Madda Ispoortii ™


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Career


Chaanaalii kana keessatti :-
☞︎| Odeeffannoowwan Isportii

☞| Odeeffannoo jijjirraa Kilaboota
☞| Gabaasota addaa adda waa'ee isportii

☞| Taphoota Kallattiin
Yaadaf @Beki_ggmu

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Career
Statistics
Posts filter


Wow 😲 walaloowwaan gargaraa jalallee kessaniif barressuf jettanii rakkachaa jirtuu marree chanala asii gadii join godhaa dhaa irraa fayydamaa




MIRKANEESSAA:

Maatiyaas Teel akka isaanitti makamuu akka hin barbaanne Tootinaami beeksiseera.

(Madda: Fabrizio Romano



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🔤🔤🔤 🔤🔤🔤🔤

🧑‍🎓Afaan furtuu waa maarati Afaan meshaalee dhalli nama hundi ittiin tajaajilaamudha.🗣

➡️Marre kana sababeefachuudhan namonnii mana kessan tettani karaa telegramni afaa Ingiliffaa Afaan oromootin barachuu barabadan hunduu @English_Oromo1 furmaata hundaa isiinf qabate dhufe jira.🫂

➡️Namonnii afaan Ingiliffaa barachuu barbaddan qofti chaanaalii kanatti makama afaan Ingiliffaa baraadha.👥

https://t.me/English_Oromo1
https://t.me/English_Oromo1


Kabajamtoota fi jaalatottaa Kubbaa Miilaa Hundumaaf

Channal YEROO ISPORTII Qulqulina Hojii isaa Dabaluuf namoota bayyeef Carraa Hojii Admin Kennuu Barbada

Ulagalee 👇

1- Afaan Oromoo Kan barressuu Danda'u ta'u

2- Odeffannoo Isportii yeroo isaa Egatte Kan maxxansu ta'u

3- tapha Tamsaasa kallattii Dabarsuu Kan danda'u ta'u

4- Odeffannoo kan maxxansu ta'u

Namonni Ulagalee Armaan olii kanaa Guutan Karaa @Oro_waver na Dubbisaa

@Oro_waver
@Oro_waver
@Oro_waver

Na dubbisaaa


Tapha man city saddettan itti aanan... ⤵️

▪️ Arsenal (A), Premier League
▪️ Leyton Orient (A), EmiratesFACup Marsaa Afraffa
▪️ Real_Madrid (H), Champions League Tapha kuffisani Darbu Marsaa 1faa
▪️ Newcastle_United (H), Premier League
▪️ Real_Madrid (A), champions League Tapha kuffisani Darbu Marsaa 2faa
▪️ Liverpool (H), Premier League
▪️ Tottenhm (A), Premier League
▪️ Nottingham Forest (A), Premier League

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🚨 Breaking

Tootinaam Baayern Muuniik waliin walii galtee Yuuroo miiliyoona 60 yoo ta'u, Maatiyaas Tiil garuu gaaffii jijjiirraa Tootinaam kuffiseera. [Faabriiziyoo Roomaanoo]
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


#Official

Maanchistar Siitii fi Riyaal Maadriid

Tapha marsaa tokkoffaa - Fulbaana 04 Itihaaditti

Tapha marsa lammaffa- Fulbaana 12 Bernabeu irratti

#UCL

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


#official

Kubbaan tapha waancaa kilaboota addunyaa ifoomeera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🚨 Aston Viilaan Maarkus Raashfoordi liqiidhaan fiduuf yaadaa jira; Raashfoord gara Baarseloonaa deemuu ykn Yunaayitid turuu filata, kanaaf amansiisuu qaba.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Boornemaawuz bara kana dirree isaa irratti Tapha afran darban keessaa sadii injifateera.

Walumaa galatti galchiiwwan 9 galchuun tokko qofa itti galchera.

Boru galgala sa'aatii 12:00 Boornemaawuz fi Liivarpuul Istaadiyeemii Vitality 🔥 irratti. Wanta uumamu walin ilall.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🗣️ Liyooneel Iskaaloonii: "Liyooneel Meesiin waancaa addunyaa bara 2026 Arjentiinaa waliin taphachuu barbaada" 🇦🇷🏆

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin issin biraan ga'u isinif bannera channel kenyaatti dabalaamuf bakka LIVE jedhu tuqa


🚨 Al-Nassr taphataa sarara cinaa Biraayitan ganna 27 Kaoru Mitoma £m90m gatii lammataa fi isa dhumaa dhiyeessuuf karoorfateera.

(Madda: CBS Ispoortii)


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


■ Viiniishiyes Juuniyeer tapha Maanchister Siitiif osoo of qopheessuu Kaayil Waalker akka hin jirre yeroo yaadatu.😁🕺

For funny 😁 😂

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ


Tapha marsaa tokkoffaa - Fulbaana 12 Itihaaditti, tapha marsaa lammaffaa - Fulbaana 19 Bernabeu irratti


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🇸🇦 Al-Hilal €300m Real Madrid'f Rodrygo'f, waggaatti ammoo €140m akka argatuu dhiheessaniiru.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


🚨 Paatriik Dorgu Dilbata dhufu Xaaliyaanii irraa gara Maanchistaritti imala.

✍️ Fabrizio Romano

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


✅Taphoota Piriimeer Liigii Inglaand torbee 24ffaa.

💠Sambata
09:30 🔰 Nootinghaam Biraayteen waliin
12:00 🔰 Bornmaawuz Livarpuul waliin
12:00 🔰 Everteen  Leester Siitii waliin
12:00 🔰 Ipswich Saawuzhampiten waliin
12:00 🔰 Niwkastil Fulhaam waliin
02:30 🔰 Wolviis Astonvilaa waliin

💠Dilbata
11:00 🔰 Bireentfoord Tootenhaam waliin
11:00 🔰 Maan Yunaayitid Kiristal Paalas waliin
01:30 🔰 Arsenaal Maan Siitii waliin

💠Wiixata
05:00 🔰 Cheelsii Westhaam waliin


Roobii

4:30👉 Everton vs Liverpool




𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1


Johan Bakayoko: “Liivarpuul makamuu akkan danda’u mirkanaa’aa dha.”

“Maqaawwan gurguddoo waliin injifachuu keenyatti gammaduu dandeenya, garuu garee cimaa waliinis hin dhufne. Garee cimaa waliin dhufuu dhabuun isaanii qaaniidha.”


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 ➲@maddaIspoortii1

♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

20 last posts shown.