Baankiin Daldala #Itoophiyaa tajaajila kennu irratti taaksii dabalataa hojiirra oolchuu ibse.
Maamiltoota miiliyoonaan lakkaawwaman kan qabu Baankiin Daldalaa Itoophiyaa har'a Onkoloolessa 01, 2024 irraa eegalee tajaajila baankichaaf kaffaltii raawwachiisu irratti taaksii dabalata qabeenyaa hojiirra oolchuu beeksise.
Baankichi taaksii dabalataa kaffalchiisu kan eegale akkaataa seera taaksii dabalata qabeenyaa dhiheenya kana mootummaan baaseen ta’uu ibseera.
Baankonni tajaajila kennan irratti taaksii dabalata qabeenyaa akka kaffalchiisan mootummaan ji’oota muraasa dura labsii baasuu kan yaadachiise baankichi, dirqama kana bahachuuf har’aa eegalee kaffaltii tajaajila irratti taaksii dabalata qabeenyaa hojiirra oolchuu ibse.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡