Shamarraniif,π€β¨π«Ά
1.Bareedina barbaacha 'Makeup' hin fayyadaminaa!ππ«
2.Hojjaa barbaacha kophee ol kaβaa hin kaawwatinaa! Like this ππ
3. Dhiira barbaacha β Biq biq β hin jedhinaa!π
4.Yeroo isaatti hin argattuu hin jarjarinaa!π€π
5.Ariifattanii hin murteessinaa!π
6.Nama garaa guutuun jaalladhaa!
Garuu, hin amaninaa!π€β¨
7.Dhiira shan, jaβa walirratti hin jaallatinaa!
Tokko gaβaadha.β€οΈπ
8.Miidhaginni kee amala kee caala taanaan, Amalli kee 0βn baayyifama.π«€
9.Fayyaaf nama caalaa qarshii hin jaallatinaa!
β ααα α€α αααα₯ α€αα’β
10.Waan isin miidhee, nama biraa fayyadu hin hojjetinaa!π€
@Miira_jaalalaa β€οΈ