Beeksisa Hojii (Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu) ilaallatu.
Nama heddutu Barbaadama waan taheef Carraa kana Waliif Qoodaa!
=========================================
Dhaabbanni ARKA GENERAL CONSTRUCTION PLC Lammiilee Sadarkaa barnootaa Kutaa 12ffaa fi Degree Gosa Kamiiyyuu Qaban leenjisee Qacaruun hojitti bobbaasee dhaabbiidhaan hojjechiisuu barbaada.
1.Gita hojii- marketing, Gurgurtaa Meeshaalee Ijaarsaa fi Raabsaa akkasumas Haala Mijeessitoota hedduu.
2.Mindaa- 6,193 hanga 10,000 fi Qarshii 750 kan bilbila fi Geejjibaa.
3.Iddoo hojii- Finfinnee,Adama,Dire Dawa,Shashamane,Bale Robe,Neqemte fi Magaalaa Jimmaa.
Ulaagaalee fi Dandeettii
1.Sadarkaa barnootaa-Kutaa 12ffaa fi Degree Kamiyyuu.
2.Koorniyaa-Lachuu.
4.Guyyaan Galmee hanga:21/01/2017
5.Galmeen Online: https://arka-gc-job-seekers-registration-form.tiiny.site/