Posts filter


🌹 Amaloota dubara ogeettii 6 waliin haa ilaallu... See More

👉 See More
       See More


💍 Amaloota gurguddoo 6,... See more




Guutuu Shifarraa
Simbookoo 🎸🎼🎸

Simboo koo ulfina kooti ulfinni isaa
Fagoodhaa na waame jaalallisaa
Altakkaa mana isaatti natti hin badne
Qaawwa koof mudaakoo diinni hin arginee
Itti hin hir'atiin galannisaa*2
Yoomuu maqaasaa nan eebbisa

haalakoo dhiisse ofiikoo dhiisee
Maal ta'a yeessoo yoon eebbisa
Jireenyaaf haalli nama hin waraanu
Harka isaatu baatee na ceesise

kansaa maaliin himee fixu fayyisaakoo duwwaarraa kaasee hojjete jireenya koo isa qoodnikoo

waan darbuuf mootiin dhala isaaf
Angoo dabarsa taayitaan takkaa hin dhabamu sanyii isaa keessaa hojii koon lakkii hin banamne daandii haaraani hiddi sanyii koos kan tole karaa isaanii

Tarreewwani badisaa hin dhaaphu
Abbaa ormaa jalaa hin awwaadhu
Hin ilaalu bowwaa du'aarra
Kan na fure mirga abbaa jira
Raawwateera salphina koo fudhateera
Fayyina koof yesuus samii irraa mul'ateera

@Walaloo_Faaruu 🎼


🎚🌟🎚 2⃣0⃣2⃣5⃣ 🏍🏍

🚨"Yeroo soba dubbannu ho'iinsi funyaan keenyaa ni dabala"... See More

➡️ See More
See More


⭐️ Sababa ho'iinsaa irraa kan ka'e,... See More


🌲🎄🌲🎄🎄🎄🎄🎄

👋Hi!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@English_Oromoo 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@OrooNetflix 😀
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
Beka Sport
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@English_Oromoo 🧾
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@Afoola_Oromoo24 🪶

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera


✍️ "Fiigichi kaayyoo sirriif karaa sirrii irra godhamu baay'ee kan nama dadhabsiisu ta'ullee fiixan ba'uumsa gammachiisaa qaba.
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu." 👇👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-kaayyoo-sirrii/


DA'OO!👇🥺
🎙 Dawit Morka
          🎸🎸

🎸Dhaladhee  hin dhageenye an hamma har'aa dubbii gurraaf tole
Muddamni keenya si'anaa isa durii caale
Kan biyyaaf gaaddisaa nu gube akka abidda saafaa

🎸 Gar-malee cabuun dhalootaa keeenya kun yoom hafa?
Gidiraan rakkinni
Wal'aansoon Muddamni
Hiyyummaan dukkanni
Boo'ichaaf yaaddooni,

  🎸 Wal furee wal gegeeddaree
Obsa keenya sonaan qore
Wallaale Biyyi akka godhu
Yaa gooftaa maaloo dubbadhu
  [Dubbadhu Gooftaa dubbadhu
  inni nuun dide sin didu]

🎸 Hiraarsuuf gubaan jireenyaa dhaloota adamsee ari'ee
Haamileen cabee bututee jiraachuuf abdiinsaa du'e
Kan nagaan dugda itti gatee Wargamaa boqonnaa hin qabne
Qe'ee keenya tasgabbiin oodee buufata wawwaannaa taane

🎸 Uleen dabaa nu durmammeesse dirra haleelee
Bor akka har'aa miti utuu jennuu nurra bubbule
Lolaan gadda ol nurra yaa'ee cabsatee bo'oo
Dhaloonni kun aara hin galfanne nuuf ta'i da'oo
Haa ga'u jedhi daangaa itti godhi
nu baasi hurii gooftaa nu furi..

🎸 Deegaa barri itti jige gaddee qalbiin isaa cabe
Ormis firris gidirsee iyyee birmannaa dhabe
Eelaa bara isaa hundumaa gudeelcha du'aa baatu
Taaneem galaa biyya ormaa maaloo aduun nuuf haa bariitu
Loli isa nu lole loli
Oolchi araddaa keenya gali
Muri kan nutti ta'e copha
Maaloo gooftaa nun dhiisin kophaa

🎸 Nuuf bariisisii barii fayyinaa
Haa darbu baraaf yeroon dukkanaa
Jalaa nu yaasi gaaddisa du'aa
Gadadoo nurraa kaasi nu ga'a. 🙏

@Walaloo_Faaruu 🎼


Forward from: Gaa'ela 𓆩♡𓆪 Marriage
💋 Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/


#Biqilaa_Kebede

Bakka_bu'aakoo
🎸🎸

Kan na jaallatu baayyeedha guyyaa gammachuukoo
hiriyyoonnis danuudha gaafa miidhagakoo
kan na jaallatu baayyeedha gaaffa haalli tolu
hiriyyoonnis danuu turani naannookoo marsanii

Kan narraa adda hin baane an si qofan beeka
argeera an abbummaakee argeera argeera(*2)

Yesuus qabeenyakoo humnakoo
gahumsakoo bakka bu'aakoo(*4)

Naaf jettee abaaramaa taatee
dhiphattee qoodakoo naa duute
naan dhufuum mata dureen biraa
jaalallikee na dhunfateera(*2)

Waan lafaa itti dhiiseeni
waan darbu itti dhiiseeni
waan foonii itti dhiiseeni
hundasaa itti dhiiseeni

Nan faarfadha Yesuusiin
nan faarfadhaam ani(*4)

Karaan garakoo si fide karaa jaalalaati
malee an hojii gaarii hin qabu
atuu beekta'ooti(*2)
natti yaadatama iddooti na fuute
natti yaadatama waan ati naaf goote
natti yaadatama cubbuukoo naa dhiiste
natti yaadatama jireenya naa laatte

@Walaloo_Faaruu 🎼


🎸 Dawit Boru - Nuuf Kenni Jaalala - Faaruu Durii 🎸

Waan hunda argannee jaalala duwwaa dhabne
Gar-laafummaa sirraa barannee garuu waliif araaramuu dadhabne
Ati kan waan kennaa maraa in qabda malaa
Waljibbaa mootummaa hin galanii nuuf kenni Jaalalaa

Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Waljibbi mootummaa nu hin galchu nuuf kenni Jaalalaa

Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Waldarbaa mootummaatti hin galamu nuuf kenni Jaalalaa

Ati waan kennaa maraa in qabdaa mala
Wal dhiibaa mootummaa hin galanii nuuf kenni Jaalalaa 🙏

╰──⌊  @Getu_Official


🌹Har'a amaloota dubara ogeettii waliin ilaalla,... See More

👉 See More
See More


💍 Amaloota gurguddoo 7,... See more


💕 Jaalala simachuu dhabuu fi miira jeequmsaa maaltu namatti fiduu danda'a?,... See More
👇👇

See More
See More


💓 Gorsi doctorootaa miira walii hubachuu irratti kennan,... See More


🖤💡 Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii fi amansiisaa irra gahuuf tarkaanfilee afur kanneen raawwachuun barbaachisaadha,...➡️ See More

➡️  See More
        See More


❗️ Miira eenyumaayyuu baruuf jalqaba maal hubachuu akka qabdu,... See More


💡 Furtuun milkaa'inaa inni guddaan haala kamiyyuu keessatti gammachuu filannoo kee godhachuudha,... See More
👇👇👌

See More
See More


Yaadanii Shifarraa
Turanii 🎼🎼🎸

🎸🎹🎸🎸🎸🎸🎹🎸

Turanii*2 waaqayyoon eeggachuun ulfina dagatee hin dhiisu iyya namaa

Obsi qoramuudha qoramuun abdiidha abdiin nama hin yeellaasisu dhaabadhu eegi waaqayyoon ija si hin dhabsiisu
  Turanii*2 waaqayyoon  
  eeggachuun ulfina dagatee hin
  dhiisu iyya namaa

Miilli kee yo raafame dhaabachuu yoo dadhabde abdii kee hin kutatiin jabaadhu waaqayyo hin dhufa yeroosaatti obsumaan eeggadhu

Qoramsa ati har'a ilaaltu
Siif karaadha ati hin beektu eegi ati isumarra darbita fuula waaqayyoo dhaabattee galata dubbatta

Turuun ulfinaaf ta'a gatii imimmaankee argita kakuun bubbuluuf garaankee hin gaddini gammachuu jira dhumatti kana hin dagatinii

@Walaloo_Faaruu 🎼
@Kakuu_Studio


#DA_OO!👇🥺
>Dhaladhee hin dhageenye an hamma har'aa dubbii gurraaf tole
Muddamni keenya si'anaa isa durii caale
Kan biyyaaf gaaddisaa nu gube akka abidda saafaa
>Gar-malee cabuun dhalootaa keeenya kun yoom hafa?
Gidiraan rakkinni
Wal'aansoon Muddamni
Hiyyummaan dukkanni
Boo'ichaaf yaaddooni,

>Wal furee wal gegeeddaree
Obsa keenya sonaan qore
Wallaale Biyyi akka godhu
Yaa gooftaa maaloo dubbadhu
[Dubbadhu Gooftaa dubbadhu
inni nuun dide sin didu]

>Hiraarsuuf gubaan jireenyaa dhaloota adamsee ari'ee
Haamileen cabee bututee jiraachuuf abdiinsaa du'e
Kan nagaan dugda itti gatee Wargamaa boqonnaa hin qabne
Qe'ee keenya tasgabbiin oodee buufata wawwaannaa taane
>Uleen dabaa nu durmammeesse dirra haleelee
Bor akka har'aa miti utuu jennuu nurra bubbule
Lolaan gadda ol nurra yaa'ee cabsatee bo'oo
Dhaloonni kun aara hin galfanne nuuf ta'i da'oo
Haa ga'u jedhi daangaa itti godhi
nu baasi hurii gooftaa nu furi..

>Deegaa barri itti jige gaddee qalbiin isaa cabe
Ormis firris gidirsee iyyee birmannaa dhabe
Eelaa bara isaa hundumaa gudeelcha du'aa baatu
Taaneem galaa biyya ormaa maaloo aduun nuuf haa bariitu
Loli isa nu lole loli
Oolchi araddaa keenya gali
Muri kan nutti ta'e copha
Maaloo gooftaa nun dhiisin kophaa

>Nuuf bariisisii barii fayyinaa
Haa darbu baraaf yeroon dukkanaa
Jalaa nu yaasi gaaddisa du'aa
Gadadoo nurraa kaasi nu ga'a. 🙏

@Walaloo_Faaruu


Yaa Biyya Lafaa ➿➿

Yesuus mi'aa baatee siif dhufnaan
atimmoo hadhooftuun simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Yaa biyya lafaa
Yesuus nagaa baatee siif dhufnaan
atimmoo waraansaan simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti
kutuukee.
silaa atuu naaf diinawoo naaf. loltaare,
Yesuusiifuu hin tollee naaf. toltaaree.
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti kutuukee.
Silaa atuu naaf diinawoo naaf loltaare,
Yesuuskoofuu hin tollee naaf toltaaree
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.

01
Daandii bal'aa kankeerra hin imaluu
Ibiddatti ol galcha balballikee,
Tisiisarraa maalan damma eegaa
Si'ooliin badhaasawoo galgallikee.
Irrikee kuulamaa keessaan summii
Walii hin galu hojii keen an sin morma,
Firummmaa walii hin qabnu hin qabaanus
Amman sirraa sokkutti an siif Orma.
Na miti kan si garboomu
Miidhaginakee darbuufii,
sirraan godaanaa gaaf tokko
Biyya koo dhaqee arguufi.
Na miti kan mookfamu
bareedinakee darbuufii,
sirraan godaana gaaf tokko
Yerusaalemiin arguufi.
Mandara qulqullittii waaqayyo bira
bantii waaqaa keessaa,
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
lakki hin dogoggorre karaan amma qaphes
Achitti na geessaa.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Magaalaa kuulamtuu harki gooftaa Ijaaree
Waan maraan qajeeltuu,
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Biyyicha Yaadacha Jaaraa jumburiikee
Garaan nan kaajeeltuu.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.

02
Kuti abdiikee narraa nan dandeessu
karaa isan qapherraa siif hin maqu,
isan hojjechaafii jiruun beekaa
Ani yoomuu ergaakee siif hin dhaqu.
Jajumsakee har'aan siin mookfamuu
Malli kuffisakees xarabaadha,
sirran tura malee asi hin jiraadhuu
yaa dachee ati naaf darabaadha.

Naaf tolteef hin jiraannee
daba waraansakeen al meeqa aadeenii,
hubaa fi sossobbaa kee
dhaga'u kanan dideef biyya koo yaadeenii.
Ka'eera hin hafne achiini
Inni ati ajjeefte suni gaggaraftee dirra,
dhufee na fudhatawoo
nan dhiisu sirratti egaa gargar galuuf jirra.
Eeeeeeeeeeeeeeeeeeeee
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee biyyi koo
Achi biyyi koo
Yerusalemi.
Eeyyee
Achi
Yerusalemi.
Eeyyee
Achi
Yerusalemi.

🎙 Solomon Alemu

@Walaloo_Faaruu🎙🎙




Singer Solomon Alemu

Achi

Yaa biyya lafaa
Yesuus mi'aa baatee siif dhufnaan
atimmoo hadhooftuun simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Yaa biyya lafaa
Yesuus nagaa baatee siif dhufnaan
atimmoo waraansaan simattee,
laa fakkeessakee
Eenyummaa kee dhugaa dhofkachaa
waan gaariif tottolaa himattee.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti kutuukee.
silaa atuu naaf diinawoo naaf loltaare,
Yesuusiifuu hin tollee naaf toltaaree.
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.
Hin dhaga'u ilaa ani utuu kee,
Beeka xobbee karaatti kutuukee.
Silaa atuu naaf diinawoo naaf loltaare,
Yesuuskoofuu hin tollee naaf toltaaree
Nan sossobiin gubaatti dirmiidhaa,
Har'as boris anaaf ati hirmiidha.

Daandii bal'aa kankeerra hin imaluu
Ibiddatti ol galcha.

🎙 Solomon Alemu

@Walaloo_Faaruu🎙🎙


Yaadanii Shifarraa | 🎧 Turanii Waaqayyoon eeggachuun Ulfinaa

@Walaloo_Faaruu 🎧

20 last posts shown.