π₯Verify step:
Telegram wallet-> Settings-> identification level-> verify- basic(password) - Extended( passport fi National ID) - Advanced.
βοΈ Ulaagaalee armaan olii yoo gunne ammoo Step armaan gadii kanaan fayyadamnee qarshii keenya telegram wallet irra jiru gurgurachuu dandeenya.
π1. Telegram wallet keenya irraa seenna
2. Unit( Dollars, Notcoin, Ton space, Toncoin fi Bitcoin) qarshiin keenya ittiin jiru filannee "Add Crypto" kan jedhuun gallee qarshii keenya sell gochuu dandeenya.
π3. Yookiin immoo Jalqabauma "P2P Market" kan jedhu filannee qarshii keenya "sell" gochuu dandeenya.
π4. Sell kan jedhu erga filannee booda gatii gaarii ta'e ykn Jalqaba irra kan jedhu filanna.
π5. San booda qarshii keenya hanga itti gurgurachuu barbaannu erga filannee booda hanga (amount ) qarshii gurgurachuu barbaannuu barreessina.
π6. Dhuma irratti "Add payment method" kan jedhu filannee karaa ittiin qarshii fudhachuu barbaannu account keenya ( Telebirr, Awash, CBE fi Abysinia) fa'a kana jedhu filannee account baankii add gooona.
π7. Dhumaratti transaction keenya confirm gochuun daqiiqaa 10 ykn 15 booda qarshiin keenya nu bira qaqqabuu danda'a.
β οΈ Chaanalii keenya join fi share gochuu hin dagatinaa Galatoomaa π π