Spiritual PDF


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Books


Kitaabilee hafuuraa irraa barachuu dandeessan bif
PDF tiin ni argattu. (You will get spiritual books which you can learn in PDF.
πŸ“š Oromoo Spiritual PDF
πŸ“š English Spiritual PDF
πŸ“š αŠ αˆ›αˆ­αŠ› Spiritual PDF
https://t.me/+HV6-YLmC0vw5OTNk

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Books
Statistics
Posts filter


⏰❀️ Hariiroo jaalalaa fayya qabeessa qabaachuuf sadarkaa isa,... Itti fufaa dubbisaa

▢️"Jaalala hiriyyummaa keessatti wanti namoonni baayeen dagatan...➑️ See More

Β Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Β Β Β πŸ‘‰ See MoreΒ  πŸ‘ˆ
Β Β Β πŸ‘‰ See MoreΒ  πŸ‘ˆ
Β Β Β Β  Β Β Β Β Β  πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†


🚨 Hariiroo Jaalala sirrii,..β†ͺ️ See More


πŸ”” Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! πŸ’–
Click to join

➿➿➿
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
β•šβ”›β”—β•©β”β”β•©β”β•©β”β•©β”β”~

πŸ’“ Best channel collection
Click to join

➿➿➿
Β Β Β  πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Β Β Β Β         ⇣
β–£ Click to join β–£
Β  Β Β Β  β–£ Join β–£
Β Β  Β Β  β–£ Join β–£
Β Β  Β Β  β–£ Join β–£


πŸ’“ Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
Β Β Β πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Β Β Β Β Β  Β Β      ⇣
Β Β β–ˆβ–“β–’β–‘JOINβ–‘β–’β–“β–ˆ
Β Β β–ˆβ–“β–’β–‘JOINβ–‘β–’β–“β–ˆ
Β Β β–ˆβ–“β–’β–‘JOINβ–‘β–’β–“β–ˆ
Β  β–ˆβ–“β–’β–‘JOINβ–‘β–’β–“β–ˆ
Β Β β–ˆβ–“β–’β–‘JOINβ–‘β–’β–“β–ˆ


✍️ Contact: @Getu_Abera β˜‘


@Reading_PDF-The Things You Can See Only When You Slow Down.pdf
2.7Mb
The Things You Can See Only When You Slow Down by Haemin Sunim

"Is it the world that's busy, or is it my mind?"

The world moves fast, but that doesn't mean we have to. In this timely guide to mindfulness, Haemin Sunim, a Buddhist monk born in Korea and educated in the United States, offers advice on everything from handling setbacks to dealing with relationships and loved ones, in a beautiful book combining his teachings with calming full-colour illustrations. Even as we speed toward what comes next, Haemin Sunim's messages of encouragement speak directly to the anxieties that have become part of modern life and remind us of the strength and joy that come from slowing down.

Page-151 β–ˆ Size-2.7MB
Β Β Β Β Β Β  @Reading_PDF
Β Β  Β Β Β Β  @Spiritual_pdf
Β Β Β Β Β Β Β Β  Β Β πŸ”ΊοΈ ᴊᴏΙͺΙ΄πŸ”ΊοΈ


The Things You Can See Only When You Slow Down by Haemin Sunim

"Is it the world that's busy, or is it my mind?"

@Reading_pdf
@Spiritual_pdf


πŸ—£οΈ Hiriyaa gaaΚΌelaa kee wajjin hariiroo cimaa qabaachuu yoo barbaadde, atii fi hiriyaan kee amaloota armaan gadii kana fudhachuu qabdu: πŸ’”
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/hariiroo-cimaa-qabaachuu


πŸ—£οΈ Dhiirri tokko gaa'elaaf gahaa erga ta'ee booda sababoota muraasaaf gaa'elatti galuu dhiisee turuu danda'a. Gaa'elli dhiibbaa alaatiin utuu hin taane karooraa fi dhiibbaa jaalala keessaan dhufuun kan ijaaramu ta'uutu irra jiraata. Guutummaa isaa website keenya seenuun dubbisaaπŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/qophii-gaaelaaf-barbaachisu-2/


πŸ—£οΈ Macaafni Qulqulluun Waa’ee Pornogiraafii Maal Jedha?

Kutaa Macaafa Qulqulluu Mat. 5:27-29 irratti hundaa'udhaan gabaabinaan Waa'ee pornogiraafii yaada Macaafa Qulqulluu keessa jiru waliin haa ilaallu, β€œNamni ija hawwaatiin dubartii ilaale garaa isaatti isheetti ejjeera.” (Mat. 5:27-29)
Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/macaafni-qulqulluun-waaee-pornogiraafii-dubbateeraa/


πŸ—£οΈ Kakuun gaa’elaa guduunfaa yookiin chaappaa jaalala mirkaneessutti fakkeefamuu ni danda'a. Kakuu (waadaa)'n dubbii gati jabeessa waan ta'eef kabajuun, of eeggachuufin, utuu hin ariifatin kakachuun ba’eessa. Sababni isaas kakuun yoo eegame eebba qaba. Yoo cabe, abaarsa fida waan taheef dha. Guutummaa isaa as tuquudhaan dubbisaa,...πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/kakuu-waadaa/


πŸ—£οΈ Addunyaan keenya faallaa lamaan guutamtee jirti. Jireenyi namaa wantoota adda addaa lamaan kanaan daawwatama. Gaddaa fi gammachuu, kisaaraa fi bu'aan, gammachuu fi kolfa, yaaddoo fi boqonnaa, salphinaa fi ulfina kunneen karaa jireenyaa ilmi namaa keessa darbudha. πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/dukkana-koo-ibsita/


Pornogiraafiin Maali?

Hiika Pornogiraafii fi Yaada Qorattootaa

1. Amala fedhii saalqunnamtii kakaasu (Suura, video yookiin barreeffama) kan miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame agarsiisu.
2. Meeshaa (Kitaabota) fedhii saalqunnamtii agarsiisuu fi miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame.
3. Gochoota haala miira namaa kakaasuun argisiisuudhaan miira cimaa akka kakaasuuf yaadame. πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/pornogiraafiin-maali/


Yeroo Kadhannaa Kristaanotaa

Akkam Jirtu Obboloota Kiristaanaa fi Obboloota Muslimaa: Har'a yeroo kadhannaa kristaanotaa waliin ilaalla, sababni isaas Muslimoonni tokko tokko Kiristaanummaa keessa kadhannaan (pray) kan hin jirre (waan rafan) waan itti fakkaateef. Amantoonni yookiin kiristaanonni yeroo kadhannaa hin raawwatan jechuu miti. Kiristaanonni yeroo kadhannaa (7) kan qaban yoo ta'u, Muslimoonni immoo guyyaatti yeroo (5) kadhannaa raawwatu.
Guutummaa isaa Website keenya irraa argadhaa
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/yeroo-kadhannaa-kristaanotaa/


πŸ—£οΈ Wanti dhoksaatti hojjetamu cubbuun kamiyyuu jireenya hafuuraatiin akka dadhabnu taasisa. Araada pornogiraafiin qabamee namni jiru kadhachuu, sagalee waaqayyoo dubbifachuu fi amantoota biroo wajjin tokkummaa qabaachuun itti ulfaata. Guutummaa barumsa kanaa fi kanneen biroo website keenya irraa argadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/miidhaa-pornogiraafii/


βž– Waa'ee Dhaloota Yesus Kristoos πŸŽ†

🚩 "Waaqayyo jalqabatti samii fi lafa, itti aansuunis ifa, dukkana, bishaanota, bineensotaa, simbirrootaa fi wanta lafarra jiran hundumaa erga uumee booda namas immoo in uume.,..." Guutummaatti website kana irraa argachuu ni dandeessu. πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/waaee-dhaloota-yesus-kristoos/


πŸ—£οΈ Kaayyoo Gaa'elaa Kiristaanotaa

Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa'elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa'elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo ilaalle, Waaqayyo uumama isaa hundumaa keessatti waan sirna qabeessaa fi itti yaadame kan qopheesse ta'uu isaa hubanna. Guutummaa isaa website keenya seenuun argadhaa! Namoota jaalattaniifillee share taasisuu hin dagatinaa πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/kaayyoo-gaaelaa-kiristaanotaa/


✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/


🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa πŸ‘‹

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/


⏰️ Yeroo Sirrii ❓

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


Forward from: Gaa'ela 𓆩♑π“†ͺ Marriage
πŸ’‹ Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
πŸ‘‡πŸ‘‡
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/


πŸƒβ€β™‚β€βž‘οΈπŸƒβ€β™€β€βž‘οΈ Barnoonni "fiigichi kee maal si argachiisa?" jedhu, barnoota baay'ee bal'aa ta'ee fi bara si'anaa kanatti baay'ee barbaachisaa kan ta'e akkasumas barnoota hafuura namaa boqochiisu dha. Akka seensaatti ibsa kennuudhaan itti fufnee mata duree adda addaa tuquudhaan waliin barachaa itti fufna.
Guutummaa isaa website keenya irraa argachuu dandeessu.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://gaggeessummaa.com/fiigichi-kee-maal-si-argachiisa/


αˆ±αˆ΅αŠ• αˆ˜αˆ¨α‹³α‰΅ αŠ₯αŠ“ αˆ›αˆΈαŠα - @Spiritual_PDF.pdf
793.4Kb
αˆ±αˆ΅αŠ• αˆ˜αˆ¨α‹³α‰΅ αŠ₯αŠ“ αˆ›αˆΈαŠα
πŸ‘€ Ephagumen - Free eBook

πŸ“š αŠ α‹²αˆ΅αŠ α‹²αˆ΅ α‹¨α‰°αˆ»αˆˆα‹¨α‰°αˆ»αˆˆΒ Β  αˆ›αŠ•αŠα‰΅α£αˆ›αŠ•αŠα‰΅α£ αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅αˆ…α‹­α‹ˆα‰΅ αŠ₯αŠ“αŠ₯αŠ“Β Β  α‹¨αˆ‹α‰€α‹¨αˆ‹α‰€ አለምአለም α‹¨αˆ˜αŒˆαŠ•α‰£α‰΅α‹¨αˆ˜αŒˆαŠ•α‰£α‰΅ αŒ‰α‹žα‹¬αŠ•αŒ‰α‹žα‹¬αŠ• α‰°α‰€αˆ‹α‰€αˆ‰αŠα’α‰°α‰€αˆ‹α‰€αˆ‰αŠα’

Β Β Β Β  πŸ“š αŠ αˆ›αˆ­αŠ› PDF
Page-47β•‘Size-793.4KB
sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡πŸ’―sΚœα΄€Κ€α΄‡
Β Β Β Β  @Spiritual_pdf
Β Β Β Β  @Spiritual_pdf
Β Β Β Β Β Β Β Β  πŸ”Ία΄Šα΄ΙͺΙ΄πŸ”Ί

20 last posts shown.