✝️Mallattoo Bara dhumaafi Jireenya kiristaanummaa✔️
✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️✝️
Kutaa Macaafa Qulqulluu Mat: 24 1-28
👉Egaa Waqayyoo Kallattii gurguddoo Lamaan akka of Mul'ise Beektonni Macaafa qulqulluu ni dubbatu.
1. 🌟Karaa Mul'ata Walii galaa /Generala Revelations/ti. Mul'anni Walii galaa iddoowwan garagaraatti qoodnee ilaaluu ni dandeenya. Fkn 🔶Uummama Bareechudhan, Soorudhan /Providence/, balaawwan garagaraa keessan of mul'iseera.👉 Sabni 🔴Waaqayyoo bara kakuu Moofaa keessatti gaafa Hongeen dhufu, Hawwaannisni Midhaan nyaatu, Lafti Biqila kennuu didu, Sabni dabarfamee kennamu karaa ✔️Raajotaafi Lubootaa dhaabbatanii of ilaalu turan. Sababnisaa baras Waaqayyoon karaa isaanii waan dubbatuuf. Bara kakuu haara'aa kana garuu;
2. Karaa Mul'ata Addaati
👉Isaanis ✔️Macaafa Qulqulluu fi
👉Ilmasaa Yesuus Kiristoosidha.
✝️Egaa Gara qabxii kootti gaafan deebi'u,
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
👉Wangeelli Maatiwoos 24 guutummaatti Waa'ee Mallattoolee bara dhumaa akka haasa'u ifaadha. Kanaafuu ◉◉Mallattoolen bara dhumaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Lolaafi Oduu Lolaati.
👆👆👆👆👆👆👆👆
👉“Lolaa fi oduu lolaa dhaga'uuf jirtu, akka hin naanett! ilaalladhaa! Kan akkasii kun ta'uun irra jira; kun garuu amma illee dhuma isaa miti.”
— Mat. 24:6
👉⏯ Waggoottan Muraasaa as qofa Biyya keenya fi Biyyoota Awurooppaa Biyyoota Afrikaa keessatti Wantoonni gurra namaatti hin tolle Mul'achaa akka jiran akkasumas Mul'achuu qofa osoo hin taane ariitidhan dabalaa akka jiran ifaadha. Lolli baay'achuun Mootummaarratti ka'uu
🙉Obboleessi Obboleessa isaa ajjeesun Mallattoo Ofittummaa,Jibbiinsa Ol'aantummaa barbaaduti. Kunimmoo Waaqayyo Abbaa biraa otoo hin taane Isa xuraa'aa san biraa akka bahu hubachuun barbaachisaadha.
✝️Dubbiin Waaqayyoo "Sagaleen koo darbuurra Laftiif Samiin darbuu Wayya" jedha. Yeroo baay'ee Kiristaanonni gaafa Wanti Macaafa qulqulluu keessatti Raawwatu naasun qabamanii argamu.