"GOAT" Jechuun maal jechuudha??
GOAT Jechuun Re'ee ykn Gosa Beelladaa Mana Galu Jechuudha. Garuu, yeroo baay'ee" Ronaldo" THE GOAT ykn " Messi " THE GOAT Yeroo jedhamu ni dhageessu ykn ammoo jechaa ooltus ta'a!! 😅 kana jechuun
🐐
Hiikni isas "Cimaa Yeroo Maraa" jechuudha!!
Mee isiniif taphataan cimaa yeroo maraa eenyuu?
CR7 ❤️ MESSI 👍

Greatest of all time!! Jechhudha