Dirree Ispoortii


Channel's geo and language: Ethiopia, Amharic
Category: Sport


Oduuwwan Ispoortii biyya keessaa fi Alaa
channell kanarraa argachuu dandeessu Afaan oromoo guddisuu fi waa'ee ispoortii waan jiru waliif dabarsuun kaayyoo keenya isa guddaadha!!
Afaan oromoo hundaa olii ittiin haa dubbannu, haa dubbisnu haa barreessinu!

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, Amharic
Category
Sport
Statistics
Posts filter


Maanchistar Yunaaytid
✔️Galchiiwwan daqiiqaa dhumaa lama irratti lakkoofsiseen durfamuurraa dursuun Maanchuuriyaal darbii injifate. Oh
✔️Kubbaa miilaan hanga daqiiqaa dhumaatti taphachuun qabxii jijjiiruu akka dandeettu darbii ifatti mul'ise.oh
✔️Ruuban Amorim leenjisaa lammaffaa Darbii Maanchuuriyaal dirreen ala imaluun injifate kan itti jedhame.
✔️Ruuban Amorim bara dorgommii tokkoon kilaboota gara garaatiin leenjisaa Maanchistar Siitii injifate.
✔️Galchiiwwan lamaan Maanchistar Yunaaytid argachuun qabxiitti jijjiireef Amaaduu Diyaaloon fuuldura ka hiriire.
✔️Mikaa'el Arteettaa turtii waggoota 6 liigichaan tapha tokkos Eetihaaditti Maanchistar Siitii hin moo'anne.
✔️Yergan Noorbert Kilooppi turtii waggoota 9 keessatti tapha tokkos Eetihaaditti Maanchistar Siitii hin moo'anne.
✔️Taaktiishiyaan Ruuban Amorim darbii Maanchuuriyaal jalqabaa Eetihaaditti moo'achuun hojii tokko jedhee jalqabe.


❤️Theatre of Dreams Glory Glory MU
⚽The Beautiful Game




Tapha Liigii Awurooppaa amma taphatamaa jiru.

⏱65'
V. Pileezen 1-1Maan Yunaayitid










🇬🇧Tapha Piriimeer Liigii Inglaand torbee 14ffaa

⏱60'
Arsenaal 1-0 Maan Yunaayitid
⚽️Timbeer 54'

Astonvilaa 3-0 Bireentfoord
⚽️Rojeers 21'
⚽️Waatkins 28' P
⚽️Maaty Kash 34'


💯 Ofii kootii baafadhe argeera. Guyyaa listing eeggachuu Hin Qabu hamma hojjettan ammuma baafattu.

Isin hin darbiin link kanaan Seena Eegala
👇👇👇https://t.me/FinchAirdropBot?start=118826


Forward from: Waadajaa
Video is unavailable for watching
Show in Telegram
PAWS🐾

+7.000 Paws

Leader - Home - Leader - Vote - Tasks

Haala kana task haaraa paws irratti dhufee fudhachuu ni dandeessuu 🙏https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=DpLslO1d


Guys bot kana ammumma jalqabaa link 👇👇
https://t.me/FinchAirdropBot?start=118826
https://t.me/FinchAirdropBot?start=118826


Nama 7 invite gochuu withdraw gochuu ni dandeessuu namonni baayeen dollar hedduu hojjecha jiruu carraa kana of hin dabarsiina 👍

Yeroo nama torbaa geessan gara ton keeper itti baasuu ni dandeessuu 👍👍

Start here 👇
https://t.me/FinchAirdropBot?start=118826




☑️PAWS hanga ammaa warri hin eegalee yoo jirattan eegalaa.

eegaluu qofa miti sirriitti hojedha

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=RH7HKJFO


✨ Timeless Words ✨
🌟 Inspiration knows no bounds. 🌟

Discover daily doses of wisdom 🧠, motivation 💪, and positivity 🌈 crafted for every stage of life. From timeless classics 📜 to modern insights 💡, our carefully curated quotes will uplift your spirit 🌿, ignite your passion 🔥, and guide you through life’s journey 🚀.

🌍 Join us (https://t.me/TimelessWords) and let Timeless Words shape your extraordinary story!


@TimelessWords




Wowww😲

Hojii Ajaa'ibaa namoota hamma dafanii  galma'aa jiraniif badhaasa qarshii 500 kennaa jira ✅

Amma daftanii galmaa'uun Qarshii 490 sinif kenna.   Sana booda nama hanga 5 qofa SIM  5 erguun qarshii keessan sana gara telebirr irratti withdraw gootu!!

Step Signup  ittiin gootan👇

Jalqaba lakk bilbilaa keessan itti galchitu sana booda  password digit 6 ol qabu itti galchuun signup ergaa Jettani

  code karaa SMS sin. Qaqqabu itti galchuun  Next jechuun badhaasa keessan fudhadhaa!!

Yeroo dafaa jalqabaan sinin jedha!!

Jalqabuuf 👇👇👇
https://www.vivacredits.com?id=MjE1MjEzNDMxOTYyMDA5Ng==&from=OTY0NzM1ODM1


#New project

Paws jedhama!

   Airdrop kana Namooti beekamoo baayyeen Beeksisanii jiru kanaaf yeroon jalqabuun gaaridha!

Akkuma Airdrop kana seentanin Dogs Hamster Notcoin hanga isin hojjettan ilaalun point sinif kenna🤝

Kanaaf jalqabuun task isaa xumuraa:

Airdrop akkasi of hin dabarsiina Hojjedha🤞🤞

Airdrop kana yeroo seentan obsaan eegaa dafee sinif banuu dhiisu waan danda'uuf👋



Jalqabuuf 👇👇👇
https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=RH7HKJFO


ODUU GAMACHISAA
Aaga Dhagahaa!
Akka dur online seentanii yeroo keessan tolatti balleessun hafeera.
✅Bot'n Armaan Gadiitti 👇👇Argitan Nama 1 yeroo Affeertan dollara 0.3 Isiniif Kaffala.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/LuckyDrawMasterBot/app?startapp=Y2g9a1FqOXh2SFI3RyZnPXNwJmw9a1FqOXh2SFI3RyZzbz1TaGFyZSZ1PTYxMDc3Njk4MDM
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

1️⃣ Jalqaba Link armaan olii tuquun Start Godhaa

Sana booda Link keessaniin Nama aaffeeruun Qarshii Walitti Qabattanii Baafachuu qofatu isin irraa eegaa
        


.
↪️Maanchistar Yunaaytid
✔️Oolditiraafoorditti taphoota shan booda yeroo jalqabaatiif qabxii sadi tapha hawwataa waliin galmeesse.
✔️Taphoota shan booda durfamaa boqonnaa bahus galchiiwwan Gaarnaachoo fi Hoojlluundi walitti aansuun lakkoofsisaniin gara moo'annaatti deebi'e.
✔️Turtii guyyoota 31 booda qabxii Damma Damma mi'ooftu sadi galmeessuu Maanchistar Yunaaytidiin Maarkis Raashfoordi kubbaa galchiif tahu 40ffaa kilabichaaf mijeessuun laate.
✔️Maanchistar Yunaaytid har'a kubbaa baay'ee hawwataa daawwachiise!
✔️Gaarnaachoon immoo adduma. Taphoota gosa hundaa saddeettan darbanii galchiiwwan saddeet irratti kallattiin hirmaate.
◉ Most touches in opp. box (10)
◉ Most shots (8)
◉=Most possessions won (7)
◉ Most shots on target (5)
◉= Most take-ons completed (2)
.

.
❤️Theatre of Dreams
⚽The Beautiful Game

.

.

.


Seed irraatti hojjeta kan jirtaan Task yeroo yeroon dhufuu hojjechuu hin dagaatina

Dabalataanie LISTING NOVEMBER akka tahee dubbataniruu.

Link : 👇👇http://t.me/seed_coin_bot/app?startapp=6107769803

20 last posts shown.