Cooperative Bank of Oromia


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Economics


Coopbank, a fast-growing bank in Ethiopia, is passionately committed to empowering communities and transforming lives.Rooted in our community, we deliver innovative services that meet customer needs helping you bank smarter and live better.

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Economics
Statistics
Posts filter


Badhaasa Ayyaanaa!
Carraawwan badhaasa Konkolaataa ammayyaa fi Kennaawwan ayyaanaarratti dabalataan, daballii %2 gatii sharafaarratti isiniif qofa!
Isinirraa kan eegamu, karaa Koodii SWIFT 'CBORETAA' ykn FastPay fi bakka bu’oota keenya amanamootiin maallaqa biyya alaa yommuu isiniif ergamuu, dameelee keenyaa fudhachuuudha.

የበዓል ሽልማት!
ዘመናዊ የመኪና ሽልማት እና ሌሎች እድሎች፣ የበዓል ስጦታዎች እና የ 2% ተጨማሪ የምንዛሪ ተመን ጉርሻ፣ ለእርስዎ ብቻ!
ከእርስዎ የሚጠበቀው፣ የውጭ ገንዘብ በ SWIFT ኮድ CBORETAA ወይም በ FastPay እንዲሁም በታማኝ ወኪሎቻችን ከቅርንጫፎቻችን መቀበል ብቻ ነው።
#Coopbank #CBORETAA #FastPay #HolidayGifts #RemittanceRewards #ExtraBonus


Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu! 🎁

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ! 🎁
#Coopbank #Exchangerate


Dhiyeessitoota Omishaa fi Tajaajilaa Hundaaf!
Baankii keenyaaf, tajaajila dhiyeessii omishaa fi tajaajila garaa garaa kan kennitanis ta'e kennuuf fedhii qabdan hundi, liinkii gadii fayyadamuun bakkuma jirtanii, ofiin akka galmooftan kabajaan isin beeksifna. Adeemsa galmee kanaaf ibsa guutuu yoo barbaaddanis, fuula weebsaayitii baankichaa daawwadhaa.
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa

ለምርት እና አገልግሎት አቅራቢዎች በሙሉ!
ለባንካችን የተለያዩ ምርቶችን እና አገልግሎቶችን እያቀረባችሁ ያላችሁ እና ለማቅረብ ፍላጎት ያላችሁ ፣ ባላችሁበት ሆናችሁ ከስር ባለው ሊንክ እንድትመዘገቡ በትህትና እንጠይቃለን። ለምዝገባ ሂደቱ ዝርዝር መረጃ፣ የባንኩን ድረ-ገጽ  ይጎብኙ።
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ
https://coopbankoromia.sourcing3.ariba.com/ad/selfRegistration


External Vacancy Announcement
Position: Fast Track Branch Leadership Development Program/Future Branch Leaders Program
We are looking for passionate and ambitious professionals with an MA/MSc degree and at least five years of experience in fields like Banking, Hospitality Industry, Insurance, Telecom, Fintech, E-commerce, or Technology.
Our Fast Track Branch Leadership Development Program/Future Branch Leaders Program is your gateway to an exciting journey. This structured training program will help you build the leadership, strategic, and banking operations skills you need to thrive in branch management. Once you complete the program successfully, you will step into a leadership role where your impact will truly be felt.
This is your opportunity to reimagine your career and lead with purpose. We would love to hear from you if you are ready to make a difference and shape the future with your vision and expertise.
1. Education
• Applicants must hold a Master of Arts/Science Degree in any field of study, graduating in 2020 or later.
2. Work Experience
• Candidates must have at least five (5) years of work experience following their bachelor’s degree.
• The experience must be obtained in one or more of the following sectors:
o Banking and Insurance industries, Hospitality industry, including 4/5-star Hotels and Airlines, FinTech, E-commerce, and technology companies and Telecom companies.
Registration Link: https://career55.sapsf.eu/sfcareer/jobreqcareer?jobId=3571&company=cooperat05
Interested applicants should submit their education credential and relevant work experience through the below link. The document should be PDF format and each file size shall not exceed 1MB.
• Remuneration: As per the bank’s salary and benefits structure.
• Closing date: 5 working days from the date of the announcement.
• Female candidates are strongly encouraged to apply.
• Only shortlisted applicants will be contacted.
• Application deadline: January 06, 2025.




Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu! 🎁

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ! 🎁
#Coopbank #Exchangerate #HappyNewYear


1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ = ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ = ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ = መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ = አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ = ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ = ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ = ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ = መድሃኒአለም አደባባይ
#Coopbank #FAYDA #NationalID #DigitalJourney


1. Damee Hayilee Gabree = Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo = Jammoo 1
3. Damee Madaroo = Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa = Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii = marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa = Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa = naannoo Safaraa
8. Gullallee = Marfata Madaanaalamii
#Coopbank #FAYDA #NationalID #DigitalJourney


Qajeelfama Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa baaserratti hundaa’uun, Amajjii1/2025 A.L.A. ykn Muddee 23 , 2017A.L.I. irraa eegalee, Magaalaa Finfinneetti, Herrega Baankii haaraa banachuuf, Waraqaa eenyummeessaa biyyoolessaa dijitaalawaa qabaachuun dirqama ta’eera.
Isinis, Dameelee Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa armaan gadiitti dhimma bahuun, galmee keessan bilisaan raawwadhaa:-
1. Damee Hayilee Gabree = Qaallittii Maasalxanyaa
2. Damee Jammoo = Jammoo 1
3. Damee Madaroo = Zafmesh Giraand Mool fuuldura
4. Damee Ayyar Xeenaa = Ayyar Xeenaa
5. Damee Boolee Lamii = marfata Gooroo
6. Damee Maccaa fi Tuulamaa = Lidataa, Gamoo Riil Isteetii Alsaam irra
7. Damee Horsiisaa = naannoo Safaraa
8. Gullallee = Marfata Madaanaalamii

የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ባወጣው መመሪያ መሠረት፣ እ.ኤ.አ. ከጥር 1/2025 ወይም ከታህሳስ 23, 2017ዓ.ም ጀምሮ በአዲስ አበባ ከተማ፣ አዲስ የባንክ አካውንት ለመክፈት ዲጂታል ብሄራዊ መታወቂያ ካርድ መያዝ ግዴታ ሆኗል።
እርስዎም የሚከተሉትን የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ ቅርንጫፎችን በመጠቀም ምዝገባዎን በነጻ መፈጸም ይችላሉ፡-
1. ኃይሌ ገብሬ ቅርንጫፍ = ቃሊቲ ማሰልጠኛ
2. ጀሞ ቅርንጫፍ = ጀሞ አንድ
3. መደሮ ቅርንጫፍ = መገናኛ ዘፍመሽ ግራንድ ሞል ፊትለፊት
4. አየር ጤና ቅርንጫፍ = አየር ጤና
5. ቦሌ ለሚ ቅርንጫፍ = ጎሮ አደባባይ
6. መጫፍ ቱለማ ቅርንጫፍ = ልደታ አልሳም ሪል እስቴት ህንፃ ላይ
7. ሆርሲሳ ቅርንጫፍ = ሰፈራ አካባቢ
8. ጉለሌ ቅርንጫፍ = መድሃኒአለም አደባባይ
#Coopbank #FAYDA #NationalID #DigitalJourney




Tokkoon Tokkoon Dabarsa Maallaqaa, Carraa Badhaafamuu Keessan Isiniif Bal’isa!
Ayyaana sabeeffachuun, carraa isiniif qopheessine kanatti fayyadamaa, ayyaana yaadannoon guutame dabarsaa. Ayyaana Gaarii!
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa!

እያንዳንዱ ሐዋላ ተጨማሪ የመሸለም እድልን ይሰጥዎታል!
በዓልን አስመልክተን ባዘጋጀንልዎት እድል በመጠቀም፣ በትውስታ የተሞላ በዓል ያሳልፉ። መልካም በዓል!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ!
#Coopbank #CBORETAA #FastPay #HolidayGifts #RemittanceRewards #ExtraBonus


Maallaqni biyya alaatii yoo isiniif ergame, dabalataan gatii sharafaa %2 Kennaa argattu!

የውጭ ሃገራት ገንዘብ ከተላከልዎ፣ ከዕለታዊዉ የምንዛሬ ተመን በተጨማሪ 2% ጉርሻ ያገኛሉ!
https://coopbankoromia.com.et/daily-exchange-rates/
#Coopbank #exchange_rate


Tibba ayyaanaa kana, maallaqa biyyoota alaa karaalee dabarsa maallaqaa Baankii keenyaa ykn FastPay isiniif ergame yeroo nubiraa fudhattan, gatii jijjiirraa irratti %2 dabalataee, kennaan ayyaanaa fi carraan badhaasota akka Konkolaataa ammayyaa, Doqdoqqeewwan, TV, Laaptooppota, Moobaayiloota Ismaartii fi kanneen biroo isinumaafi!

በዚህ በዓል ወቅት፣ በባንካችን የገንዘብ መላኪያ መንገዶች ወይም በ ፋስትፔይ በኩል የተላክልዎትን ገንዘብ ከኛ ዘንድ ሲወስዱ፣ 2% ተጨማሪ የምንዛሪ ጉርሻ፣ የበዓል ስጦታዎች እና እንደ ዘመናዊ መኪናዎች፣ ሞተር ሳይክሎች፣ ቲቪዎች፣ ላፕቶፖች፣ ስማርት ስልኮች እና ሌሎች የሽልማት እድሎች የእርስዎ ነው!
#Coopbank #CBORETAA #FastPay #HolidayRemittance #SpecialBonus #HolidayGifts #WinBig


Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa, bara bajataa 2023/24 ALAtti guddinaa fi jijjiirama hundagaleessa galmeessiseen dorgomtummaasaa daran cimsee itti fufuu isaa yaa’ii waliigalaa idilee waggaa 19ffaa Abbootii Aksiyoonaa baankichaa har’a magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti taa’amerratti ibsameera.
Gabaasa raawwii hojii baankichaa kan bara bajataa 2023/24 Dura Taa’aan Boordii Daayrektarootaa baankichaa Dr. Fiqruu Deeksisaan dhiyeessaniiru. Haaluma kanaan, Baankichi xumura bara bajataa kantti;
• Olkaawwannaa (Deposit) dhaan qarshii biiliyoona 117.15tti guddateera.
• Liqiin Sektaroota diinagdee garaa garaatiif baankichaan kennamee ala jiru Qarshii biiliyoona 99.40 gaheera.
• Galii waliigalaa qarshii biiliyoona 19.03 sassaabuun, bu'aa gibira duraa qarshii biiliyoona 2.51 argateera.
• Tajaajilawwan fedhii hawaasaa bu’uureffatee fi dhaqqabamaa ta’e dhiyeessuun baay'ina maamiloota isaa miiliyoona 13.34tti ol guddisuudhaan, baankichi baay’ina maamilaatiin baankolee dhuunfaa keessaa adda durummaasaa mirkaneesseera.
• Gama Kaappitaala Aksiyoonaatiin, qarshii biiliyoona 11.16 kaffalameera.
• Dameewwan dabalataa haaraa banuudhaan, walumaagalatti baay’inni dameelee baankichaa xumura bara bajatichaatti 758 qaqqabeera.
• Gama dijitaalummaatiinis, dhaqqababummaasaa daran babal’isuun lakkoofsi daddabarsa (Transaction) karaa dijitaalaa waliigalaa miiliyoona 489.5 yoo ta'u, qarshiin tiriiliyoona 1.36 ittiin sochoofameera.
• Toorawwan daldalaa Maayikiroo, Xixiqqaa fi Intarpiraayizoota jajjabeessuuf, karaa liqii dijitaalaa MICHUU tiin maamiltoota kuma 110 ta'aniif qarshii biiliyooma 4 ol kennuudhaan guddina diinagdee walootiif shoora guddaa taphateera.

Gabaasa dhihaateen alattis, dhimmoota garaa garaa irratti Abbootiin Aksiyoonaa baankichaa mari’achuun, murtoo garaa garaa dabarsuun cinatti, filannoo hoggantoota boordii baankichaas geggeessanii yaa'ichi milkaa'inaan xumurameera.

የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ እ.ኤ.አ በ 2023/24 በጀት ዓመት ባስመዘገበው ሁለንተናዊ እድገት፣ ተወዳዳሪነቱን አጠናክሮ መቀጠሉን፣ በአዳማ ከተማ አባገዳ አዳራሽ ዛሬ ባካሄደው 11ኛ የባለ አክሲዮኖች አስቸኳይ እና 20ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ላይ አስታውቋል፡፡
የባንኩን የ2023/24 በጀት ዓመት የሥራ አፈፃፀም ሪፖርትም በባንኩ የዳይሬክተሮች ቦርድ ሰብሳቢ በ ዶ/ር ፍቅሩ ዴክሲሳ ቀርቧል፡፡ በቀረበው ሪፖርት ላይ እንደተመለከተው፣ ባንኩ በመጨረሻ በጀት ዓመቱ ካስመዘገበው ስኬቶች መሀከል:
- የባንኩ ተቀማጭ ወደ ብር 117.15 ቢሊዮን አድጓል።
- ለተለያዩ የኢኮኖሚ ዘርፎች የሰጠ ሲሆን በአጠቃላይ በባንኩ ተሰጥተው ውጭ የሚገኝ ብድር መጠን ብር 99.40 ቢሊዮን ደርሷል።
- በአጠቃላይ ብር 19.03 ቢሊዮን በመሰብሰብ፣ ከግብር በፊት ብር 2.5 ቢሊዮን ትርፍ ማግኘት ችሏል።
- የማህበረሰቡን ፍላጎት መሰረት ያደረገና ተደራሽ አገልግሎት በመስጠት በበጀት ዓመቱ አዳዲስ ደንበኞችን በማፍራት፣ በበጀት ዓመቱ ማብቂያ፣ የደንበኞቹን ቁጥር 13.34 ሚሊዮን በማድረስ ከግል ባንኮች ቀዳሚነቱን አጠናክሮ ቀጥሎበታል።
- በአክሲዮን ካፒታል ዙሪያም በበጀት ዓመቱ መጨረሻ ብር 11.16 ቢሊዮን የአክሲዮን ካፒታል ተከፍሏል።
- የአገልግሎት ተደራሽነትን በተመለከተ፣ አዳዲስ ቅርንጫፎችን በመክፈት በአጠቃላይ የባንኩ ቅርንጫፎች ብዛት 758 ደርሷል።
- በዲጂታል አገልግሎትም ተደራሽነቱን እጅጉን በማስፋቱ የተከናወነ የግብይት ብዛት 489.5 ሚሊዮን ሲሆን በአጠቃላይ ብር 1.36 ትሪሊዮን ገንዘብ ማንቀሳቀስ ተችሏል።
- የሥራ ዘርፉን በማስፋትና ኅብረሰቡን ለማብቃት ባዘጋጀው በምቹ ከማስያዣ ነፃ ዲጂታል የብድር አገልግሎትን ለጥቃቅን፣ አነስተኛ መካከለኛ ኢንተርፕራይዞች በማቅረብ 110 ሺህ በመድረስ፣ በአጠቃላይ ከ ብር 4 ቢሊዮን በላይ በማበደር ለሁለንተናዊ የኢኮኖሚ እድገት የበኩሉን ሚና መጫወት ችሏል።

ከቀረበው አፈፃፀም ሪፖርት ባሻገርም፣ የባንኩ ባለ አክሲዮኖች የተለያዩ ነጥቦች ላይ በመምከር፣ ውሳኔዎችን በማስተላለፍ፣ የዳይሬክተሮች ቦርድ ኮሚቴዎችን መርጠው ጉባኤው በተሳካ ሁኔታ ተጠናቋል።
#Coopbank #GeneralAssembly




Amma!
Yaa'ii Ariifachiisaa 11ffaa fi Yaa'ii Waliigalaa 20ffaan Abbootii Aksiyoonaa Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa ifatti eegalameera.

አሁን!
የኦሮሚያ ኅብረት ሥራ ባንክ የባለ አክሲዮኖች 11ኛ አስቸኳይ እና 20ኛ ዓመታዊ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ በይፋ ተጀምሯል:: 
#Coopbank #GeneralAssembly #CoopbankShareholders



17 last posts shown.