#Ceephoo.
______
#Ceephoo:- yeroo baay'ee soda, wabii dhabu fi innaaffaa irraa madduu danda'a,Hoogganaa sirriin immoo ceephoo hin taaneef deebii kennuuf jecha yeroo isaa gubuu hinqabu.Ceephoon jireenyi hoogganaa tokko akka bilchaatu, mul'ata qabuu fi kaayyoo isaaf hangam akka of kenne akka of arguuf akka qormaataati.
#Addunyaa kana irratti karaa kamiyyuu ceephoo hin barbaadu yoo jette homaa tokko illee hojjechuu hin qabdu, yeroo hundaa ceephoodhaaf deebii nuti laannu murteessaa dha.kanaaf kanneen armaan gadii haalan dirqama.
♦️#Ceephoo tuffachuun gowwummaadha.Ceephoo simachuun gaarii dha.
🤷 #Ceephoo ofirra ittisuun hubannoo dhabuu dha.
🦻#Ceephoo dhaggeeffachuun mallattoo bilchinaati.
🙅 #Ceephoo busheessuun kisaaraa dha.
🧏#Ceephoo irraa fagaachuun gufuu guddinaati.
🤦#Ceephoo Xiinxaluun hanga dhadhaa baasuuti.
🙀🦹Ceephoo Ceephoon deebisuun diina biraa uumuudha.
https://t.me/GrowInChrist2024