ODUU ARSENAL


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Sport


Channel oduu Arsenal jedhu kun oduu Arsenal hundaa kan isinii himudha

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Sport
Statistics
Posts filter


SUURAA SHAAKALA HAR'AA ARSENAAL KANA FAKKAATA
LIKE 👍 GODHAA


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


🚨 EXCL

Saakaan kontiraata haaraa irratti walii galeera

[Team news & Ticks]


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


🔥

Dubartoonni keenya Emirates irratti 2 fi 1n injifatamte har'a shaampiyoonaa shaampiyoonsi liigii Awrooppaa yeroo 8ti kan ta'e Olympique Liyoon dirree isaanii irratti 4-1n injifachuu danda'ee jiraa 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🔥

Mee garee kanaaf 👍 godhaa


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


Deeggartoonni Baarseloonaa tapha xumuraa Koopaa Dilary irratti Riyaal Maadriid erga injifatanii booda alaabaa Arsenaal agarsiisaa turan 👀


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


Maaks Daawmaan har'a waaree booda tapha garee Arsenaal U18 garee Reading U18 waliin taasisaniin daqiiqaa 55' irratti Haatrikii hojjatee jira.

Like 👍 godhaa


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


Arsenaal taphataa sarara ittisaa Baarseloonaa Juuls Konde mallatteessisuuf £m55f dhiheesse taasisaa jira.

Sky sport


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


Optaan Arsenaal kilabii carraa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa gahuu fi waancaa injifachuuf carraa guddaa qabu akka ta’e tilmaamee jira.



SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


Arsenaal Toomaas Paarteef kontiraata haaraa caasaa mindaa fooyya'aa ta'een dhiyeessuuf jira.

Toomaas filannoo hunda ilaalaa waan jiraa Arsenaal isa tursiisuuf kutateera.

- FABRIZIO ROOMANOO


SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12


🚨 BREAKING: Arsenaal kontiraata Toomaas Paartee dheeressuuf mari'achaa jira; Taphataan kun Landanitti gammadee turuuf banaadha.

[Deevid Ornstein]



SHARE"@ODUUARSENAL12 SHARE"@ODUUARSENAL12




Xumuramee jira
Arsenal 2

Paalaas 2


Kubbaa harsanaaliif


Oo baayyee nama aarsaa dhugaa isinii hima


Arsenal kubbaa qabatee taphachaa jira


4


Kubbaan arsenal biratti argama


Kubbaa harkaa paalaas


Paalas dhiibbaa ajaa'ibaa taasisaa jiru ummata keenna


Dhiifama salibaa saalibatu jalaa deebiseen


Raayyatu jalaa baasee

20 last posts shown.