#8 ✍️
➗ Xinsammuu 08 🟣
➊. Kaayyoon mul'ata kee milkeessiti!
➋. Waan argitee fi waan ilaalte hubachuu yaali si gargaara waan ta'eef!
➌. Yeroo gabaabduuf jettee abdii kee hin kutin maalif yoo jette booda si qaanessa!
➍. Waan hunda dursa ofiif bakka laadhu kan sirra sitti aanu waan hin jireef!
➎. Of beeki kan sirra si beeku waan hin jirreef!
@xinsammuu1 💥