Ortodoksii Tawaahidoo Tube


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Economics


Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan!
Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu!
Contact us :- @ortokoo_bot

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Economics
Statistics
Posts filter


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kutaa 1ffa irraa kaasee hunduma isaa dubbisuuf link kanaa gadi jiran tuqaa!

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/4gkfXLJ
https://bit.ly/4gkfXLJ

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/40x7qiF
https://bit.ly/40x7qiF

Kutaa 3ffaa

https://bit.ly/3WFdMeG
https://bit.ly/3WFdMeG


Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 3ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

✓ Seenaa Boqonnaa fi Du'aa Ka'umsa Dubroo Maariyaam
✓ Waa'ee Boqonnaa fi Du'aa Ka'umsa Giiftii keenya Dubroo Maariyaam icciitii Kitaaba Qulqulluu keessatti
✓ Waa'ee Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Gaaffilee ka'aaniif Deebii isaanii
✓ Waa'ee Godaansa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam link kana tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/3WFdMeG
🔗 https://bit.ly/3WFdMeG


Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 2ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

• Waa'ee Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Dubbii Raajotaa
• Waa'ee Haadha Waaqayyoo Raajicha Daawwitiin
• Waa'ee Haadha Keenya Maariyaamii Raajicha Isaayyaasiin
• Haadha Waaqayyoo bara Kakuu Haaraatti

Kanneenii fi kan biroo link kana tuquun dubbisaa!


🔗 https://bit.ly/40x7qiF
🔗 https://bit.ly/40x7qiF


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Kutaa 1ffaa

Baga guyyaa yaadannoo boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan!

• Waa'ee Dubbii Maariyaam
• Hiikoo maqaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
• Hidda Dhaloota Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam
• Deessuu Waaqayyoo Fakkeenyaan bara Kakuu Moofaatti
• Deessuu Waaqayyoo fakkeenyaan Bara Seeraatti

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam link kana tuquun dubbisaa!


https://bit.ly/4gkfXLJ
https://bit.ly/4gkfXLJ


Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 6ffaa

Maalummaa fi hiikoo;

👉 Uffata Taabotaa
👉 Golga Mana Qulqullummaa
👉 Afaa Mana Qulqullummaa
👉 Gimjaa
👉 Mahaadarii fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3RixYhs
https://bit.ly/3RixYhs


Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis nagaadhaan geessan!

✅ Hangafni Wareegamtootaa Qulqulluun Giyoorgis eenyudha?
✅ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Giyoorgis
✅ Qulqulluu Giyoorgis akka Mana Kiristaanaa Itoophiyaatti
✅ Gidiraawwan Qulqulluu Giyoorgis irra gahan
✅ Guyyoonni Yaadannoo Qulqulluu Giyoorgis meeqa? yoom yoomi?

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qulqulluu Giyoorgis link kana tuquun dubbisaa!

👇👇👇

https://bit.ly/373sWDN
https://bit.ly/373sWDN


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Hangafa Diyaaqonootaa Wareegamaa Qulqulluu Isxifaanoos

♦ Hangafni Diyaaqonootaa Qulqulluun Isxifaanoos eenyudha?
♦ Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Isxifaanoos
✅ Qulqulluu Isxifaanoos fi Foon isaa Qulqulluu
✅ Gidiraawwan Qulqulluu Isxifaanoos irra gahan
✅ Guyyoonni Yaadannoo Qulqulluu Isxifaanoos yoom yoomi?

Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Hangafa Diyaaqonootaa Qulqulluu Isxifaanoos guutummaa isaa dubbisaa


👇👇👇

https://www.qubeeonline.com/2022/10/isxifaanoos.html


Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 5ffaa

• Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti fayyadamnu
• Uffannaa Lubootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa
• Uffannaa Diyaaqonootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa
• Fakkeenyaa fi hiikoo Kaabbaa, Qoobii, Goonfoo fi k.k.f

Waa'ee Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti itti fayyadamnuu link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3pixImp
🔗 https://bit.ly/3pixImp


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 4ffaa

#Share

Meeshaalee Qulqullaa'oo armaan gadii kanneen hangam beektu? tajaajila isaan kennan, wanta irraa hojjetaman, Iccitii fi fakkeenyummaa isaanii hoo?

→ Sahaanii fi Sibiila (ሰንና ብርት)
→ Ixaana, Qandilii fi Meeroonii
→ Tsinihaa ykn Maa'ixentii (ጽንሐሐ /ማዕጠንት)
→ Mudaay (ሙዳይ)
→ Tsuwaafii fi Shaamaa ykn Dungoo
→ Maqrazii ykn Baattuu Ibsaa (መቅረዝ)
→ Maqqosatariyaa (መኮሰተርያ)
→ Atroons (Teessoo Kitaabolee)
→ Mudaay Mitsiwaat (ሙዳይ ምጽዋት)
→ Qaacilii ykn Bilbila xiqqoo (ቃጭል) fi Dawulii (ደውል)
→ Maqoomaa (መቋሚያ)

Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Meeshaalee Qulqullaa'oo kanneenii dubbisaa!


👇👇👇

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat4.html


Forward from: Ortodoksii Tawaahidoo
Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 3ffaa

• Aarsaa (መሥዋዕት
• Kan Aarsaan itti dhiyaatu (መሥዋዕ)
• Tsaahilii (ጻሕል)
• Irfe Meskel (እርፈ መስቀል)
• Tsiwwaa ykn Xoofoo (ጽዋ)
• Masooba Warqii (መሶበ ወርቅ)
• Mahaafadaat (ማኅፈዳት)
• Waa'ee Qamadii fi Wayinii Aarsaaf dhiyaatanii, meeshaa itti dhiyaatan, akkaataa itti dhiyaatan fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat3.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qidisat3.html


Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 2ffaa

• Waa'ee Taabotaa
• Waa'ee Manbarii ykn Teessoo Taabotaa fi
• Waa'ee Fannoo Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos dha fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3xIXd4l
https://bit.ly/3xIXd4l


Meeshaalee Qulqullaa'oo (ንዋየ ቅዱሳት)

Kutaa 1ffaa

• Maalummaa Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Akkaataa Qophii Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Iccitii Meeshaalee Qulqullaa'oo
• Akkaataa itti fayyadama Meeshaalee Qulqullaa'oo fi k.k.f

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/39lF3gT
https://bit.ly/39lF3gT


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
«𝗕𝗶𝗱𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗘𝗿𝗴𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮 𝗶𝗷𝗼𝗼𝗹𝗹𝗲𝗲𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗻𝘆𝗮𝗮𝘁𝗮𝗻!» 𝗙𝗮𝗮𝗿𝘂𝘂 77/78:25

𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞

• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐄𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐌𝐞𝐞𝐬𝐡𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚'𝐨𝐨 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐢 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐁𝐞𝐞𝐭𝐚𝐥𝐢𝐡𝐞𝐞𝐦 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐚𝐦𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐚𝐛𝐬𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐃𝐢𝐲𝐚𝐚𝐪𝐨𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐛𝐚'𝐚𝐧𝐢𝐝𝐡𝐚? 𝐤𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐟𝐚𝐦𝐮?
• 𝐖𝐚𝐥 𝐡𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚 𝐟𝐮𝐮𝐝𝐡𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐃𝐮𝐮𝐤𝐚 𝐁𝐮'𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐈𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?
• 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐋𝐮𝐛𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 «𝐒𝐢𝐛𝐡𝐚𝐭» 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚'𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟𝐢? 𝐟𝐚𝐤𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐢𝐜𝐜𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

𝐖𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐤.𝐤.𝐟 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚! 𝐇𝐢𝐫𝐢𝐲𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐬 𝐪𝐨𝐨𝐝𝐚𝐚!

👇👇👇

https://bit.ly/3dctV4h
https://bit.ly/3dctV4h


𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐚 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥

Baga guyyaa Yaadannoo Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eel nagaadhaan geessan!

♦ 𝐇𝐚𝐧𝐠𝐚𝐟𝐧𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚? 𝐇𝐢𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨?

♦ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐮𝐮𝐝𝐚𝐦𝐞?

♦ 𝐌𝐚𝐪𝐚𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐊𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚? 𝐢𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?

♦ 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐠𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮𝐮 𝐌𝐢𝐤𝐚𝐚'𝐞𝐞𝐥 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3Om035R
🔗 https://bit.ly/3Om035R


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Cuuphaa

Gaaffilee Cuuphaa gooftaa keenya qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos irratti ka'aaniifi deebii isaanii

Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos maalif Laga Yordaanoositti Cuuphame?

Raajiiwwan Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha Iyyesuus Kiristoosiif dubbataman fi hiikoo isaanii

Sababa Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos gara Yohaannisitti deemee itti Cuuphameef

Gooftaan keenya Iyyesuus Kiristoos maalif Bishaaniin Cuuphame?

Fakkeenyummaa Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha Iyyesuus Kiristoos

Kanneenii fi kanneen biroo waa'ee Cuuphaa Gooftaa keenya Qoricha Iyyesuus Kiristoos link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3fF3QMa
🔗 https://bit.ly/3fF3QMa




Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
Barreeffamoota karaa Website keenya isiniif dhiyaatan keessaa waa'ee Qulqullootaa Liinkiiwwan kanaa gadi jiran tuquun dubbisaa!

👇👇👇

Qulqulloota

https://bit.ly/3zfPzyC
https://bit.ly/3zfPzyC

Qulqulleettii Soofiyaa fi ijoollee ishee sadan

https://bit.ly/3JIqUro
https://bit.ly/3JIqUro

Abuna Gabra Manfas Qidduus

https://bit.ly/3Jwg33y
https://bit.ly/3Jwg33y

Qulqulleettii Arseemaa

https://bit.ly/3qC1a7f
https://bit.ly/3qC1a7f

Qulqulluu Yaareed

https://bit.ly/3sK51Sp
https://bit.ly/3sK51Sp

Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee

https://bit.ly/3iV6H5E
https://bit.ly/3iV6H5E

Qulqulluu Aginaatewoos

https://bit.ly/3mMgddu
https://bit.ly/3mMgddu

Abuna Aragaawwii

https://bit.ly/34em58X
https://bit.ly/34em58X

Qulqulluu Marqooriyoos

https://bit.ly/3ENEfe6
https://bit.ly/3ENEfe6

Abuna Iyyesuus Mohaa

https://bit.ly/3n8IPxR
https://bit.ly/3n8IPxR

Qulqulluu Yohaannis Cuuphaa

https://bit.ly/3n8IV8H
https://bit.ly/3n8IV8H

Raajicha Eliyaas

https://bit.ly/3sLQrKb
https://bit.ly/3sLQrKb

Abuna Takla Haymaanoot

https://bit.ly/3qFhlAO
https://bit.ly/3qFhlAO

Hunda iddoo tokkotti argachuuf ammoo;

https://ortodoksii12.blogspot.com

#Share taasisuu hin dagatiinaa!


Qulqulleettii Kiristoos Samraa

👉 Haati keenya Qulqulleettiin Kiristoos Samraan eenyudha?
👉 Seenaa fi Qabsuura Qulqulleettii Kiristoos Samraa
👉 Ayyaanota yaadannoo Qulqulleettii Kiristoos Samraa

Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qabsuura haadha keenya Qulqulleettii Kiristoos Samraa link kana tuquun dubbisaa!


👇👇👇

https://bit.ly/3wFUJUG
https://bit.ly/3wFUJUG


Forward from: Ijoollee Mana Kiristaanaa
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚

Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan!

♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚!
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚?
♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢?
♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢?

𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢  𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!

Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa!

👇👇👇

https://bit.ly/3qC1a7f
https://bit.ly/3qC1a7f

20 last posts shown.