#YuunivarsiitiiWallaggaa
Yuunivarsiitiin Wallaggaa barattoota idilee waggaa lammaffaa fi isaa ol ta’aniif waamicha godhee jira.
Yuunivarsiitichi galmeen barattoota digrii jalqabaa fi digirii lammaffaa kan waggaa lammaffaa fi isaa olii Fulbaana 21 fi 22/2016 ta’uu beeksiseera.
Galmeen kun mooraa yuunivarsiitichaa sadanitti (Naqamtee, Gimbii fi Shaambuutti) akka raawwatamu ibseera.
ወለጋ ዩኒቨርሲቲ ለሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የመደበኛ እና የተከታታይ (CDEP) መርሐግብር ተማሪዎቹ ጥሪ አድርጓል፡፡
የሁለተኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የቅድመ ምረቃ እና የድህረ ምረቃ ተማሪዎች ምዝገባ መስከረም 21 እና 22/2016 ዓ.ም መሆኑን ዩኒቨርሲቲው አሳውቋል፡፡
ምዝገባው በዩኒቨርሲቲው ሦስቱም ካምፓሶች (ነቀምቴ፣ ጊምቢ እና ሻምቡ) እንደሚከናወን ተገልጿል፡፡
@wu_news @wu_news