ETHIOPIAN PASSPORT


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Education


ፍጥነት ከታማኝነት ጋራ ::
የኛ ግሩፕ
@Ethio_Passport_Group

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Education
Statistics
Posts filter


ድሬዳዋ ቅርንጫፍ በ 1 ወር ዉስጥ የሚመጣ ፓስፖርት አለ የሚትፈልጉ በዝህ አዋሩን ::
https://t.me/Online_Passport_Service


የዲጂታል መታወቂያ (ፋይዳ) ምዝገባ በሁሉም የአገልግሎት ማዕከሎቻችን እየተካሄደ ይገኛል።

በቴሌብር ሱፐርአፕ https://onelink.to/uecbbr ውስጥ በተካተተው አቅጣጫ ጠቋሚ መተግበሪያ በመታገዝ አቅራቢያዎ የሚገኘውን የምዝገባ ማዕከል ይወቁ፤ በአካል ቀርበው በነጻ ይመዝገቡ!

ለተጨማሪ መረጃ https://bit.ly/45NUZRy ይጎብኙ!


#DigitalID #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia


ይህ #በቴሌብር የፓስፖርት ክፍያ ህደት በፎቶ ነው ::የሚዝገባ ብቻ ከፍለዉ ፓስፖርት መመዝገብ ይችላሉ :: በዝህ ያዋሩን https://t.me/Online_Passport_Service

Join Our Group
@Ethio_Passport_Group

#ShareThisPost #Share




የኛን ቴሌግራም ግሩፕ ይቃላቀሉ ::

https://t.me/Ethio_Passport_Service










🎓ለውጭ ሀገር ሥራ ስምሪት ስልጠና የት ማግኘት ይቻላል?

✍️የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር የውጭ ሀገር ሥራ ስምሪቱ የዜጎችን መብት፣ ደህንነት፣ ክብርና ተጠቃሚነትን ያረጋገጠ እንዲሆን ለማስቻል ከዘረጋቸው ሥርዓቶች መካከል አንዱና ዋነኛው #ሥልጠና ነው፡፡

✍️በስምሪቱ ተጠቃሚ ለመሆን የሚፈልግ ማንኛውም ሰው በዘርፉ የሚሰጠውን ስልጠና መውሰድና ብቃቱን በምዘና ማረጋገጥ ይኖርበታል።

✅ስልጠናው የሚሰጥባቸው ቦታዎች

👉በመላ ሀገሪቱ በሚገኙና በተመረጡ የመንግስት ቴክኒክና ሙያ ማሰልጠኛ ተቋማት፣
👉ህጋዊ እውቅናና ፍቃድ በተሰጣቸው የግል የስልጠና ተቋማት፣

💰 ለስልጠና የሚከፈል ክፍያ አለ?

➡️ በመንግስት የቴክኒክና ሙያ ማሰልጠኛ ተቋማት፡ 🆓 በነፃ፣
➡️ በግል የስልጠና ተቋማት፡ 💰 በክፍያ፣

✅የብቃት ምዘና

📝 ለሙያ ብቃት ማረጋገጫ ምዘና ምንም አይነት ክፍያ የለውም፡፡

📢ይህን መልዕክት ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

👉ይህንን መረጃ በማጋራት ሌሎችም ላላስፈላጊ ወጪና እንግልት እንዳይጋለጡ ያግዙ ❗️

ሰልጠነው ብቃትዎን በምዘና በማረጋገጥ ተወዳዳሪነትዎን ያሳድጉ፣ የስኬትዎን መንገድ ያስፉ!

የካቲት 16፤ 2017
ለወቅታዊ ትኩስ የሥራና ክህሎት ሚኒስቴር መረጃ በሚከተሉት የማህበራዊ ትስስር ገፆች ይከታተሉን::


Waggaa 10'f tajaajila
Daarektarri Kominikeshinii Tajaajila Immigireeshiniifi Lammummaa Itoophiyaa Obbo Maastawaal Gadaa yeroon tajaajila paaspoortii Itoophiyaa kanaan dura waggaa shan ture gara waggaa 10tti ol guddachuu BBCtti himan.

Kanaan booda paaspoortiin lammiilee umuriinsaanii waggaa 25 ol ta'ee hundi paasportii haaraa waggaa 10f tajaajilu akka argatan ibsaniiru daarektarri tun.

Haata'u malee lammiileen umuriinsaanii waggaa 25 gadi ta'e ammoo paasportii ''barame'' fi kan waggaa shan qofaaf tajaajilu akka argatan ibsaniiru.

Kana malees viizaa fi hayyamni jireenyaa lammiilee biyya biraatiif kennamus paasportii waliin ni jijjirama jedhameera

Tajaajilli Immigireshiniifi Lammummaa Itoophiyaa paaspoortii baafachuuf kanfaltiisaa dabaluu dhiheenya kan ifa taasisuun isaa ni yaadatama.

Kanaan dura paasportii haaraa baafachuudhaaf birrii kuma lama kan kanfalamu yoo ta'u amma garuu gara birri kuma shaniitti ol guddachuun ibsameera.

Kana malees paastortii ariifachiisaa argachuudhaa duraan kan birrii kumni shan kanfalamaa ture amma birrii kuma 20 (doolaara 200) ta'u beeksiiseera.

Akka odeeffannoo tajaajilichaatti yoo ta'e paaspoortii yeroonsaa kan hin dhumne ta'e garuu yoo sirreeffamni kan barbaachisu ta'e tajaajila saffiisaatiin birrii kuma 40,500 kanfalchiisa.

Haaluma walfakkaatuun paaspoortii bade bakka buusuuf akkuma sirreeffama guyyaa lamaatti akkasuma birrii 40,500 kanfalchiisa.

Lammiileen Itoophiyaa biyya biraa ta'uudhaan paasportii idilee Imbaasii biyyattii gaafatan ammoo doolaara 200 kanfalu. Guyyaa 15 keessatti saffiisaan argachuudhaaf ammoo doolaara 350 kanfalu.

https://t.me/ICS_Addisababa
https://t.me/ICS_Addisababa


Maaltu itti dabalame?
Paaspoortii haaraa ifoome kanarratti qabiyyeen haaraan dabalame ammoo fuula Viizaa paaspoortichi qabu hundarratti qabeenya Turizimii Itoophiyaan qabdu maxxanfameera.

"Siidaan Aksum, Gamoon Faasil, Laalibalaan, teessuma lafaa Koonsoo, dhakaa Xiyyaa, hidha Haaromsaa, masaraa Abbaa jifaar, Harar, Luusii, muuziyeemii Adawaa fi paarkiin Inxooxxoo irratti argamu" jedhan.

Paaspoortiin haaraan kuni bareedinaan kan duraarra kan caalu, qulqullinaa fi iccitummaadhaanis kan duraarra caalmaa guddaa akka qabaatu ta'e hojjetamuu eeran.

Sirna Paaspoortii haaraa ifoomsuu kanarratti kan argaman Pirezidaantiin Itoophiyaa Taayyee Atsiqasillaasee, biyyi paaspoortii qaroomina yeroon dhaqqabe waliin deemu qabaachuun kabaja lammiileetif gatii guddaa qaba jedhan.

"Paaspoortiin Itoophiyaa iccitii olaanaa akka qabaatu ta'uun milkaa'ina guddaa qofa osoo hin taane, hiriira hariiroo qaroominaa biyyoota waliin qabnu kan sirreesudha."

"Paaspoortii Elektiroonikii fayyadamuu jalqabuun keenya karaa tokkoon maqaa gaarii biyya keenyaa kan olkaasu, lammiilee keenyaaf gatii kenninu kan ibsudha. Gama kaanin ammoo nageenya biyya keenyaa eegsisuurratti gahee guddaa qaba" jedhan.

Lammiin tokko Paaspoortiin biyya isaa kan sadarkaasaa eeggate gaafa ta'u akka ofitti boonu kan gargaaru akka ta'e mudannoo isaaniirraa eeruunis ibsan.

"Yeroo Jalqabaaf biyya alaa deeme paaspoortiin Itoophiyaa diimaa, kan harkaan barraa'e ture. lammiileen biyya alaa isa nuharkatti ilaalanii 'Waan harkaan barraa'een biyya biraa deemu' jedhanii ajaa'ibsiifatu ture."

"Bakka barnootaaf biyya alaa turretti barattoonni paaspoortii isaanii waliin dorgomsiisu ture. Warri kan keenya yeroo baayyee deebiin isaanii 'Paaspoortiikoo hin qabanne' kan jedhu ture. Sababnisaas waan nama duratti dhihaatu hin turre" jedhan.

Paaspoortiin teeknolojii olaanaa qaba jedhame kuni erga hojiirra oolee fi biyya keessatti kan omishamu ta'ee ammoo tajaajilli Immigireeshinii fi tajaajila Lammummaa Paaspoortii lammii ulaagaa guute hundaaf si'oominaan akka dhiheessuu qabus dhaaman.

"Lammiin Itoophiyaa kamuu kan ulaagaa guute paaspoortii baasuuf yeroo gaafatu raakamuu hin qabu. Tajaajila paaspoortii kana argachuuf muxannoos beekumsas kan hin qabne lammiilee hedduutu jira, isaan gargaaraa. Warra waliindhooftota irraas eega" jedhan.

Sirna paaspoortii fi sanadoota imalaa Elektiroonikii Itoophiyaan ifoomsite kanarrattis angaa'onni olaanoon mootummaa, ambaasaaddaroonni fi keessummoonni hedduun argamaniiru.

Pirezedaantiin Itoophiyaa Taayyee Atsiqasillaasee paaspoortii Elektiroonikii Itoophiyaan hojiirra oolchite kana fudhachuun nama jalqabaa yoo ta'an, angaa'onni mootummaa olaanoon sirnicharratti argamanis paaspoortii haaraa kana fudhataniiru.

Paaspoortii Elektiroonikii haaraan kuni tajaajila Paaspoortii irratti rakkoo jabaa kan ture fakkeeffamee hojjetamuu sadarkaa olaanaan kan hambisu akka ta'ee fi guyyaa ifoome kanarraa eegaluun hojiirra akka oolus ibsameera.


Paaspoortii haaraan kuni sadarkaa teeknoloojii addunyaan amma irra geesseen kan qophaa'e ta'uus dubbatan.

"Paaspoortii haaraan kuni 'chips' keessa isaa jiruun ragaalee guutuu abbaa paaspoortii sirnaan kan qabate. Fayyadamaafis mijataa fi tajaajila kenninuu si'ataa gochuufis gahee guddaa kan qabudha" jedhan.

Paaspoortii haaraan kuni paaspoortii Itoophiyaan ammaan dura fayyadamaa turte Paaspoortii maashinaan dubbifamurraa guutumatti gara paaspoortii elektiroonikiitti kan ceessisedha.

Paaspoortiin elektiroonikii haaraan ifoome kuni paaspoortiiwwan gosa afur qophaa'uu kan himan hoggantuun tajaajilichaa, paaspoortii dipiloomaatotaa, paaspoortii tajaajilaa, paaspoortii idilee fi paaspoortii lammiilee alaa kan qabudha.

Kanaan alattis sanadootni imalaa akka Sanada imala ariifachiisaa, Sanada imala si'a tokkoo fi Sanada imala baqattootaa fi waraqaan eenyummaa dhalattoota Itoophiyaas guutumatti gara Elektiroonikiitti jijjiiramuu eeran.

Paaspoortiin haaraan kunis ta'e sanadootni imalaa haaraa ifooman kuni guutummaatti Itoophiyaa keessatti kan omishaman ta'uun ammoo gammachuu dachaadha jedhan Aadde Salaamaawwit.

"Oomishaaleen kunneen biyya keessatti omishamuun rakkoolee saffisaa fi dhiheessii paaspoortii irratti mudachaa ture kan furu qofa osoo hin taane sharafa alaa Itoophiyaan paaspoortii alatti maxxansiisuun galchuuf baastu guutumatti kan hambisu" jedhan.

Paaspoortii fi sanadootni imalaa Otoophiyaan ifoomsite kuni dhaabbata Biyya Jaappaan 'TOPPAN Security' jedhamu waliin qindoomuun Paarkii indastirii Boolee lamiitti kan omishamudha.


Paaspoortii haaraa Itoophiyaan ifa gooterratti qabxiilee beekuu qabdan

Ibsa waa'ee suuraa,Paaspoortiin ammayyaawaadha jedhame kuni biyya keessatti qophaa'e
21 Guraandhala 2025
Tajaajilli Immigireeshinii fi Lammummaa Itoophiyaa paarspoortii fi sanadoota imalaa gara Elektiroonikiitti jijjiiruu waggaa tokkoo oliif irratti hojjechaa ture xumuruun har'a Finfinneetti ifoomse.
Sirna paaspoortii fi sanadoota imalaa haaraa ifoomsuu muuziyeemii Saayinsiitti qophaa'e kanarratti haasaa kan taasisan Hoggantuun Tajaajila Immigireeshinii fi Lammummaa Itoophiyaa aadde Salaamaawit Daawit, paaspoortiin amma dura ture hanqinoota hedduu kan qabu akka ture eeran.
"Waggoota 20 darban paaspoortii maashinaan dubbifamutu hojiirra oolaa ture. Yeroo kana qulqullinni omishasaa gadi aanaa ta'uun dafee dulloomuun, maashinaan sirnaan dubbifamuu diduu, fakkeeffamee hojjetamuun isaan ijoodha" jedhan.
Paaspoortiin elektiroonikii haaraan ifoome kuni paaspoortii lammiilee idilee ammaan dura diimaatti dhihaatu ture gara cuquliisaatti kan jijiiramee fi abaaboo birraa ofirraa kan qabudha.
Tajaajilichi rakkoo qulqullinaa fi dhiheessii paaspoortii irratti mul'atu kana furuuf rifoormii gaggeesse keessaa ijoon paaspoortii fi sanadoota imalaa yeroon barbaadu qopheessuu akka ture himan.

14 last posts shown.