Posts filter




🗣️ Addunyaan keenya faallaa lamaan guutamtee jirti. Jireenyi namaa wantoota adda addaa lamaan kanaan daawwatama. Gaddaa fi gammachuu, kisaaraa fi bu'aan, gammachuu fi kolfa, yaaddoo fi boqonnaa, salphinaa fi ulfina kunneen karaa jireenyaa ilmi namaa keessa darbudha. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/dukkana-koo-ibsita/


📩 Akkan si jaalladhu kan na taasise kaayyoo ati qabdudha....➡️ As tuqaa

⚡️ See More
See More


⭐ Ergaalee jaalalaa aegachuu ni barbaadduu?... As tuqaa


🚩➖🎆 BAGA NAGAAN DHUFTAN🎄🚩

👋 Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!

╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~


🔵 Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!


Join All Channel
➿➿➿➿➿➿
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
@Barruu_Beektotaa 🗣️
┃_
@Reading_PDF 📚
┃_
@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
@Singer_Megertu_Official 🎤
┃_
@Yerusaalem_Haaraa 🎙
┃_
@Kakuu_Studio 📺
┃_
@Lebamsett 💔
┃_
@Spiritual_PDF
┃_
@Coba_Yaadaa 🔵
┃_
Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
@Computer_Soln 🖥
┃_
Researchers Review ☁️
┃_
@Getu_Official ❤️
┃_
@Facts_and_quotes123
┃_
@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
@Seenaa_Tube ⭐️
┃_
@Sona_Official1 🌹
┃_
@kutannoo123
┃_
@Walaloo_Faaruu🎙
┃_
@Spritpoem 🔔
┃_
@DirreeGN ▶️
┃_
@Walaloo_hafuuraa24 😀
┃_
@Kii_Sii ❤️
┃_
@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
@Naar_dos 🧔
┃_
@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
Oro Inspire Center
┃_
@Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
kottaakolfaa 😂
┃_
@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
@AsoosamaafiWalaloo 📜
┃_
@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
@Kutannoo123 📌
┃_
@top_books_store 🗂️
┃_
@Gech_pdf 📚
┃_
@MarsilTvWorldWide 💢
┃_
@timevalue24 🕖
┃_
@miira_jaalalaa ❤️
┃_
@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
@BPEMBASSY 📖
┃_
@prophetamo
┃_
@Online_job724 💰
┃_
@Amharic_proverb
┃_
@Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
@Dirree_Faarfannaa
┃_
@Now_speak_English
┃_
@revealjesus 📕
┃_
@Spoken_English24 🎓
┃_
Plumbing Work 🚰
┃_
@Academy_365😀
┃_
@gitim_alem
┃_
@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
@DayStarBooks 📚
┃_
@Gaggeessummaa 🥇
┃_
Bible Quotes 📖
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
@Diraamaa_Hirkoo99 📷
┃_
@oro_liverpool_fc 🏅
┃_
@Walaloo_Faaruu 📱
┃_
@Dirree_Faarfannaa 🎸
┃_
@Alwayskeepsmile_24 🙂
┃_
Kottaa Kolfaa 😁
┃_
Goal Tv 🔝
┃_
@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
Best Classicals 🎧
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ 👇👇
┃_
@Daandii_Guddinaa 🔊
┃_
@caaffata_qulqullaaa 📖
┃_
@research_helping 📝
┃_
@orotv24 📺
┃_
@learningtips123 🚸
┃_
@graphicsmaker123 🧩
┃_
@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
@gaaela_gaariifamily 🧾
┃_
@dubbiilee_hayyootaa 💡
┃_
@dirree_bohaartii 😀
┃_
@Dargaggootaaf1 👭
┃_
@haadhamanaaogeettii ❤️
┃_
@Afoola_Oromoo24 🪶

┃_
➿➿➿➿➿➿
Join All Channels

@hopepromotion 🎺
@bittaafigurgurtaachannel 🛒

Contact: @Getu_Abera




😂😳😁😄🙈😏 "Miira kofalchiisaa, dinqisiisaa, bashannansiisaa, ajaa'ibsiisaa fi raajeffachiisaa Join gochuudhaan nu biraa argattu 👇

👇👇
Join Us
Join Us


😂 Kunoo ➡️ As Tuqaa


Pornogiraafiin Maali?

Hiika Pornogiraafii fi Yaada Qorattootaa

1. Amala fedhii saalqunnamtii kakaasu (Suura, video yookiin barreeffama) kan miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame agarsiisu.
2. Meeshaa (Kitaabota) fedhii saalqunnamtii agarsiisuu fi miira saalqunnamtii kakaasuuf yaadame.
3. Gochoota haala miira namaa kakaasuun argisiisuudhaan miira cimaa akka kakaasuuf yaadame. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/pornogiraafiin-maali/


Naaga waqaayyoo issinif haa bayyatuu nagaa oltaani
Barumsaa f ,f,farfatotaa jedhuu ⁸kinnooti Namnii tokkoo tokkoo faruun isaa keessaa hin jiruu inni immoo faruu keessaa senuu shakalaa
Namnii tokkoo tokkoo faruun isaa keessaa sene keenaa faruu qabaa jiraa Inni immoo faruu keessaa hin sene urufaa jajjaa
Namaa akkaasif dhifammaa fannaa gorsaa keenuu
Jeechootaa namaa hin dhaga, i
Ati hin dandesuu sagalee kee sirii mitii Kan Waqaayyoo dhaga,i jabachuun gariidhaa


🔑 Miiraa fi jaalala dhugaa karaalee ittiin adda baafannu,... Itti fufaa dubbisaa

➡️ See more
See more
🚨

▶️Jaalalli dhugaa akkamitti beekama?.... Itti fufaa dubbisaa


Yeroo Kadhannaa Kristaanotaa

Akkam Jirtu Obboloota Kiristaanaa fi Obboloota Muslimaa: Har'a yeroo kadhannaa kristaanotaa waliin ilaalla, sababni isaas Muslimoonni tokko tokko Kiristaanummaa keessa kadhannaan (pray) kan hin jirre (waan rafan) waan itti fakkaateef. Amantoonni yookiin kiristaanonni yeroo kadhannaa hin raawwatan jechuu miti. Kiristaanonni yeroo kadhannaa (7) kan qaban yoo ta'u, Muslimoonni immoo guyyaatti yeroo (5) kadhannaa raawwatu.
Guutummaa isaa Website keenya irraa argadhaa
👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-kadhannaa-kristaanotaa/


🗣️ Wanti dhoksaatti hojjetamu cubbuun kamiyyuu jireenya hafuuraatiin akka dadhabnu taasisa. Araada pornogiraafiin qabamee namni jiru kadhachuu, sagalee waaqayyoo dubbifachuu fi amantoota biroo wajjin tokkummaa qabaachuun itti ulfaata. Guutummaa barumsa kanaa fi kanneen biroo website keenya irraa argadhaa 👇👇

https://gaggeessummaa.com/miidhaa-pornogiraafii/


💐 Obbolootaa, imaanaa keessan nama irra kaa'uun dhuma irratti qisaasa'ummaa (kisaaraadha). Deeggarsi keenya nama irratti kan hundaa'e yoo ta'e, namni akka ulee shanbooqqoo waan ta'eef guyyaa tokko cabuun isaa hin oolu. Gaafa cabus nama waraana. Nu miidha. Waaqayyo garuu abbaa gaarii "inni amanamummaadhaan firdii qajeelaa in kenna." (Isa. 42:3). Inni dhagaa jabaa itti of amanuu qabnudha. Gaafa obomboleettiin ka'uu fi taatee hamaan uumamu, yoomiyyuu nu hin dhiisu. Harka nu qabee nu oolcha.

👇👇
https://gaggeessummaa.com/kooluu-sitti-galeera/


🚩 Eebba Torban kanaa fudhadhaa 👋

Maqaa Yesus Kristoosin abjuu keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu. Mul'ataa fi kaayyoo keessaniif jiraachuudhaan Waaqayyo isin haa eebbisu
👇👇

https://gaggeessummaa.com/eebba-torban-kanaa/


🎆 “Sabni dukkana keessa jiraatu ifa guddaa isaa in arga, warra gaadidduu du'aa jala jiraataniifis ifni in ba'a;”
— Isa. 9:2

@Getu_Official 🚩


Naagan waqaayyoo issinif haa bayyatuu nagaa oltaani
1 F_a-r-f-a-n-n-a-a
/farfannaa jeechuun maal Ajeechuudhaa Kan jeedhuuu kinnootii ibsaa balaan
1,1 farfannaan Kan waqaayyooti
Farfannaa Kan keenuu waqaayyoodhaa kanii innii farfaamuu yeeroo hundummaa alkaans guyyaas sa,atii 24
1 ,2 waldaan 1 diriqamaa farfaannaa qabachuu qabdii
1,F, ayyannaa waqayyooti
2,F, lafee dugdaa waldaati
3,F, jinetaraa waldatii
4,F, utubaa waldatii
5,F, jireenyaa keenyaa
2,Farfannaan ammaa atii isaatii siqtee siiti siqaa ❤️
2,1, Farfaannaan namaa keessaa senuu fi namni isaa keessaa seenuu gargaruummaa qabaa
gargarummaa isaas hin ibsinaa N,bula


🤔 "Yeroo tokko tokko Waaqayyo irraa dhageenyee deemsa jalqabuun keenya akka of hin gowwoomsinetti itti yaaduu danda'uutu nutti jiraata. Akkamitti yoo jenne Waaqayyo irraa dhageenyee adeemsa jalqabuun gaarii ta'ee, garuu waanuma Waaqayyo waan goonu hundumaatti gammadu nutti fakkaata."
Guutummaa isaa website keenya irraa argattu! 👇

https://gaggeessummaa.com/fiigicha-karaatti-nama-hambisu/


Waa'ee Dhaloota Yesus Kristoos 🎆

🚩 "Waaqayyo jalqabatti samii fi lafa, itti aansuunis ifa, dukkana, bishaanota, bineensotaa, simbirrootaa fi wanta lafarra jiran hundumaa erga uumee booda namas immoo in uume.,..." Guutummaatti website kana irraa argachuu ni dandeessu. 👇👇

https://gaggeessummaa.com/waaee-dhaloota-yesus-kristoos/


🗣️ Kaayyoo Gaa'elaa Kiristaanotaa

Kiristaanummaa Keessatti Kaayyoon Gaa'elaa Maali? Wanti Waaqayyo qopheesse hundi kaayyoo fi sababa qaba. Kaayyoo gaa'elaa kiristaanotaa jalqabbii irraa kaafnee yoo ilaalle, Waaqayyo uumama isaa hundumaa keessatti waan sirna qabeessaa fi itti yaadame kan qopheesse ta'uu isaa hubanna. Guutummaa isaa website keenya seenuun argadhaa! Namoota jaalattaniifillee share taasisuu hin dagatinaa 👇👇

https://gaggeessummaa.com/kaayyoo-gaaelaa-kiristaanotaa/


⏰️ Yeroo Sirrii

Jaalala Jalqabuuf Yeroo Sirrii Beekuun Baay'ee Barbaachisaadha. Guutummaa isaa karaa weebsitii keenyaa seentanii argachuu dandeessu.
👇👇👇

https://gaggeessummaa.com/yeroo-sirrii/


💋 Gaaelaan Dura Dhungoon (kissing), waltuttuquun (warming) saalqunnamtiin (sex) cubbuudhaa? Guutummaa isaa website keenya irraa ni argattu!
👇👇
https://gaggeessummaa.com/dhungoo-kissing/

20 last posts shown.