœ… Of sakatta'uu itti fufi.
βœ… Of kakaasuu itti fufi!

Dogoggorri carraadha. Isaan malee sadarkaa tokkorra gahuun hin jiru. Haala Kam keessattuu, Waan caalu hojjedhu, fooyya'aa ta'i. Ati nama.Β  Homaa miti.

@tough_time πŸ•¦


πŸš©βž–πŸŽ† BAGA NAGAAN DHUFTANπŸŽ„πŸš©

πŸ‘‹ Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
β•šβ”›β”—β•©β”β”β•©β”β•©β”β•©β”β”~


πŸ”΅ Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!

┃
● Join All Channel ●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa πŸ₯‡
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa πŸ—£οΈ
┃_
┃@Reading_PDF πŸ“š
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❀️
┃_
┃@JCP_CHURCH πŸ›°
┃_
┃@marsiltvworldwide πŸ“Ί
┃_
┃@Gaaela_Gaarii πŸŽ€
┃_
┃@Singer_Megertu_Official 🎀
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa πŸŽ™
┃_
┃@Kakuu_Studio πŸ“Ί
┃_
┃@Lebamsett πŸ’”
┃_
┃@Spiritual_PDF βœ…
┃_
┃@Coba_Yaadaa πŸ”΅
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Computer_Soln πŸ–₯
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❀️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❀
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 🌹
┃_
┃@kutannoo123 ✊
┃_
┃ @Walaloo_FaaruuπŸŽ™
┃_
┃ @Spritpoem πŸ””
┃_
┃@DirreeGN ▢️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 πŸ˜€
┃_
┃@Kii_Sii ❀️
┃_
┃@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
┃@Naar_dos πŸ§”
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center ✊
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❀️
┃_
┃ kottaakolfaa πŸ˜‚
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa πŸ’Š
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❀️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo πŸ“œ
┃_
┃@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❀️
┃_
┃ @Kutannoo123 πŸ“Œ
┃_
┃ @top_books_store πŸ—‚οΈ
┃_
┃@Gech_pdf πŸ“š
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide πŸ’’
┃_
┃@gaggeessummaa24πŸ•–
┃_
┃@miira_jaalalaa ❀️
┃_
┃@hariiroo_jaalalaa ❀️
┃_
┃@Online_job724 πŸ’°
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus βœ‰οΈ
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa βž•
┃_
┃@Now_speak_English βš™
┃_
┃@revealjesus πŸ“•
┃_
┃@Spoken_English24 πŸŽ“
┃_
┃Plumbing Work 🚰
┃_
┃@Academy_365πŸ˜€
┃_
┃@gitim_alem βž–
┃_
┃@ethioacadamic ✍️
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❀️
┃_
┃@DayStarBooks πŸ“š
┃_
┃@Gaggeessummaa πŸ₯‡
┃_
┃@xinsammuu1 πŸ˜€
┃_
┃Christian Living πŸ“–
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃@Diraamaa_Hirkoo99 πŸ“·
┃_
┃@oro_liverpool_fc πŸ…
┃_
┃@Walaloo_Faaruu πŸ“±
┃_
┃@kbdstyles 🎹
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
┃@academic_research_centerπŸ“•
┃_
┃Kottaa Kolfaa 😁
┃_
┃Idea CreativeπŸ”
┃_
┃@Jaala_Dhugaa βœ‰οΈ
┃_
┃ Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ πŸ‘‡πŸ‘‡
┃_
┃@Daandii_Guddinaa πŸ”Š
┃_
┃@caaffata_qulqullaaa πŸ“–
┃_
┃@research_helping πŸ“
┃_
┃@orotv24 πŸ“Ί
┃_
┃@learningtips123 🚸
┃_
┃@graphicsmaker123 🧩
┃_
┃@gaggeessummaa_com πŸ””
┃_
┃@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
┃@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
┃@dubbiilee_hayyootaa πŸ’‘
┃_
┃@dirree_bohaartii πŸ˜€
┃_
┃@Dargaggootaaf1 πŸ‘­
┃_
┃@haadhamanaaogeettii ❀️
┃

┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●

┃@hopepromotion 🎺
┃@bittaafigurgurtaachannel πŸ˜€

Contact: @Getu_Abera β˜‘


πŸ’“ Namni garaa isaa "beelaaf obsa barsiise" eenyuufuu hin mo'amu! Injifataa dha.

@Gech_pdf


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
DEEBI'ANII KA'UU

β€” Nick Vujicic
❒ "Daa'ima waggaa saddeetii ta'een of ajjeesuun anarra jira jedheen yaade. Sababiin isaa abdii hin qabun ture. Kanaaf harka kennuun yaale, abdii kutachuu. Yennaa umuriin koo waggaa kudhanii, bishaan mana keessa jiruun of ukkaamsee of ajjeesuuf yaaliin godhe. Abbaa kootti, "bashannanuu barbaadeenii"n jedheenii. Garuu dhugaa dhaan jiraachuu dhaabuun barbaade. Na gaheera ture. Namoonni waan gadi na qabaniif baay'ee natti ulfaate. Ani nama guutuu fi gahaa akkan hin taane amanuun eegale. Nama dadhabaa fi nama kufe akkan ta'e amanuun eegale. Nama namoonni jaalatan yookiin sifeeffatan tasa ta'uu akkan hin dandeenyen amanuu eegale. Haalan keessa ture jijjiiruu hin dandeenye, guyyaa tokko ganama ka'ee, 'harkaaf lukan barbaada, harkaaf luka naa kenni!' jechuu hin dandeenye. Gaaffiiwwan qaba ture, garuu deebii hin qabu ture. Abbaa koof haadha koo "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Ogeeyyii fayyaadhaan "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe.


πŸ—£οΈ Hiriyaa gaaΚΌelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan kee amaloota armaan gadii kana fudhachuu qabdu: πŸ’”
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/hariiroo-cimaa-qabaachuu


"Wanti guddaan addunyaa kana irraa hangas mara bakka dhaabannu miti, kallattii kamiin socho’aa akka jirrudha malee."
Oliver Wendell Holmes


Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!

1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.

2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.

3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.

4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.

5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu)

πŸ”— @Gorsa_Ganamaa


🫡 Akkas jedha "falaasamni namoota si dudduuba jiranii, quba sitti qabuu fi hir'ina kee ilaalanii kolfuu."

Quba tokko gaafa namatti qabdu afurtu sitti qabamee jira. Kanaaf quba kee gadi qabi! .....

@Gech_pdf


✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/


πŸ’ Obbolootaa, imaanaa keessan nama irra kaa'uun dhuma irratti qisaasa'ummaa (kisaaraadha). Deeggarsi keenya nama irratti kan hundaa'e yoo ta'e, namni akka ulee shanbooqqoo waan ta'eef guyyaa tokko cabuun isaa hin oolu. Gaafa cabus nama waraana. Nu miidha. Waaqayyo garuu abbaa gaarii "inni amanamummaadhaan firdii qajeelaa in kenna." (Isa. 42:3). Inni dhagaa jabaa itti of amanuu qabnudha. Gaafa obomboleettiin ka'uu fi taatee hamaan uumamu, yoomiyyuu nu hin dhiisu. Harka nu qabee nu oolcha.

πŸ‘‡πŸ‘‡
https://gaggeessummaa.com/kooluu-sitti-galeera/


🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa πŸ‘‹

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/


πŸ”… Sammuun keenya garaa keenya caalaa beela'a

πŸ’‘ Sammuun soorata yeroo yerootti argachuu fedhu qaba,

πŸ’‘ Sammuun soorata barbaachisaa hin arganne,

πŸ’‘ Hin quucara,

πŸ’‘ Madda yaada gaarii ta'uurra kan yaadota faallaa maddisiisu ta'a,

πŸ’‘ Bu'aa gaarii argachuuf jiraachuurra, madda summii badiisaa facaasu ta'a,

πŸ’‘ Waan qabuuf waan hin qabne gargar baasee hin hubatu, dhabuu qofa lakkaa'aa,

Walumaa gala sammuun soorata gaarii dhabee agabaa'e madda rakkooti.

β€’ Sammuu kee soori haa guddatuu,
β€’ Leenjisi yaadota gaariidhaan,
β€’ Dubbisi kitaabota isaaf malu,
β€’ Albuuda qarshii kamiin hin tilmaamamne of keessaa akka qabdu hubadhu,

Ciminnii fi guddinni sammuu kee ofiikeef, maatii keef, naannoo keef, addunyaaf bu'aa gaarii akka argamsiistu si taasisa. πŸ™

@Gech_pdf


πŸ€” "Yeroo tokko tokko Waaqayyo irraa dhageenyee deemsa jalqabuun keenya akka of hin gowwoomsinetti itti yaaduu danda'uutu nutti jiraata. Akkamitti yoo jenne Waaqayyo irraa dhageenyee adeemsa jalqabuun gaarii ta'ee, garuu waanuma Waaqayyo waan goonu hundumaatti gammadu nutti fakkaata."
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu! πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-karaatti-nama-hambisu/


⏰️ Yeroo Sirrii ❓

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


πŸ’‹ Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/


πŸ’¬Qajeelfamni kaayyoo yookiin galma waan tokkoo biraan nama geessisu yeroo hundumaa gaaffii "maaliif" jedhu of gaafachuudha. Fiigicha utuu hin jalqabin dura, maaliif akka fiigdu beeki!

🟣Fiigicha kee keessatti wantoota afran kana beekuu qabda... Itti fuftanii dubbisuu fi barnoota baay'ee gaggaarii ta'eef yeroo hundumaa website keenya hordofaa!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/maaliif-akka-fiigdu-beeki/


πŸƒβ€β™‚β€βž‘οΈπŸƒβ€β™€β€βž‘οΈ Barnoonni "fiigichi kee maal si argachiisa?" jedhu, barnoota baay'ee bal'aa ta'ee fi bara si'anaa kanatti baay'ee barbaachisaa kan ta'e akkasumas barnoota hafuura namaa boqochiisu dha. Akka seensaatti ibsa kennuudhaan itti fufnee mata duree adda addaa tuquudhaan waliin barachaa itti fufna.
Guutummaa isaa website keenya irraa argachuu dandeessu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://gaggeessummaa.com/fiigichi-kee-maal-si-argachiisa/


✍️ #God will not work your way without working you, God will not change people your way without changing you. He will not guide you in your way without guiding you. Because he who does not 🚫 change does not change anyone, and he who does not justify himself does not justify anyone.

✍️ #God changes you, changes your circumstances, changes your things, and uses you to change a lot. A house must be properly designed and built before it can be inhabited. God prepares a message for you before He gives you a message to the people.

He who hears God will be heard, and he who honors God will be honored. He who loves God remains loved. Amen πŸ™

@Gech_pdf

20 last posts shown.