Tπ•™π• π•¦π•˜π•™π•₯ P𝕠𝕨𝕖𝕣


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


With this channel we talk about:-
πŸ‘‰Vision(Mul'ata)
πŸ‘‰Dream(Abjuu)
πŸ‘‰Inner Peace(Nageenya keessoo)
πŸ‘‰Life Wisdome(Ogummaa jireenyaa)
πŸ‘‰Quotes(Jecha Hayyootaa)
πŸ‘‰Your True Version
Stay tune!
Remember to share like and Comment

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


Barmaatilee Bilchaatotaa
~
Akkuma beekkamu Network Marketing''n naamusa fi sirna qabeessummaa irratti kan hundaa’eedha. Milkaa’uuf qorannoo Siistamaa fi hojii bira darbee ilaalchi ati jireenyaa fi sochiin guyyaa guyyaa kee maallaqa argattu fi dhabdu irratti kallattiinis ta’e al-kallattiin dhiibbaa qaba. Jireenya kee bilcheessi. Mee namoota bilchaatan irraa waanan arge isiniif yaa himu.
~
🌱
Yeroo bilchaattu🌱
πŸ“Œ Waan xixiqqoo ajaa'ibsiisuu ni dhiista.
πŸ“Œ Dhiifama heddu goota
πŸ“Œ Yaada bilisaan baasta
πŸ“Œ Garaagarummaatti amanta
πŸ“Œ Jaalala kennita
πŸ“Œ Salphaatti hin murteessin.
πŸ“Œ Jechoota hiika hin qabne tokko tokko irraa ni fagaatta.
πŸ“Œ Garmalee hin gammadin
πŸ“Œ Uumaattis ni amanta.
ο»Ώ
Guyyaa gaarii qabaadhaa!


PDF KITAABA KANAA NI FEETAA?


#Etcare_Jimma

Dhaabbanni keenya damee isaa magaalaa Jimmaatti banee jira.

Kaayyon Keenya:-
Oomisha qulqullina qabu carraa hojii bareedaa waliin dhiyeessina.
Namoonni nu waliin hojjachuu feetan nu dubbisaa.

@amdivine9


Bassuu fi Harmee Bassuu haa deeggarru

rakkoon eelaa qabdi malee godaannisa hin qabdu


Hojii bareedaa dalagaa jirra.
Kan hojjannu immoo mul'ata keenyaaf malee garaaf qofa miti.


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Learn then Earn


WIIXATAA FI MILKII
~
Guyyaa kanaan namoonni hedduun gurraacha(Black monday) jedhuun.

Nuti immoo abjuuf mul'ata warri qabnu guyyaa adii(bright day) jennaan. Torbee keessaa guyyaa jalqabaati.
Wiixata keenya injifannee oollan torbee injifachuun salphaadha.

Baga Wiixata guyyaa jaalalaa geessa.

Thought Power


Sunday's "I AM" Affirmation
~~~
I am Love
I am happy
I am joyous
I am rich
I am visionary
I am strong
I am influential
I am connected with divine
I am good father
I am reader
I am student
I am professional
I am wealth
I am role model
I am good husband
I am sociable
I am active
I am spiritual
I am calm
I am peace
I am healthy
I am prayer

~
Thought Power


Degree,Master,PHD qabattee hin dubbistu taanan, of hin leenjistu taanan hinbarannee(Illiterate) ta'aa deemta!

Leader is reader!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Do you want to #create_golden_opportunities or do you want to wait for someone else to create them for you?


GARBA_MUL'ATA_KEE_TA'I!

Namni Mul'ata hin qabne garba abbaa mul'ataati.


Ofitti amanamummaa ni ijaarranna,ni gabbifanna malee waliin dhalannee miti.


Garaa keetiif akkuma sooranni barbaachisu,sammuun keetis ni beela'a.
Hammuma sammuun kee ijaarrame diinagdeen keetis ijaarrama.

Sammuu keetiif maal laachaa jirta?


Milkiin wanta al tokko hojjattee dhiistu osoo hin taane walitti fufiinsaan waan raawwannu irraa dhufa!


Is your path for your future dream? Need direction for business and success?

Follow us!


Network marketing isn't about pushing products - it's about becoming a solution provider. When you shift your mindset from transaction to transformation, that's when your business explodes.


Blessed are they who see beautiful things in humble places where other people see nothing. Blessed to see new day with bright futures.


Milkaa'uuf biyya jijjiiruun dirqama miti,ilaalcha malee.

Dhugumatti jijjiirrama yoo feete carraan hojii funyaanuma kee jala jira.
~

GRAND BOP and LIFE SKILL TRAINING

Dhaabbanni keenya oomisha qulqullina qabuu fi carraa hojii bareedaa nuuf qabatee dhufee jira.

Guyyaa: Amajjii 18,2017 ALI
Iddoon: Baatuu,Naannawa teelee(Gamoo Tsadaalee)
Sa'aatii: 7:30 Waaree booda.

Na dubbisuu dandeessu
πŸ‘‡πŸ‘‡
@amdivine9


GALATA
~
Humnaa fi energy universe kana keessaa jiru keesssaa tokko galateeffannaadha.
Yemmuu galateeffannu humni nuti tilmaamuu hin dandeenye nu keessaa dammaqa.
Univesrse kunis wanta galateeffattu sanaaf itti siif dabala.
~
Oolmaa gaarii!

20 last posts shown.