Forward from: Mujahid Habo
#JAALALLIIKEE_NA_GUBEE
~~~~~~~~~~~~~~~
Jaalallii kee na gubee
An dhabeeraa gaaddiisaa
Yoon rafuuf yoon gad ta'uu
Waa'ee kee na yaachiisaa
Yeroon achi irraan darbuu
Karaa hulaan hiixadhaa
Akka waanan si arguu
Cal jedheetan miixadhaa
Akka waan laga buutee
Ati bishaan waraabduu
Kottukaa Ammaa jettee
Daandii gubbaa na dhaabduu
Yaadaan oliif gad deemee
Fagoof dhihoodhaa fidee
Sin dhiisa jedhee yaadee
Keessi kiyya na didee
Yeroon kophaa koo ta'ee
Walaloo siif barreessuu
Miroonni qaama kootii
Waa'ee kee naaf tarreessuu
Kallattii hundaan deemee
An ergan dhabee falaa
Ka'een waardiyyaa ta'ee
Mana keessanitti galaa!!
onneen koo siif jettee
jaalalaan waadamtee
boriif taata jettee
hedduu na abdattee
isa waliin jenne
sana hin irraanfattee
jecha namni jedhu
na gargaartee baattee
anoo siinan baree
eenyutti na laattee
❤❤❤ko simalee
Jirunko yoom taate?
anoo miidhameeraa
maaliree fallisaa
hirribnis nan qabuu
Sina barbaachiisaa
an sin dhaba taanaan
ofuman fannisaa
yeroo hundaa taa'ee
suma na yaachisaa
halkan abjuu keessas
suma na waamsisaa
wayyoo eessa jirtaa
siif ana boochisaa
Sidhabee jennaanii
Lubbuunko hin jiraattu
jaalala koo kana
maaf narraan hirmaattuu
Walaloo mi'ooftuu dubbisuufii
Dhaggeeffachuuf liinkii kana
gadi jiru tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA
~~~~~~~~~~~~~~~
Jaalallii kee na gubee
An dhabeeraa gaaddiisaa
Yoon rafuuf yoon gad ta'uu
Waa'ee kee na yaachiisaa
Yeroon achi irraan darbuu
Karaa hulaan hiixadhaa
Akka waanan si arguu
Cal jedheetan miixadhaa
Akka waan laga buutee
Ati bishaan waraabduu
Kottukaa Ammaa jettee
Daandii gubbaa na dhaabduu
Yaadaan oliif gad deemee
Fagoof dhihoodhaa fidee
Sin dhiisa jedhee yaadee
Keessi kiyya na didee
Yeroon kophaa koo ta'ee
Walaloo siif barreessuu
Miroonni qaama kootii
Waa'ee kee naaf tarreessuu
Kallattii hundaan deemee
An ergan dhabee falaa
Ka'een waardiyyaa ta'ee
Mana keessanitti galaa!!
onneen koo siif jettee
jaalalaan waadamtee
boriif taata jettee
hedduu na abdattee
isa waliin jenne
sana hin irraanfattee
jecha namni jedhu
na gargaartee baattee
anoo siinan baree
eenyutti na laattee
❤❤❤ko simalee
Jirunko yoom taate?
anoo miidhameeraa
maaliree fallisaa
hirribnis nan qabuu
Sina barbaachiisaa
an sin dhaba taanaan
ofuman fannisaa
yeroo hundaa taa'ee
suma na yaachisaa
halkan abjuu keessas
suma na waamsisaa
wayyoo eessa jirtaa
siif ana boochisaa
Sidhabee jennaanii
Lubbuunko hin jiraattu
jaalala koo kana
maaf narraan hirmaattuu
Walaloo mi'ooftuu dubbisuufii
Dhaggeeffachuuf liinkii kana
gadi jiru tuqaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAEmc0vHVCxyOHTCBFA