DHANGAA YAADA ๐Ÿ“ก


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Education


๐Ÿ‘‰ ๐—–๐—ต๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฒ๐—น ๐—ธ๐˜‚๐—ป:๐Ÿ–Š
๐Ÿ‘‰ ๐—•๐—ฒ๐—ฒ๐—ธ๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ,
๐Ÿ‘‰ ๐—๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ,
๐Ÿ‘‰ Yaadaf boqonnaa ๐Ÿ“ก
โžฒ NUU QUNNAAMUFโ–ถ
โ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผโ–ผ
@Tile35

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Education
Statistics
Posts filter


Channel hedduu fayyadan waantota irraa argachuu dandeenyu filachuun join godhadhaa
Waver ๐Ÿ‘‰ @Daani28
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


Dhugaadha ๐ŸŒ

โœ… Beekumsa caalaa yaadni barbaachisaadha.Beekkumsi daangeffamaadha.Yaadni addunyaa marsa.

โœ… Yaadni (imagination) gosa qorannoo isa olaanaadha.

โœ… Dhugaa barbaaduun qabaachuu caalaa gatii guddaa qaba.

..........Hiriyyaa keessanif share โคด๏ธ yoo siniitti tole Like ๐Ÿ‘ Gochuu hin dagatiina......๐Ÿซฐ

๐Ÿ–๏ธ @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก
๐Ÿ–๏ธ @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก


Video qofaa ilaaluu fi hiriyoota keessan Affeeruun hojjedha Email fi maqaa password kan dhunfaa keessanii galchuun Eegala waan isiinif galu didee moo ๐Ÿ‘‰ @Tile35 na gafaachuu dandeessuu ๐Ÿ™

https://dollartub.com/9a346


๐Ÿ”ต Amala Gaarii
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ต Beekumsa
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ต Naamusa Gaarii
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ต Obsa
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ตย  Hubannaa
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ต Gaarummaa
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ
ย ๐Ÿ”ต Dandeettii
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃ

๐Ÿ’Œ Beekumsi humna siif kenna.
๐Ÿ’Œ Beekumsi qabaa barbaada.
๐Ÿ’Œ Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta'a.

๐Ÿ’ก Amalli gaariin kabaja siif kenna.
๐Ÿฅ‡ Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
๐Ÿฅˆ Amalli gaariin gorsee si deebifata.
๐Ÿฅ‰ Amalli gaariin milkaa'ina biraan si gaha.
โœ‰๏ธ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima.

โžก๏ธ Amalli gaariin Obsa Qabaachuu si barsiisa.

๐Ÿชก @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก
๐Ÿชก @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก






๐Ÿ”˜Jireenya ๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

1, Haadha Manaa qabdaa?
2, Manaaf konkolaataa qabdaa?
4, Kana dubbisuun yeroo kee gubaa jirtaa?
5, Lakkoofsi 3 akka hin jirre hin hubannee๐Ÿซต
7,Deebitee check gootee/ilaalte.๐Ÿ˜
8, Ammas gowwoomteetta lakk, 6 hin jiru๐Ÿ™ˆ
9, Ofitti kofalte.๐Ÿคฆโ€โ™€๏ธ๐Ÿ˜‹
10, Lakkoofsi 1 akka hin jirre hin yaadanne๐Ÿ™„
11, Dhugaa sitti fakkaatee ilaalte๐Ÿ˜‚
12, Ammas gowwoomteetta ati nagaa miti jechuudha.

๐Ÿ”— Jireenyi akkasitti waan nutti taphachaa jiru natti fakkaata.๐Ÿคญ๐Ÿ˜‚

๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ๐Ÿ”ป๐Ÿ”บ
๐Ÿชก @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก
๐Ÿชก @Dhangaayaada ๐Ÿ“ก


๐Ÿชก Namoota gatii kee si yaadachiisanii fi akka guddattu si gargaaraniin of marsi malee warra si gadi buusaniinii miti.

๐Ÿชก Jireenya kee ol si kaasuu qaban malee duubatti si deebisuu hin qaban
๐Ÿค”Sif situ jira.......๐Ÿ“š

๐Ÿชก @dhangaayaada ๐Ÿ“ก


๐Ÿ…ฐ_ Airdrop kana nan hojjedha.....โค๏ธ

๐Ÿ…ฑ_ Hin hojjedhu..........๐Ÿšซ

Qubeen filannoo keessanii "๐Ÿ…ฐ" yoo ta'e Eegaaluu dandeessuu........๐Ÿฆพ๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/flagton_bot/app?startapp=invite234517


Qormaanni Guddaan.....

โžก๏ธ Jireenya keessatti qormaanniย  guddaan eenyu akka taate barbaaddee of argachuudha, Inni lammaffaan immoo waan argattetti gammaduudha.

โžก๏ธ Namni baay'een waan argatetti hin gammadu; yoo gammades yeroo muraasaaf qofadha.

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Hubaadhu:

โœ๏ธ Ka'umsii mijaata in tane, Ga'umsii isa baay'ee mijaata akka ta'e beekii.

โœ๏ธ Haallii mijaata in jiru, haala keessa jirtuu mijeeffaadhuu..............๐Ÿ™

@dhangaayaada
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Maatii Channel keenya ๐Ÿ‘‰ Logo keenya Haala kanaan haroomsine jirraa "React" โค๏ธ ๐Ÿ‘ ๐Ÿ˜˜ nu barbaachisa.......

Galatooma..๐Ÿค
@dhangaayaada
@dhangaayaada


Guyyaa saddet boodaa maaltuu ta'uuf akka jiruu Tuqaa ilaala Garuu Icciitiin male Namaf namattii hin dubbatiin caalisaa namaf Share godha๐Ÿคฆ
๐Ÿ˜ญ
https://t.me/DurovCapsBot/caps?startapp=6821730814


#Namichaa_fi_simbirroo

๐Ÿค” Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, du'uu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte.

โœ๏ธ Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.

,1ffaa, โ€œWaan si harka jiru hin gadhiisinโ€;

2ffaa, โ€œWaan darbetti hin gaabbinโ€ jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.

๐Ÿคฆ Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen.
๐Ÿคฆ Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha.
๐Ÿคฆ Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen.
๐Ÿคฆ Namichis gad ishee lakkise.
๐Ÿฆ…Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.

๐Ÿ‘‰ ,Innis, โ€œWaan si harka jiru hin gadhiisinโ€ naan jette jedheen. โ€œWaan ajajamte rawwatteeree?โ€ jetteen. โ€œLakkiโ€ jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite ta'ee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
.

๐Ÿซข โ€œErgaan inni 2ffaan maal jedha ture?โ€jetteen. Innis, โ€œWaan darbetti hin gaabbinโ€ kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
๐Ÿค”Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhaga'uuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate ta'ee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qopheessi.


๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ๐Ÿ’จ
@dhangaayaada


โœ๏ธ ONNACHIIFTUU

๐Ÿคฆ Ilaalcha kee jijjiiruu yoo dandeesse, amala kee jijjiiruu dandeessa.

๐Ÿคฆ Amala kee jijjiiruu yoo dandeesse immoo gocha kee jijjiiruu dandeessa.

๐Ÿคฆ Kanneen kana gochuu yoo dandeesse waan yaaddee kamiyyuu milkeessuu ni dandeessa.

๐Ÿคซ Beekumsa qabda jechuun, Ogummaa qabda jechuu miti.

๐ŸคซOgummaa qabda jechuun garuu beekumsas qabda jechuudha.

๐Ÿค” Guddummaan nama tokko yeroo aarutti jechoota inni dubbatufii, miira inni agarsiisuun dhugaasaa beekuu dandeessa.

๐Ÿซข Namoonni cimoon yeroo aaranitti illee tasgabbaa'oodha.

๐Ÿค” Yeroo hundumaa odeeffannoo karaa qaamota miiraa keenya irraa fudhannu irratti hirkachuun rakkisaadha. Sababiinsaa
qaamonni miiraa keenya dogoggoruu danda'u.
Kuusaan dandeetti sammuu garuu hin dogoggoru. Kanaaf humna amansiisaa ittiin karoora keenya milkeessinu argachuudhaaf kuusaa dandeettii sammuuti fayyadamuu qabna.

โœ๏ธ Ofii keessan bu'aaf hin gurguriina.

@dhangaayaada
@Emotional_4U


๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต๐Ÿ’ต
https://t.me/cellcoIn_bot/app?startapp=6821730814


Join UXUY Wallet, get 100 UP for free๐Ÿ†“
๐Ÿ’ฐStand a chance to win future airdrops

UXUY Wallet is a Web3 multi-chain decentralized wallet backed by Binance investments.


๐ŸŽŠHordoftoonnii Amanta Kiristiyaana Baga Ayyaana yaaddannoo dhalachuu Gooftaa keenyaa Yesus kiristoos nagaan geessa! Ayyaana Gaarii๐Ÿ‘๐Ÿ‘

๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„
๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„@Dhangaayaada
@Dhangaayaad๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„
๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„๐ŸŽ„


๐ŸคฆDhangaa yaada jechuun, yaada tokkoo fi yaada biroo gidduutti waliigaltee, mormii, ykn haala marii gochuu dha. Kunis, yaada, ilaalcha, fi muuxannoo garaagaraa walitti dhufeenya gochuun, yaada bal'aa fi qajeelfamaa uumuuf yaaluu dha.

โœ๏ธ Dhangaa yaada keessatti, wantoota armaan gadii ni mul'atu:

1. Waliigaltee: Yaadota walitti dhufeenya gochuu fi waliigaltee irratti hojjachuu.

2. Mormii: Yaada tokko irratti mormii fi yaada biroo dhiyeessuu.

3. Mararfannoo: Yaada fi muuxannoo garaagaraa hubachuu fi kabajuu.

"Dhangaa yaada", hawaasa keessatti yaada bal'aa fi murteessaa uumuuf, akkasumas rakkoo furuuf gumaacha guddaa qaba.

Join Gochuun Nuu waliin ta'a๐Ÿซก

@dhangaayaada
@Dhangaayaada


๐ŸŒ€Hubaadhu:

Warra si barbaadaniif jiraachuu qabda.ย  Namoota amanamoo taสผan qofa wajjiin michuu taสผi.ย  Warra sitti tolan waliin haasa'i.ย  Warra si dinqisiifatanis galateeffadhu.

@dhangaayaada
@dhangaayaada

20 last posts shown.