Wantoota Waaqayyoon dheekkamsiisan.
π Erm 22: 1-30
Akkuma Raajichi Ermiyaas mooti Yihudaa kan ta'e Zedeqiiyaatti dubbate wantootni Waaqayyoon dheekkamsiisan boqonnaa 22 gutuummaasaa yoo dubbisne ni argina jechuu dha.Β
Isaan keessaa :-Β
1. Waaqayyoon dhaga'uu diduu. π Erm 22:20-21.
2. Jal'inni yaada garaa namaa hammaachuu fi bu'aa karaa dalgaan sooromuu. π Erm 22:13-17.
3. Gaa'elli salphachuu fi Ejjummaa. π Erm 5:7-9 , π Ibr 13:4.Β
4. Ulfina Waaqayyootti kan bu'u waaqa tolfamaatti waaqessuu : π 1mot 11:5-7
5. Raajota sobduu fi hordoftoonni isaanii baay'achuu. π Erm 5:31 , Erm 23: 9-32.
6. Firdii qajeelaa jal'isuu. π Erm 5:1-5,Β lakk 28.Β
7. Dhiiga qajeelotaa akkasumaan dhangalaasuu. π Fak 29:10, π Mik 7:2.
Kana ooluuf maal gochuu qabna ???
A. @Waaqayyoon dhaga'anii jiraachuu. π 2Sen 24:26. π His 33:11.
B. Qajeelummaa , dhugaa fi Hafuuraan Waaqayyoon qofa waaqessuu. π Uma 8:20-21
C. Qalbii diddiirrachuu. π Erm 18:8 fi 11 , π Yoe 2:12-17.Β
JoinΒ π₯Β @Jaala_Dhugaa