🔵Ganamaaf Galgalli jireenya namaa keesatti dhiibaa akkamii qabachuu danda'a jettanii yaaddu? Keessumattu wantootni nuti utuu hin Rafiin dura Goonuuf, ganama gaafa kaanu goonu Guyyoota Keenya irratti dhiibaa akkamii qabaachuu danda'u?
Yeroo baayyee akkaataan nuti itti jireenya keenya jalqabnu akkamitti ooluu akka dandeenyu murteessa. Haalli ykn akkaataan rafiitti keenyaa ammoo halkan hirribaa akkamii qabaachuu akka dandeenyu Akkasumas Abjuu nuti qabaannulle ta'a.
mucaa wal_beeknu tokkkotu jira, inni ga waanuma barumsa wajjin wal-qabatuudha Gaafa waa hojjechuu dadhabne rafnu ganama gaaafa hirriba kaaanu akkas naan jedha abjuu kootiin hojjedhaa ture xumurree rafne mitii eda naan jedha: Abjuudhaan waan isa Argaa tureef dhuguma itti fakkaata ture. 😀
anyway maal jechuufan jedhe Waanti rafuu namaa dura hojjetamu dhiibbaa akkamii qabaachuu akkanni danda'u mullisuu barbaadeni. yeroo baayyee wantoota nuti utuu hin rafiin dura waayee isaa yaadaa turretu jalqaba irratti gaaf hirribaa kaanu waanta nuti yaaadannu ta'a. yeroo tokko tokko ammoo waanti yeroo hirribaa keenya Keessa Abjuu ta'ee Nuuf Dhufuyyu wantoota nuti rafuu keenya dura Gooneedha yookiin Yaadneedha.
Egaa baayyee keenya biraa yeroo rafnuttille biblilli kee nu biraa hin fagaatu miiteree?? Hundaafuu waanti nuti xumura irratti ittiin Rafnu bilbila wayiii deebisuu ykn ammoo text wayii reply Gochuun warri kanarra Hafne ammoo fiilmiiiifaa ilaaala rafna. Gaafii gaaf ammoo hirriba hamma naaf dhufutti jenneelle wantoota kana gochuu filanna. Kunis har'a irratii gaafan yaadu wallaalummaa keenyaa kan mullisu ta'uusaan arge.
ogeessonni fayyaa hirrba dhibibaa inni fayyummaa nama walii galaa irraatti qabu irratille dhiibbaa Guddaa akkanni Qabu mirkaneessu.
Barruu tokko irraa akkan argetti ogeessi fayyaa hirribaa Dr. Drerup yeroo hirriba ofii duratti wantotni namni godhu overall health namaa irratti dhiibbaa ulfaataa ta'e akkanni qabu hubachiiisa. Kanaanis yoo xiqqqaaate Namni tokko rafuu isaa durse saatii 1 yookiin 2 Dursee bilbila faayyadmuu dhaabuuu dhiisuuu qaba jedhanii daangaa kaa'u.
Keessuma dhiibbaa kana irratti social media n nuti fayyadamnu illee dhiibbaa wal-caaluu qaba. Fakkeenyaaf Tiktok Daqiiqa muraasa keessati videowwan baayyee ilaalu waan nu dandeessisuuf odeefffannoo heedduun yeroo Gababaa keessatti sammuu Keenya akka seenu Godha. AKKA ogeessi fayyaa kun jedhutti ammoo yeroo Hirribaa namaalle akkanni fageeessuu danda'auudha. Sababiina odeeffannowwan sun sammuu keenya dammaqaa taasisiu waan ta'aniif. Hin gaha nan rafa jettee yeroo ati bilblila kee cuftutii illlee sammuun kee more information biraa barbaada.
Dr. Drerup akka jedhutti Social Media irraa waanta nuti scrolll goggodhaa turee sammuun keenya erga nuti dhiisnelle deddebise fiduu ACTIVE OF GODHEE tura jedhu. Dammaqiinsa kan fidu waan nuti ilaalaa turre sana qofa miti,garuu sana booda waan sana feeel waan goonuuf fi waan waayee isaa yaadnuuf. Kan biraan ammoo waanti nuti ilaalle yookiin Scroll scroll goonee content,qabiyyee inni qabudha.
Egaa wantoonni kun wantoota nuti jalqaba gaafa ganama dammaqanu yaadannu ta'u, Akkasitti Namni ganama isaan Guyyaa jeeqamaa ta'ellee qabaachuu danda'a! Galgalli akkasitti jeeqame ganama Qalbii jeeqamaadhaan akka namni dammaqu Godha. inni kun Ammoo oolmaa namaa iratti dhiibaa hamaa qaba.
Namni waaqayyo Dawwit Far. 5 irratii an ganamaan siifan of+qopheessa gara keen ilaala jedha waaqayyoon.
Hundaafuu Galgalli yeroon hirriba keenya Duraa waanti goonu akkam ta'uu akka qabu itti yaaduun Dirqama yoo akkas ta'e Qofa Ganama Waaqayyoof of-qopheessuun nuuf salphata. Kun ammmoo guyyaa guutuu Abdiif Amantiin Guuutamne akka yaadnu fi bakka dhaqnuttis dammaqo akka taanuuf nu gargaara.
Eebbifmaa!
Waaqayyo Gooftan Bara Keessan Haa EEbbisu!
🌐 Christian Living