Seerota Ajaa'ibsiisoo Kooriyaa Kaabaa
(North Korea)
1-Kooriyaa kaabaa keessatti amantiin kamiyyu dhorkaadha. Waaqni jira jechuun nama adabsiisa.
2-Kooriyaa kaabaa keessa tiraafikii durbaa qofaatu jira. Tiraafikiin dhiiraa hin jiru
3-Filannoon Kooriyaa kaabaa waggaa 5, 5niin geggeeffama. Garuu kaardiin filannoo maqaa nama tokkoo qofaa qaba.
4-Kooriyaa kaabaa keessatti yoo yakka hojjette amma dhaloota sadii fi maatiin hundi itti gaafatama.
5-Namni kamiyyu rifeensa isaa akkaataa mootummaan eeyyamuun qofa sirreeffata. Akka pireedizantii isaanii uffachuun taβe rifeensa sirreeffachuun dhorkaadha.
6-Konkolaataa ykn computerii bitachuuf eeyyama mootummaa argachuu qabda.
7-Akka biyyaatti TV sadii qofaatu jira.
8-Kaalendarii isaanii bara 1912 yeroo mootiin isaanii Kim sung 2ffaa dhalatee kaasanii lakkaaβu. Amma akka addunyaa 2020 irra hin geenye bara 109 irra jiru
9-Dhiirri tokko durba waliin waaβee jaalalaa kan inni haasaβuu dandaβu yoo kan ishee fuudhu taβe qofaadha. Gaafa guyyaa gaaβela isaanii bakka awwaalcha Kim Sung 2ffaa daawwachuun dirqamadha.
10-Kooriyaa kaabaa keessa akka biyyoota biroo taaksii fi gibirri ummata irraa hin funaanamu.
11-Yeroo mucaan dhalatu maqaa pirezidantii isaanii baasuun hin dandaβamu. Yoo osoo pirezidentiin isaanii hin muudamiin dura baasaniif taβe maatiin maqaa mucaa jijjiiruuf dirqamu.
12-Biyyattiin rakkoo humna ibsaa waan qabduuf yeroo hundaa akka guutuu biyyaatti halkan ibsaan ni bada.
13-Maatiin ijoollee barsiifachuuf gara M/B yeroo ergu taaβumsa kennuun dirqama.
14-Uffata jiinsii bifa samii (blue) uffachuun dhorkaadha. Akka sirna impeeriyaaliizimii USA tti ilaalu.
15-Magaalaa guddoo piyongyang keessa nama eeyyemameef qofaatu jiraachuu dandaβa.
16-Biyyattii keessa qaama miidhamaan hin jiru. Ni ajjeefamu.
17-Humni nama baratee 100% dha. Namni hin baranne hin jiru.
18-Raadiyoo biyyattii sagalee hiriβsuu malee dhaamsuun dhorkaadha.