#Of_Gaggeessuu (Self leadership).
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
#Jireenya dhala namaa keessatti gaggeessuummaan gosa hedduu jira. Kanneen keessaa isa jalqabaa kan ta'e of gaggeessuu dha. Kun immoo gosoota gaggeessummaa keessaa yeroo baay'ee ulfaataa kan ta'edha. Ogeeyyiin gaggeessummaa hedduun of gaggeessuun gaggeessummaa isa jalqabaa akka ta'ee fi akka salphaatti kan hin ilaalamne akka ta'e dubbatu.
🧑🎤 Of gaggeessuun imaammata mataa of danda'e qaba. Isaan kana gabbifachuun immoo dandeetti of gaggeessuu daran kan dabaluudha. Isaanis:
1. #Of_beekuu/ self awareness/ Inni kun akka nama dhunfaatti sonawwan jireenya ofi beekuu, ciiminaa fi dadhabina ofii beekuu, of madaalaa deemuu fi namoota irraa dubdeebbii fudhachaa deemuu of keessatti qabateedha.
2. #Of_hoggannuu/ self management/ inni kun ammoo dandeetti yeroo of bulchuu fi miira ofi bulchuu of keessatti qabata. Kana guddisuuf ammoo akka toftaatti kan nu fayyadan: waan gaarii ofitti himu/positive self talk/, hiriyaa irraa dubdeebbii fudhachuu, waan tahu barbaadnu fakkiin kaa'uu/ visual board/ qabaachuu fa'a ta'a.
3. #Of_Si'eessuu/ self motivation/
Si'aa'iinaaf wanti barbaachisaan inni tokko fi inni guddaan galma ofii beekuudha.
Si'aa'iinni= Galma + Humna(energy)+ Xiqqaa irraa eegalani hojjachuu dha.
4. #Of_guddisuu ykn of barsisuu / self development/: Akka nama of gaggeessuu tokkotti guyyaa guyyaan dubbisuu, leenjii adda addaa fudhachuu fi namoota nu gorsan yookiin mentor godhachu barbaachisa.
5. #Of_gamaagamuu/ self reflection/: Guyyaa waan keessa oole of gaafachuu fi ciiminaa fi laafina keenya adda baasaa deemuu fi jireenyi keenya haala kamiin akka deemaa jiru beekuun baay'ee barbaachisadh.
✍️Akka walii galaatti dandeetti #of_gaggeessuu kana #guddisuuf #tooftaaleen barbaachisoo ta'an kan armaan gaditti.
1. Mul'ataa fi galma ofii haala #Bareeda ta'een kaa'achuu.
2. Yeroo keenya #Haalan osoo hin qisaseesin sirnaan fayyadamuun sirnaan of hogganuu.
3. Bilchina miiraa ofii guddisuu.
4. Guyyaa har'aa irra dhaabbatanii bor eessa gahuuf akka deemnuu fi addunyaan kun garam deemaa akka jirtu beekuudha.
#Karaan_banamaadha.Like,Share fi comment💛💛💛💛💛👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/GrowInChrist2024