Forward from: Dirree~Entertainment
#Wanta_Namni_Hundi_Beekuu Qabu !!
β οΈ Yeroo Timaatima (π ) Bifa Adda Qabu Argattu Hunda Nyaachuu Irraa Of Qusadhaa.
β οΈπ Ciniinnaa Bofaa irraa kan ka'e ta'uu akka danda'u
Ogeessota fayyaa irraa Yaadonni dhiyaataniiru.
β οΈIddoo miidhama isaa sana Irraa gateen Gara fayyaalessa Nyaataf Fayyadama Jedhaanii yaadunillee Dhiibbaa Fayyaa keenyarratti akka fidutu himama.
β οΈ Bofa fi Reptiles Biroo Darbee darbee Fuduraalee ππ Yeroo Beela'an Ciniinuu, Akkaataa Battee fiSimbirroonni π¦ Pawpaw Bilchaate Nyaatan Wal Fakkaata.
β οΈ Of Eeggannoon Keessan Wantoota Summii Qaban Bineensonni Fuduraalee Keessatti Lilmoodhaan Naqaman Akka Hin Nyaanne Si Eega.
β~~~~~~~~~~~~~~~~β
@DirreeGN
@Spritpoem