Forward from: Dirree~Entertainment
Wangeelli kunoo kana!
Mudde 03/2017 Godina Shawaa Kaabaatti Waldaan kiristiyaana Araara Waaqayyoo Addunyaa Uummata sababa nageenyatin qeβeef qabeenya isaarraa buqqaβeef daakuu qamadii kuntaala dhibba 8 deeggarsa taasisan. Waldaan kun daakuu qamadii kutaala dhibba 8 qarshii miliyeena 3.1 tti kan tilmaamamuu deeggarsaa akka taasistee jirti.
Raajii Masarat Taayyee fi Amantoota Waldaa Araara Waaqayyo Addunyaa bara baraan eebbifamaa hafaa jennaπππ
β~~~~~~~~~~~~β
@DirreeGN
@Spritpoem