🚩Maanchistar Siitiin injifate!
✅ Sagantaa Piriimiyerliigii Ingiliiz irratti Maanchistar Siitiin tapha Niwukaastil Yunaayitid waliin taasisaniin qabxii bal'aa 4 fi 0n injifateera.
✅ Gooliiwwan injifannoo Maanchistar Siitiin Omar Mermush 3x galchuun Makate goolii takkatti galcheera.
✅ Goolii eegaa lammii Biraazil Edersan seenaa keessatti goolii eegaa jalqabaa bara tokko keessatti kubbaawwan sadii mijeessee kennuu danda'e ta'eera.
✅Omar Mermush bara kana taphataa Afrikaa hatirikii galmeesse 3ffaa ta'eera.
Taphoota biroo keessatti
-Fuulhaam Nottingham Forest 2 fi 1n injifate
- Boornemaawuz Saawuzhaampitan 3 fi 1n injifate
- Bireenfoordi Weestihaam 1 fi 0n injifate
- Aston Viilaan Ipswich Town waliin 1 fi 1n qixa ba'e.
Sadarkaan liigii isaanii maal fakkaata?
3️⃣ Bosona Nootinhaam :- Qabxii 47
4️⃣ Maanchistar Siitii :- Qabxii 44
5️⃣ Boornmaawuz :- Qabxii 43
7️⃣ Niwukaastil :- Qabxii 41
⏩ Maanchistar Siitiin sagantaa liigii torbee itti aanutti Wiixata dhufu dursaa liigichaa Liivarpuul waliin ni wal argu.