Posts filter


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
“Jiddugala kanatti itti daldaalla; yaada itti waljijjiirra.”


Muummee Ministiraa Abiyyii Ahimad(Dr.)


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
"Giddugalli Konveenshinii Idil-addunyaa Addiis har'a eebbisne, biyyi keenya akka konfaransiiwwaniifi agarsiisota gurguddoo keessumsiiftu kan ishee dandeessisudha."

Muummee Ministiraa Abiyyi Ahimad(Dr.)


"Giddugalli Konveenshinii Idil-Addunyaa Addis, Magaalaa keenyaafis ta’ee biyya keenyaaf carraa guddaa kan uumuudha; ijaarsa maqaa gaarii biyyaa fi tuuristoota hawwachuuf gahee guddaa qaba”
Kantibaa Adaanach Abeebee


Muummen Ministiraa Abiyyi Ahimad(Dr.) Giddugala Konveenshinii idil-addunyaa Addis (Addis International Convention Center) eebbisan

Eebba


“Injifannoon Adwaa Faajjii gurraachotaa walqixxummaa namoomaa dhugoomsedha” – Obbo Shimallis Abdiisaa
*******************
Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa guyyaa inifannoo Adwaa 129ffaa ilaalchisuun ergaa dabrsnii jiru. Ergaan isaanii guutuun akka armaani gadiitti dhiyaata:-

Dhalli namaa birmadummaa guutuu gonfachuuf wareegama kaffala; Kan walqixxummaatti hin amanne ammoo kan biraa garboomsuuf yaaluu seenaan darbe ni mul’isa. Taateen waltajjii marii konfiraansii Baarlin Afrikaanota qircachuuf taa’ame madaala namoomaa kan diige garaa garummaa ilma namaa jidduutti kan bu’uureesse ture.

Mirmaduufi Garba akkasumas warra boodatti hafoo fi qarooman jechuun ilmaan namaa gargar qoode.

Ergaa PMO Obbo Shimallis Abdiisaa




Hojii misooma sululaa Godina Harargee Lixaa Aanaa Xulloo

📷: Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa


Adwaa


"Mul'anni Giddugala konveenshinii idil-addunyaa Addis magaalaan keenya Finfinneen taateewwan keessummummaa Ardii fi idil-addunyaatiin akka Afrikaatti dursituu taatee arguu yemmuu ta'u imalli guddaan kuni ifatti eegaluun Itoophiyaanota hundaaf boonicha olaanaadha waan ta'eef irra deebiin baga gamnaddane!"

Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Adaanechi Abeebee

9 last posts shown.