🙂
Hiriyaa gaarii ❤️Hiriyyoota meeqa qabaadhus, hammaan haasa'ee yeroo siwaliin dabarse, namni bakka si bu'uu akka hin dandeenye yeroo hunda yaadadhu.
✅Bakka bu'iinsa kan hin qabne turte jirta,
ni jirtas.
🎆
Yeroo hundumaa onnee koo keessatti
bakka addaa ni qabaatta.💎
✅
Like 👍
Share ⛓