Naannoo Amaaraatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa simatan
Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa Aanaa Kalaalaatti Humnoonni hidhatanii socho’an 154 waamicha nageenyaa mootummaan taasise simataniiru.
Humnoonni naannawicha socho’aa turan “Daandiin dogoggoraa itti seenne rakkoo ummata keenyaa waan hammeessee fi kan hinbaafne ta’uu hubachuun waamichaa nageenyaa mootummaa simanneerra” jedhan.
Hidhattoonni hawaasa nagaa dhorkuun rakkoof saaxilaa turuu himuu ragaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Naannoo Amaaraarraa argame ni mul’isa.
Yeroo ammaa filmaata karaa nagaa baname fayyadamuun uummata hirphuu fi mootummaa cinaa ta’uun gahee isaanii bahachuuf kutannoo qabachuu dubbataniiru.
Gaaffii nagaa dhiyaateef fudhachuun hidhattoonni galanis simannaa taasifameefitti gammadoo ta’uu ibsaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡