Christian Media World Wide


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


#Kayyoon_Media_Kana:-
☞ Dhugaawwan Bu'uura Kristiyaana Maraan Ga'udha.💬
✍️ Sagalee Misirachoo hundaatti Lallaabudha.✝️📢
✍️ Kitaabota Hafuura isiniif Maxxaansina.📖
✉️ Yaadaf: samiebisao@gmail.com
𝐇𝐨𝐄 1:11
👇👇👇👇
https://t.me/+4e3iwW3dnD1lMTlk

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


✔ Wantoonni gaariin jireenya keessatti salphaatti hin dhufan. Yeroo rakkinaa fi qormaata guddaa keessa darbitu, jireenyikee waan yeroo dheeraaf hin turre utuu hin taane, waan ati bara baraan akka qabeenyaatti ilaaltee itti gammaddu waan siif qabaachuu malu siif qopheessu ta’uu danda’a...
👉 Itti fufaa dubbisaa

🌐 As tuqaa >> See More
As tuqaa >> See More

Welcome 🤗


💰Learn how to make dollar💰 with out investment and forex trading concepts with some tutorials. Follow the link and join  my channel.

https://t.me/Dollar_crypto3
https://t.me/Dollar_crypto3

There may be premium gift for may beloved followers


🌸 Sababiilee hin yaadamne gurguddoo 5 kan shamarran dhoksaatti dhiirotarraa eegan... ↪️ See More

             👇👇👇
             ✨banaa✨
         .  ✨banaa✨
               👆👆👆👆


🤦‍♀️ Maaliif??,... See More
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯


Guyyaa har'aa wantoota sadii irratti to'annoo guutuun qaba;

💥1. Yaada sammuu kootii
💥2. Dubbannaa arraba kootii
💥3. Gochaa qaama kootii


Gaafa dhibamtu fayyaa hawwita. Gaafa fayyaa taatu hojii hawwita. Gaafa hojii argattu qabeenyaa hawwita. Gaafa qabeenyaa argattu qabeenyaa caalu hawwita…

Yoom galateeffattaa?

Leta Kenei Fb page


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
   @Forgiveness123
   @Jirraamallee
       🔺ᴊᴏɪɴ🔺


👉 Focus on Jesus

Have a nice day🙏

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
   @Forgiveness123
   @Jirraamallee
       🔺ᴊᴏɪɴ🔺




Video is unavailable for watching
Show in Telegram


Galaatiyaa 6:14, 17

[14] Fannoo Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan ittiin addunyaan naaf fannifame, kan anis ittiin addunyaaf fannifame sana malee waan biraatiin of jajuun narraa haa fagaatu.

[17] Ani dhagna koo irraa godaannisa Yesuus qabaatii siʼachi namni tokko iyyuu na hin rakkisin.


ገላትያ 6
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁴ ነገር ግን ዓለም ለእኔ የተሰቀለበት እኔም ለዓለም የተሰቀልሁበት ከጌታችን ከኢየሱስ ክርስቶስ መስቀል በቀር ሌላ ትምክህት ከእኔ ይራቅ።

¹⁷ እኔ የኢየሱስን ማኅተም በሥጋዬ ተሸክሜአለሁና ከእንግዲህ ወዲህ አንድ ስንኳ አያድክመኝ።


7 ለምኑ፥ ይሰጣችሁማል፤ ፈልጉ፥ ታገኙማላችሁ፤ መዝጊያን አንኳኩ፥ ይከፈትላችሁማል።
8 የሚለምነው ሁሉ ይቀበላልና፥ የሚፈልገውም ያገኛል፥ መዝጊያንም ለሚያንኳኳ ይከፈትለታል።
9 ወይስ ከእናንተ፥ ልጁ እንጀራ ቢለምነው፥ ድንጋይን የሚሰጠው ከእናንተ ማን ሰው ነው?
10 ዓሣስ ቢለምነው እባብን ይሰጠዋልን?
11 እንኪያስ እናንተ ክፉዎች ስትሆኑ ለልጆቻችሁ መልካም ስጦታ መስጠትን ካወቃችሁ፥ በሰማያት ያለው አባታችሁ ለሚለምኑት እንዴት አብልጦ መልካም ነገርን ይሰጣቸው?

የማቴዎስ ወንጌል 7:7-11


“ቃሉን ስበክ፥ በጊዜውም አለጊዜውም ጽና፥ ፈጽመህ እየታገሥህና እያስተማርህ፥ ዝለፍና ገሥጽ ምከርም።”
— 2ኛ ጢሞቴዎስ 4፥2

2 Xiimotewos 4:2

[2] Dubbicha lallabi; yeroo mijaaʼaattis taʼu yeroo hin mijoofnetti qophaaʼi; obsa guddaa fi barsiisa of eeggannaatiin sirreessi; ifadhu; jajjabeessis.




Qol. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ Dubbiin Kristos akka badhaadhummaa isaatti isin keessa haa jiraatu; ogummaa hundumaan wal barsiisaa, wal gorsaas, qooqa garaa garaatiin, faarfannaa galataatiin, weedduu hafuuraatiinis galata garaa keessanii Waaqayyoof faarfadhaa!
¹⁷ Dubbiidhaan yookiis gochaadhaan waanumti isin hojjettan hundinuu maqaa gooftaa Yesusiin haa ta'u; isumaanis Waaqayyo abbaadhaaf galata dhi'eessaa!

ቆላስይስ 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ የእግዚአብሔር ቃል በሙላት ይኑርባችሁ፤ በጥበብ ሁሉ እርስ በርሳችሁ አስተምሩና ገሥጹ፤ በመዝሙርና በዝማሬ በመንፈሳዊም ቅኔ በጸጋው በልባችሁ ለእግዚአብሔር ዘምሩ፤
¹⁷ እግዚአብሔር አብን በእርሱ እያመሰገናችሁ፥ በቃል ቢሆን ወይም በሥራ የምታደርጉትን ሁሉ በጌታ በኢየሱስ ስም አድርጉት።


Ati Waaqayyodha - Jcp Church Sisters Choir New 2024


Isaayaas 45:⁹
~~~~~
Nama uumaa isaa qoccoluuf wayyoo!
Inni akka suphee
harka nama qodaa suphee dha'uu
keessa jiruu ti;
supheen dhooftuu isaatiin,
“Ati maal hojjetta?”
jechuu danda'aa ree?
Wanti inni dha'es,
“Ati harka hin toltu”
ittiin jechuu danda'aa ree?






Faarfannaa 19:13-14

[13] Tajaajilaa kee cubbuu ija jabinaan hojjetamu irraa eegi; cubbuun kunis na hin moʼatin. Yoos ani hirʼina malee nan jiraadha; dogoggora guddaa irraas qulqulluu nan taʼa.

[14] Yaa Waaqayyo, Kattaa koo fi Furii ko, dubbiin afaan kootii fi yaadni garaa koo fuula kee duratti fudhatamaa haa taʼu.


መዝሙር 19
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ የድፍረት ኃጢአት እንዳይገዛኝ ባሪያህን ጠብቅ፤ የዚያን ጊዜ ፍጹም እሆናለሁ፥ ከታላቁም ኃጢአት እነጻለሁ።

¹⁴ አቤቱ፥ ረድኤቴ መድኃኒቴም፥ የአፌ ቃልና የልቤ አሳብ በፊትህ ያማረ ይሁን።

20 last posts shown.