Galaana Faarfannaa † Asea of ​​Song🌍


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Music


Channel kun Faarfannaa guyyaa guyyaan Kan isiniif maxxansudha.
⚡Nuquunnamuuf ykn Faarfannaan akka isiniif gadhiifama kan feetan karaa @galaanafaarfannaachat12 ergaa.
👉 0917635480🎙️
👉 YouTube :-https://www.youtube.com/@bilisummaabaaruuofficial5324

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Music
Statistics
Posts filter


Gaaffii!

1 Namni Fayye Tokko Fayyinasaa hin dhabaa?
A Eeyyee
B Lakki.

Yoo eeeyyee Ta'e Maaliif Dhaba.
Yoo lakki ta'e Maaliif akka ta'e.

Nuuf barreessitu.

Carraa Gaarii.

684 0 1 25 21

Seera Gaaffiif Deebii keenyaa.

1 Qubeessuu danda'uun dirqama.
2 Copy ykn Yaada namaa barreessuun Dhorkaadha.
3 Gaaffii Gaafatamtan Daqiiqaatti Fayyadamuu dhiisuun Dhorkaadha
4 Deebiin keessan Xiqsiidhaan Kan deggerame Yoo ta'e irra caalaa fudhatamaa Ta'a.


Carraa Gaarii.

Hub: Gaaffiin keenya Saatii 2 kaasee hanga saatii 4 qofaatti tura.


Gaaffiif Deebiin keenya Saatii 2 irratti .... 🎙️


Ammas Oduu Gammachiisaa.

Namoonnii Faarfannaa KEESSANIIF Poster Ykn Coming Soon isaa Hojjechiifachuuf Fedha qabdan kunoo @galaanafaarfannaachat12 nuquunnamaa⚡


Nagaan Waaqayyoo isiniif hata'u!

Namoonni Faarfannaa Gadhiifachuu barbaaddan Biyya alaas Kan Jirtan Biyya keessaa karaa
@galaanafaarfannaachat12 kana Nuuf ergaa.




Waaqayyo Gaariidha - Magarsaa Baqqalaa

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


"Waaqayyo Gaariidha, guyyaa gidiraatti
Gaachana amanamaa Mana galgalaati..."


Hayyee Hayyee

Gaaffiif Deebiin Sanbata Guddaa galgala Saatii 2 irratti isiniif gadhiifama
Maarree isinis Hangasitti Wangeela keessaan dubbifachaa ñu'eegaa.

Egaa isinis akkuma jaalala keessan Duraanii sana Channel kana share gochaa ñu'eegaa.

Isin jaallaanna.

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


Oduu Ammee.

Guyyaa Sanbata Guddaa Torban Torbaniin Gaaffii Badhaasa qabu saatii 1 qofaaf Kan turu qophii akkasii qabannee dhufaa jirra.

Badhaasni Kunis Nama Deebii sirrii argatee fii akkaataa itti gaafatameen deebise Badhaasa.

Kanaafuu hundi keessan irratti hirmaachuuf qophaa'aa.

Badhaasa 1ffaa Kaardii 25
Badhaas 2ffaa Kaardii 15
Badhaasa 3ffaa Kaardii 5

Kun Kan ta'u Yoo isin ni hirmaanna jettanii yaada nuuf kennitanidha.

Kanaafuu Yaada keessan comment Jalatti barreessaa.

👉Gaaffiifii Deebii kana ha'eegalluu ?

Eeyyee ykn lakki.










✉️ "Yaada guddaa yaaduuf dirqama nama guddaa ta'uu hin qabdu, Nama guddaa ta'uuf garuu yaada guddaa yaaduu qabda."

— Dr. Mayles munroe.

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1


Kan YESUUS Jaalalli Adda.


Galata - Bonney Wakjira & Fenan Befkadu New 2024

✝️:
@galaanafaarfannaa ☑️






Video is unavailable for watching
Show in Telegram
📺 Kan Jiraattu ❤️

👉 J O I N ;- @Galaanafaarfannaa1

20 last posts shown.