Forward from: MAADDII NEWS🎞
Kennaa bilisaa!
Madda isaa hin yaadadhu garuu jecha durii tokko na barsiise:-
“Qabeenyi guddaan ogummaadha. Meeshaan waraanaa cimaan obsa. Eegumsi ni jira jedhame amantii Uumaa irratti qabnudha. Kolfi qoricha nama fayyisudha. Dhugaan baay'ee nama ajaa'ibu wantootni nuti kaafne kun hundi guutummaatti bilisa ta'uu isaaniiti."
Kennaawwan kana haa hiiknu! Isaan haa fayyadamnu!
Halkan gaarii🤩https://t.me/MaaddiiNews
https://t.me/MaaddiiNews