DERO TIPS💡


Channel's geo and language: Ethiopia, English


Get the latest tech tips and tricks with DERO TIPS!💡🔧
Owner: @dero_tk

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


Hundi keessan ammuma application Telebot Creator buufadhaa warri hin qabne.

Erga buufattanii
@botfather keessa seenuun bot keessan create godhaa.

Erga gootanii booddee comment irratti barreessaa.


last_name = message.from_user.last_name or "Not Set"


Inni kunis maqaa argachuuf fayyada.
Code kun maqaa abbaa ykn last name yoo namni sun qabaate display godha.
Yoo namni sun last name hin qabu ta'emmoo "not set" jedhee nuuf deebisa.

👨‍💻
@DERO_TIPS
👨‍💻
@DERO_TIPS


Isa dura jirurraa jalqabna.

message.from_user.first_name

code kun faayidaan isaa maqaa namaa bot sana fayyadamaa jiruuf display godha.

Fknf akka suura irra jirutti.

👨‍💻
@DERO_TIPS
👨‍💻
@DERO_TIPS


Hello fam ❤️

Kaleessa code tokko isiniif maxxanseen ture, itti yaadaa jedheera.
Nama meeqatu hubachuudhaaf yaalii godhe?

Post kanaa gaditti waliin ilaalla....


👨‍💻
@DERO_TIPS
👨‍💻
@DERO_TIPS




New bot launched DERO GAME.

Bot kana irraa game taphachuu dandeessu. 😆

Clone gochuun yeroo dhiyootti jalqaba.

🤖
@DeroGame_Bot
🤖
@DeroGame_Bot


Kun maal akka ta'e itti yaadaa galgala waliin ilaalla


first_name = message.from_user.first_name
last_name = message.from_user.last_name or "Not Set"
username = message.from_user.username
chat_id = message.chat.id
userid = message.from_user.id

bot.send_message(f" userid - {userid}\n first_name - {first_name}\n last_name - {last_name}\n username - {username}\n chat_id - {chat_id}\n This is Your data")


Loading...


Itti fufnuu?

Eeyyee ❤️
Lakki
🔥


⛔️TeleBot Creator (TBC)⛔️

📚Seensa TeleBot Creator

🔰TeleBot maali?

📛TeleBot Creator yeroo baayyee TBC jedhamee waamama.
TBC irratti command sasalphaa fayyadamuun salphaatti Telegram bot uumuu kan danda'amudha.
TBC'n akka afaan coding tti Paayitoon(python) qofa deeggara.



🔰TeleBot maaliif fayyadamna?

📛TeleBot Creator (TBC) telegram bot bilisa irratti waan hojjennuuf filannoo gaarii taasiseera.😅



🔰TBC( Telebot Creator) kaffaltii qabaa?

📛TBC irratti hojjechuun kaffaltii hin qabu 100% free dha.
Garuu yoo nuti plan kan free fayyadamne bot keenya irratti beeksisni ni dhufa kan nu hin fayyadne.
Garuu dhaabbata TBC isaaniin fayyada.
Yoo plan keenya upgrade goone garuu beeksisni bot keenya irratti hin galu juchuudha.



👨‍💻
@DERO_TIPS
👨‍💻
@DERO_TIPS


🔰TBC (Telebot Creator) maalidha?

🔰Akkamiin fayyadamna?

🔰Itti fayyadamuuf Tola moo kaffaltii qaba?

🔰Language coding kam fudhata?

Loading...


Baayyeen keessan TBC filattan kanaaf Phyton dhaan isin barsiisa.

Coming soon...

React hin jiru garuu 😆


Hello family bot keenya @DeroWEBTBot kana kan keessan godhachuu dandeessu.

Akkamittiin🤔?

Bot
@DeroWEBTBot kana seenuun command /clone kan jedhu erguun bot token keessan itti ergitu sana booda bot kan akka @DeroWEBTBot isinis uummattan jechuudha.

Kan isiniif hin galle comment barreessaa.


Halkan gaarii ❤️


Bot lang kamiin hojjechuu feetu?
Poll
  •   TBC (phyton)
  •   BJS(Java Script)
  •   Anaaf naa hin galle
5 votes


Forward from: Josue Tech
Har'a galgala Sa'atii 4 irratti giveaway jira channel kana immoo join godhaa @EZ_ROI_Tactics


〽️First of All What is Bots.Business?

➩ Bots.Business is a Platform where you can Create your own bot for Telegram.
(Also Known as BB)




〽️Now How To Make A Bot With Bot Business?


➩Follow Below Steps :

1.Install Bot.Business App and Make an Account.
[Ques: Is this necessary to Install Bots/Business App?
Ans: No, You can use either this app, or you can also use website Apps.Bots.Business]

2. Make A Bot With
@BotFather

3.Copy API Token that you get, And Open Bot.Business app or Apps.Bots.Business Website, then Click New Bot And Paste The API Token And Click On Create Bot.

4. Click On 3 Lines And Click On Libs Then Install All Libs.
[Ques: What are libs?
Ans: Libs - it is common functionality. You can use it for any your tasks.

{For example Bots.Business have such Libs:

Random Lib - for random messages from bot
Referral Lib - for referral tracking
ResourcesLib - for chat resources with growth and etc
Lang Lib - for multi language
etc}

Ques: Is it Neccessary to Install All libs?
Ans: No, You can install only necessary libs.
]


5. Put Command And BJs In Bot.

And That all. Congrats You got a Bot.

🛄
@DERO_TIPS
🛄
@DERO_TIPS


Barumsi itti haa fufu warri jettan react dhaan agarsiisaa.


Telegram bot hojjechuuf maaltu nu barbaachisa?

1.
@BotFather
2. Telebot Creator ykn Bots.Business

Telegram bot kanaafi TBC(Telebot Creator) ykn BJS(Bots.Business) qabaachuu qabna.


Namoonni dandeettii coding, free internet hojjechuu dandeessan admin ta'uu dandeessu.

Akka mucaa isa duraa akka hin taane 😂😂

DM here 👉
@dero_tk

20 last posts shown.