#Albert_Einstein
Albert yeroo barataa turetti gaaffii gaafatame.Gaaffichi gaaffii Heerreegaati.Barsiisaan yeros "1Γ9 meeqa?" jedhee gaafate.Albertis "9"jedhee deebise.Ammas" 2Γ9 meeqa" jedhee gaafate.Albertis "18" jedhee deebiseefi.Barsiisichi itti fufuun ammas hanga 9Γ10 gaafate.Albertis "9Γ10=91" jedhee deebiseefi.Barattoonni hundinuu itti kolfani.Sababni isaa 9Γ10=90 waan ta'eefi.
Albert dhumarratti barattoota itti kolfan sanaan "gaafan deebii sirrii deebisu hamilee homaatuu naaf hin kennine.Garuu,gaafan deebii tokko dogongoru hundi keessan natti kofaltani.
Kana jechaan gaafa ati dogongora uumte namni hundi sitti iyya.Gaafa gaarii 100 hojjattu nama hamilee siif kennu dhabda.Kanaafuu,gaarii hojjachuu keetiif hamilee Namarraa hin eegiin.
Nagaan Oola
@Hiikaayaadaa