πŽπƒπ”π” πˆπ’ππŽπŽπ‘π“πˆπˆ


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Sport


Odeessa haaraawaa
πŸ‘‰ premier league England
πŸ‘‰ Laligaa Ispeen
πŸ‘‰ Bundisliigaa Jarmanii
πŸ‘‰ SeriA Italy
πŸ‘‰ Liigii Faranasaayi 1
Tapha kallattiinπŸ“·
Oduu jijjiiraa fi kkf
Ispoortii Afaan keenyaan haa dubbisnu
Yaadaaf qeeqa qabdaniif
@Solay13
@Ayyoo_LM10

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Sport
Statistics
Posts filter


πŸ“Š| Laaligaa keessatti goolii eegdota qulqullina baay'ee qaban


Admiin cimaan baati kana eenyu jettu filadhaa?
Poll
  •   Obsaa
  •   Nunez _vardii
  •   IBSA pro
  •   1pac
  •   M RAKE
  •   WBB sol
  •   Boez B
  •   Khaalid
  •   Babi52
250 votes


🚨 Rúben Amorim karoora jijjiirraa isaa irratti garee Manchester United waliin mari'atee kan ture yoo ta'u, Antony, Casemiro fi Christian Eriksen ykn Victor Lindelof akka qaama karoora isaatti hin ilaalu.

(Madda: TEAMtalk)

β“ˆβ’½β’Άβ“‡β’Ίβžͺ@oduu_isporti
β“ˆβ’½β’Άβ“‡β’Ίβžͺ@oduu_isporti


Ruuben Amoorin ifatti leenjisaa Maanchistar Yunaayitid ta'erra.

Fabrizio Romano akka gabaasetti hojii isaa NOV 11, guyyoota 11 booda ifatti akka jalqabu gabaaseera.


Jifataa Ajaa'ibaa Viktoor Yokereesh beektu?

πŸŸ’πŸ‡ΈπŸ‡ͺ Victor Gyokeres bara 2024 keessa

✍️goolii 40 galche
✍️Kubbaa 14 mijeessee kenne

Ajaa'iba.πŸ‘πŸ»πŸ‘πŸ»

Victor Gyokeres is one of the best strikers on the planet right now 🀯πŸ”₯

πŸ‡ΈπŸ‡ͺ Viktor Gyokeres bara kana bara 2024/25 biyyaa fi kilabaaf

✍️Tapha πŸ‘•18 taphate
✍️⚽goolii 20 galche
✍️🎯kubbaa gooliif taatu 5 mijeessee kenne..

Amma ji'a onkolooleessa keessa jira

@oduu_isporti
@oduu_isporti


Paatriis Evraan Arsenaal ilaaluu fi Netflix πŸ‘€ ilaaluun wal bira qabee ilaaleera

Akka paatriis Evraan jedhutti Arsenal ilaaluu fi Netflix ilaaluun tokkuma lameenuu hamma season ykn boqonnaa itti aanuutt eegu qabda!

@oduu_isporti
@oduu_isporti


πŸ”΅πŸ”΄πŸ˜‡ Raphinha: β€œLamine Yamal mucaa kooti”.


''Jaalala baayyee addaa isaaf qaba.
Inni addunyaa kana irratti warra hunda caalan keessaa tokkodha”.


@oduu_isporti
@oduu_isporti


Manchester United erga Erik Ten Hag gaggeessee booda goolii 5 fi 2 tiin Leicester City injifateera.

Man United 5 - 2 Leicester

πŸ‘‰ Perfect start for Ruud

SHAREπŸ”˜ @Oduu_isporti
SHAREπŸ”˜ @Oduu_isporti


Happy birthday Marcus Rashford πŸ’₯


David de Gea to Casemiro on Instagram. πŸ“²πŸ˜


✍ Leenjisa Ruuben Amorim akkaataan tapha isaa akkami?

✍3-4-3 irratti 
_leenjisaan kun Ittistoota gidduu 3 fayyadamuun kan baramee dha..
βœ… Gareen kun yeroo taphattoonni garee faallaa kubbaa harkaa qaban taphattoonni sarara ittisaa qarqaraaΒ  lamaan of duuba deebi'uunΒ  taphattoota sarara ittisaa 3 dabalamuun lakkoofsi ittistootaa gara 5tti ol guddata, kunis gareen morkataa goolii galchuuf akka rakkatu taasisa.

Tapha kubbaa miilaa hawwataa ta'e kan taphatu Ruuben Amorim halluu isaatiin Sporting Lisbon dibee liigii keessattis ta'e Awurooppaatti dorgomaa godhee jira .. Leenjisaan abdii guddaa qabu argataniiru taphattoonnii akka Harry Amas, Amad Whitley, Ugarte Zirkizi, Yoro Garnacho, yoo xiqqaate leenjisaa eenyummaa qabu, leenjisaa waan yaadu dirree irratti hojiirra oolchuu barbaadu.. ... Yunaayitid ulfina duraaniitti deebisuu bira darbee taphattoota gurguddoo akkaadaamii kana keessa jiran kanneen akka She Lesi, Amir Ibrahimov, Chido Obi, Martins Lusal, garee jalqabaa keessatti ni hirirsa jedhamee eegama.


Taphattoota ciccimoo Urjii addunyaa kanaa ta'an garuu badhaasa Baalandoorii osoo hin injifatiin hafan.

Isaan kana keessaa sadarkaa 1ffaa hanga 3ffaa eenyuuf kennitu?

@oduu_isporti
@oduu_isporti


πŸŽ™οΈπŸ—£οΈ πŸ‡«πŸ‡·N'GOLO KANTE: "Jireenya isaanii akkan jijjiiru ummata kiyyaaf waadaa waanan galeef gara Saudi Arabiyaa deeme".

πŸ—£οΈHar'a Sa'udii Arabiyaatti miliyoonaan argadha garuu kubbaa miilaaniis nan gammada, garuu invastimantii koo hundarra gaariin saba koo bakkan dhaladhetti gargaaruudha, jireenya isaanii akkan jijjiiru waadaa galeen ture nan jijjiirra.

Bara kana ummata koo garmalee rakkachaa jiruuf manneen barnootaa, hospitaala, istaadiyeemii fi kuufama bishaanii akkan ijaaru waadaa galeen jira

Invastimantii koo inni gaariin miliyoona ani Sa'udii Arabiyaa keessatti argadhuun namoota rakkatan gargaaruu dha

-N'Golo KantΓ©πŸ‡«πŸ‡·β€οΈ

@oduu_isporti
@oduu_isporti


Deeggaraan Arsenaal tokko deeggaraa Maanchistar Yunaayitid ajjeese

Dilbata darbe tapha Arsenaal fi Liivarpuul daqiiqaa dhumaa irratti yeroo Mo Saalaan goolii galche namni Beeniyaamin Okeeloo jedhamu deeggaraa Maanchistar Yunaayitid ture deeggartoota Arsenaal irratti arrabsoo darbatee ture sababa kanaan taphaan booda deeggaraa Arsenal Onan jedhamuun waldhabee lubbuun okeeloo dabaruu Poolisiin beeksise...

Yakkamaan nama ajjeese yeroo ammaa barbaadamaa kan jiru yoo ta'u, nama kana argachuuf sa'aatii 24 hojjetaa akka jiru ibsa kenneen poolisiitti beeksiseera.

Namni suuraa irratti mul'atu Beeniyaamin Okello kan lubbuu isaa dhabe yoo ta'u taatee kun lixa Yugaandaa keessatti mudate.

@oduu_isporti
@oduu_isporti


Ramaddii Waancaa Kaaraabaa'o marsaa itti Aanu

πŸ‘‰Tottenham vs Manchester United.

πŸ‘‰Arsenal vs Crystal Palace.

πŸ‘‰ Newcastle vs Brentford.

πŸ‘‰ Liverpool vs Southampton.


@oduu_isporti
@oduu_isporti


πŸš¨πŸ‡΅πŸ‡Ή NEW

Ruben Amorim tapha isaa jalqabaaΒ  Ipswich Town waliin ni taphata jedhamee eegama

@oduu_isporti
@oduu_isporti


Ammas Adingraa Kan Galche isuma


Brightooooooon


Gooooooooooooooooooooool


Arsenal Galche Ture haaqameera

20 last posts shown.