Hamma ofii kee nama biraatti of ibsuu hirisaa deemnu humni baasnu hir'ataa deema.
📌 Sun immoo hamma dhiphinaa hirisa, dandeettii waa yaadachuu dabalaa, iccitii dhuunfaa keenyaa qabachaa deemna, ofii keenyan rakkina nu muudate akka furruuf nu jabeessa, yeroo keenyatti haalaan akka itti fayyadamnu nu dandeessisa.